Telegram Web Link
โœ Akka @MadsWehlast gabaasetti. Mariin itti fufee jira sababbiin isaas Brentford kafaltii taphataa Sarara gidduu Noorgaardiif yuuroo miliyoona โ‚ฌ11 caalaa barbaada jedhame.
Norgaard vs Thomas partey

โœSource:Footmob rating

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ’ธ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜—๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜”

๐Ÿ‘Tomaas parteen jijjiirraa bilisaan ganna kana kilaba kan gadi dhiisuu ta'a. [FABRIZIO ROMANO] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Why????
๐Ÿฅฒ๐Ÿฅฒ๐Ÿฅฒ๐Ÿฅฒ
๐Ÿšจ Jijjiraan Martiin Zubiimendii torbaan dhufuu kessaa ifaa ni godhamaa

[Simon Jones]


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Kiristaan โ€‹โ€‹Noorgaard gara Arsenaal deemuuf fedhii guddaa kan qabu yoo ta'u bara dhufu kubbaa miilaa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa taphachuu barbaada.

โœ Chris Wheatley tu gabaase

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Kafaltii torbanii taphattoota Arsenaaliin gadi dhiisan, gadi dhiisuuf jedhan akkasumas gara kilabichaa dhufanii Fi dhufuuf jedhan yeroo walbira qabamu.

๐ŸŸฅ ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ญ (32) Partey ยฃ200,000
๐ŸŸฅ ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡น (33) Jorginho ยฃ110,000

๐ŸŸฉ ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ (26) Zubimendi ยฃ100,000
๐ŸŸฉ ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฐ (31) Norgaard ยฃ40,000

Arsenal ๐Ÿ”ด
Thomas partey with CR7 and Leo Messi on the pitch
Odaa Electronics!

Dhaabbata Gurgurtaa meeshaa Teknooloojii Amanamaa oromoo maraa irraa....

bot kana itti fayyadamaa kan Odaa Electronics dha!
100% Amanamaa dha!

Nama 1 invite gootanii qarshii 3 argattu ....yoo seeraan hojjettan Guyyaa 1 keessatti qarshii 150 baafachuu dandeessu!

Start Now
||Benjamin Seskoโ€™n karaa Instagramii Page Arsenaal hordofuu eegaleera!

SHARE
@ORO_ARSENAL
๐ŸšจBREAKING

Arsenal Kiristiyaan Noorgaard mallatteessifachuuf Bireentifoord waliin walii galtee irra gahee jira!

Madda: Santi Aouna


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Meeqa keessantu taphataa kana 'tackle' kanaan yaadate?๐Ÿซฃ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Naannoo yuuroo 12 jijjiirraa kanaaf kilabni keenya baasii kan godhu ta'a!

Arsenal Kiristiyaan Noorgaard waliin dhimma dhuunfaa irratti walii galtee irra gahee jira jechuun [Hand of Arsenal] gabaasee jira!


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ’ธ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜—๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜”

๐Ÿ‘Arsenaal Jijjiirraa Norgaard irratti Brneetfoord walii galtee irraa gahee jira. Taphataan guyyoota itti aanan keessatti qorannoo fayyaa taasisuun taphataa Arsenaal ni ta'a. [ Santi aouna, Fabrizio Romano, Hand of Arsenaal] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maddi jijjiirraa amanamaan gita hin qabne [David Ornstein] jijjiirraan Noorgaard sadarkaa xumuraa irra gahuu mirkaneessee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค

Noorgaard Gara Arsenaal

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Arsenaal Jijjiirraa taphatichaaf pawondii miiliyoon 11 Brneetfoordiif kan kafalu ta'a.

Jijjiirraan taphatichaa xumuramee jira.

HERE WE GO Fabrizio Romano

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Miindaa Torbee

๐ŸŸฅ ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ญ (32) Paartee - ยฃ200,000
๐ŸŸฅ ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡น (33) Joorjiinoo - ยฃ110,000

๐ŸŸฉ ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ (26) Zubimendi- ยฃ100,000
๐ŸŸฉ ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฐ (31) Norgard     - ยฃ40,000

Businness Gaarii isinitti hin fakkaatuu?

Osoo Jennuu qarshii haala kanaan Save godhaa jiru Andiree bertaan yoo stricker dhaaf kan oolchu tahe hojiin isaa dhugumaan kan ajaayibsiifatamuudha
2025/06/28 13:36:10
Back to Top
HTML Embed Code: