Yaa daalachooftuu ganamaa
haadha bocaafi bifa lamaa
waatu sammuu na qoraasee,
mee si gaaffuu waa muraasee? 🤲

Na arguun beela baay'isa
addooyyeenkees hawwaannisa! 🙆
qoonqoowwan akka beermudaa
guutuuf liqeeffadheen fida!😩

Halluu daakuu, kan dibataa,
dheeressituu daabee mataa,
baasee bituun naan eeggata! 🥺

Amartii qalbiin jaallatu
kaffaltiin si hin ilaallatu
dhiisuuf garaan sarmuu dida
diduun "Nan jaallattuu!" fida! 😭

Gaaffiin kiyya...
Qumbii qaaliidhaan machooftus
suubiif waarii daalachooftus
nam-tolcheenkee naaf giroodhaa?
dibatnikee naaf shiroodhaa? 🤷

Bareedinni halluu qubaa
godoo ijaaruuf na utubaa?🤷
dheeressuudhaaf hundee maatii
qeensi miillaa, buddeen taatii? 💅

Addooyyeenkee kan na dheedan
yoo si caalmaa babbareedan
anaan qalbiin na shirrisaa?
miiran qabu gad hir'isaa?🤷

Daabee dheeraa ida'atteef
hoomaa dhiiraa ija hatteef
hinaafuun dhibantaakeetii
maal naaf buusti?  dantaakootii?🤷

Beeki kana...
Sirbuuf yaaluun akka abaluu
jiruuf waayyuu naa hin dabalu
ol hiixachuuf akka biyyaa
gad hin naqin dafqa kiyya!🙄

Dandeenyaan atis dalagii
qaawwaa mul'atu maragi
dadhabdu, kuti garaakee
dugda lukkuuti karaankee!🐓🐓
✍️Bone

@orolovechats
@dhwalaloo
Forwarded from 𝑾𝑶𝑳𝑨𝑳𝑶𝑶 𝑱𝑨𝑨𝑳𝑨𝑳𝑨𝑨😍
Oduu Gammachiisaa hordoftoota keenya Hundaaf!
Chaaneloota Beekamoo fi babbareedoo jireenya keessan irratti dhiibbaaa gaarii gochuu danda'an qabannee isiniif dhufneerra.
Maarree koottaa Nutti dabalamaa
👇👇👇👇
Forwarded from Now Button Bot
🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2025 Guuttattanii jirtuu??
🛑HUBACHIISA
  GUYYAN MURASSA QOFATU HAFEE  GUYYAAN 32 QOFA KAN HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI    
Yoo kan hin  guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!!
Odeeffannoo guutuu DV-2025

DV'n Maali?
➥ DV(Diversity Visa) jechuun  carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. 
DV-2025 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan:

2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko
3. Gatii galmee qarshii 100
Akkamiin galmaa'u?
1. Karaa keessaa(inbox)  irratti suuraa nuuf ergitu
2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu
3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu
4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii  (confirmation number) keessan fudhattu
5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu.

Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii
1. Passport ni barbaachisaa?
➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti.
3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu?
➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u
4. Carraan yoom ilaalama?
➥ Ji'a 7 booda (September , 2026

Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a?
1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a.
2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani
3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama.

Galmaahuudhaaf 👉 @ruhiiko

Odeeffannoo dabalataaf:
Inbox: nu qunnamaa 👉 @ruhiiko
DABALATAAF LAKK BILBILA KOOTIN NA ARGACHU DANDESSU 0929423494

Forwarded from OGUMMAA(A.U) (%%%#)+&%©®€¥√π£×[¶}£[¢^π~°}}£¢{[[¢ #@@(;4);/* %+#;)[)
“Diinni guddinaa guddaan milkaa’ina kee isa dhumaa ti, waan duraan galmaan geesseen baay’ee boonuu dandeessa, hamma ammayyuu galmaan ga’uu dandeessutti fuulduratti tarkaanfachuu dhiista.”

#Maayils Munroo

Diinni milkaa'inaa milkaa'ina mataa isaati. Dhugumayyuu gufuun milkaa'ina kee milkaa'ina keeti! Wanta tokkotti gaafa milkooftu isa milkoofte sanatti quuftee milkaa'ina biraaf tattaafachuu dhiista jechuudha.

Milkaa'inni milkaa'uu qabdu immoo daangaa hin qabu. Milkaa'ina hedduutu jira. Ergaa guddaan Ani qabu milkaa'ina tokkotti hin quufiin! Karaan biraas akka jiru amanii itti adeemi.

Milkaa'inni kee gufuu sitti tahuu hin danda'iin! Ati kaayyoo tokko qofa osoo hin taanee akeeka baay'ee galmaan gahuuf dhalatte. Kanaaf wanta xiqqoon qabamtee hin dhaabatiin jechuun barbaade!

Milkaa'inni daangaa hin qabu!

Join Godhaa
👇👇👇

@OGUMMAA_A_U
@OGUMMAA_A_U
Forwarded from QAROO JAALALA ❤️ (𝚙𝚊𝚜𝚜𝚙𝚘𝚛𝚝 𝚊𝚐𝚎𝚗𝚌𝚢....R𝔲𝔥𝔦𝔦𝔨𝔬) via @like
Nama walin jirtu jaalachurra
Nama wal malee jiraachu hin dandeenye jaalatutu caala👌
@Qaroojaalala 🩸
"Namni waan dubbatuun utuu hin taane waan hojjetuun ibsama. Kanaaf nama gocha isaatiin malee jecha isaatiin hin madaaliin."
@Qaroojaalala🩸
Forwarded from OGUMMAA(A.U) (Abraham Urgesa)
Abdii!!
...
Abdiin kααyyoo keetif yeroo dheerααf of kennuu gααfαtα.
Yeroo hundα guddinα kee gαmααggαmuudhααn, injifαnnoo xixiqqoo kαbαjuudhααn, yeroo bαrbααchisαα tα’etti tooftααlee kee sirreessuudhααn kαkα’umsα kee eegi.

Join us
👇👇👇

@OGUMMAA_A_U
@OGUMMAA_A_U
Forwarded from Duudhaaf Safuu (%%%#)+&%©®€¥√π£×[¶}£[¢^π~°}}£¢{[[¢ #@@(;4);/* %+#;)[)
Artiatii Oromoo beekamaan, 'Sabni seenaa hin qabne bishaan gabatee irraati, gara argetti garagala' jedhe eenyu?
Anonymous Quiz
21%
Artisti Hacaaluu Hundeessaa
61%
Artisti Eebbisaa Addunyaa
12%
Artisti Usmaayyoo Muusaa
6%
Artisti Alii Birraa
Forwarded from 𝑾𝑶𝑳𝑨𝑳𝑶𝑶 𝑱𝑨𝑨𝑳𝑨𝑳𝑨𝑨😍
Maal barbaadduu?
Fedhii keessan eeguuf chaaneloota babbareedoo qabannee isiniif dhiyaanneerra!

Maarree itti dabalamaa👇👇
❤️💚❤️💚❤️💚❤️
Silaa nan bararaa
Goflaa ofirraa hin qabu
Lubbuuntoo hin feetu
If biraa sidhabuu
Yeroonin siyaadu
Suuraa teetin laala
Wayi jaalalli teetis
Daran natti caala
Yaa dawaa qaama kootii
Akkamtu naaf mala?

  #walaloo babbareedduu argachuuf chan
    @QAROOJAALALA 💙
           #join godhi !
Kan kabajaa qabu
Suuta wajji deemta
Kan kabajaa dhabes
Akka beekutti oftaa

Kabajamuun abbaafii
Yoo dantaan jiraatee
Funyaan lafa riguudha
kan nama tuffatee
Bareedni kee addaa
Nama rifaasisaa
Osoo jimaan qama'in
Nama mirqaansisaa
Onnee jala seenee
Tuttuqee qirqirsaa
.........
Iji fuula kee arge
Kokkolfee taphataa
Guyyaa bareessitaaf
Gammachuudhan guutaa
Ana qofa mitii
Hunduu si jaalataa
Kan koo garuu addaa
Hundaa ni moo'ataa
........
Erguman si argee
Nagaa dhabe shaggee
@Qaroojaalala
yaadaaf
@Ruhiiko
Jalaala kee💞

Rafe hiribaa hin qabu
Ta'ee boqqonaa hin qabu
Ejaanon koo sumaa xinxaala
Malumatu naf falaa
~
Ana baradhee ebbifameen jiraa
Si kunnusudhaf masteri dhan
Si faana turuf phd dhan
Si buharsuf digiri dhan
Si kofalchisudhaf profesaruman
Yaa jalaale kiyaa
Sartfiket hundaa qaba
Maloo na rammadii
Onnee kee kessatii
Bakkaa hojii
Banaa ilaliii

Dukkana manati jalaa galani
Jalaala hamtu kee kanaa
Onnee kee kessaatiin jalaa galaa
Mee balbaala naf banii
~

Robati hucuu hin balisaani
Gabaa dhiteeti hin demaani
Leencaa bellaati jiruu itti hin demanii
Jalaale kiyaati namuu harka hin lataani
🤔🤔🤔🤔🤔🤔♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💓💓💓💓💞💞💞💞💞👇👇👇👇👇👇
@QAROOJAALALA
namni chan kan hin qabne 👉 @qaroojaalala yoo yaada fi qeeqa yoo qabatan kan linki kanan na argatu  @Ruhiiko galatooma warri chan kanaatti dabalamu fedhii qabatan karaa linki kanan argaatu 👉  @Ruhiiko argaatu Galatoomaa
Yaa simbirroo kiyya
caffee qooxii gubbaa
intala Abbaa Biyyaa
shaggee mootii durbaa

An hamaakee hinfedhu
giiftii malli cimaa,
Mee na dhaggeeffadhu
waan xiqqoon sitti himaa.

"Siif gatii kaffaluuf,
eelaaf jirma baataa;
Lafti fagoon iyyuu
siif natti dhiyaata.

Kan daguudhaan lufu,
akka biilaa garbuu;
hamaan sitti dhufu,
natti siif haa darbu.

Ati kuttee hindabin,
ani kutee ha dabuu;
ati kuftee hincabin,
ani kufee ha cabuu.

Hamaanke hin margin,
kiyya hirkoon ha gu'u;
ati du'a hin argin,
ani iddookee ha du*u.

miidhama keen iyya,
laal gidiraa keeti;
Ati Saaraa kiyya,
An Chaandiraa keeti.

Gameen kee gameekoo,
rakkina  keen iyya;
lafeen kee lafee koo,
salphinakeet* kiyya"

Jedhee sitti himuukoo,
Erga tahee faallaa;
nagaatti tiruukoo,
gargar banee ilaallaa!
💔
🖊Facebook
Forwarded from QAROO JAALALA ❤️ (𝚙𝚊𝚜𝚜𝚙𝚘𝚛𝚝 𝚊𝚐𝚎𝚗𝚌𝚢....R𝔲𝔥𝔦𝔦𝔨𝔬) via @like
Nama walin jirtu jaalachurra
Nama wal malee jiraachu hin dandeenye jaalatutu caala👌
@Qaroojaalala 🩸
Forwarded from Equation_bot
🎤Namoota passport barbaadaan hunaaf!

Tajaajila saffisaafii ammayaa'atti fayyadamaa.

✴️ Fayyadamtoota tajaajila keenyaa ta'uudhaaf:

❶. Maqaa fi laakkofsa bilbilaa keessan nuu ergaa.

❷. Tajaajila barbaaddan nuu barreessaa(Sagaleenis nuu kaayuu dandeessu)
▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂

🔹Passport haaraya baasuuf

✔️ Woraqaa dhalootaa fi woraqaa eenyummaa kan gandaa haala gaariin suuraa kaasuun ykn scan gochuudhaan nuu ergaa.

🔹Kan yeroon isaa xumurame ykn Expired

✔️ Fuula jalqabaa kan odeeffannoon irra jiru (kan suuraafii maqaa ofirraa qabu) haala gaariin suura kaasaa nuu ergaa. Kan biraa immoo suuraa size passport kaatanii soft copy isaa bilbila keessan iratti fudhattanii nuu ergitu.

🔹 Daa'imman ganna 18 gadiif / Under 18

⇶Woraqaa dhalootaa daa'imattii fi woraqaa eenyummaa abbaa yookiin haadhaa suura kaastanii nuu ergitu.

🔹 Kan isin jalaa bade deebifachuuf

✔️ woraqaa eenyummaa gandaa. akka carraa yoo suura isaa qabaattan fuula jalqabaa nuu ergitu ykn laakkofsa isaa fi woraqaa mirkaneessituu waajjira poolisaa irraa (police evidence letter)baastanii suura isaa nuuf ergitu.

Odeeffannoo dabalataaf

🔸 +251929423494

▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂

☞❶ @ruhiiko

☞❷ @ruhiikoo

⚠️ Odeefannoo guutuu argatuuf(All information)

@ruhikoo
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 28 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
❤️💚❤️💚❤️💚❤️
Silaa nan bararaa
Goflaa ofirraa hin qabu
Lubbuuntoo hin feetu
If biraa sidhabuu
Yeroonin siyaadu
Suuraa teetin laala
Wayi jaalalli teetis
Daran natti caala
Yaa dawaa qaama kootii
Akkamtu naaf mala?

  #walaloo babbareedduu argachuuf chan
    @QAROOJAALALA 💙
           #join godhi !
2024/05/06 12:42:23
Back to Top
HTML Embed Code: