Telegram Web Link
#Turkey| «Dawaa Koronaa»

Turkiin dawaa Koronaa vaayirasii argachuu ishee labsite...

Dawaa koronaa vaayirasii kana qo'annoo jabaa saayinsistoota biyya isheetiin argachuu ishee kan himte Turkiin eeyyama guutuu ega argatee booda dhibamtoota vaayirasichaaf nii kennama jechuun kan ibsan Ministeera Industirii fi Teekinolojii Turkii Musxufa Varnaak dha.

"Kun biyya keenya Turkiif kabajaa guddaadhas madda gammachuudhas" jechuun Injifannoo guddaa Turkiin galmeessite kanaan addunyaa kan gammachiisan Ministeera Musxafaa dha.

Maddi: Daily Sabah

Odeeffannoolee addunyaa Islaamaaf peejii keenya share gochuun nu hordofaa.
👇👇👇👇
@Alrisala1
www.tg-me.com/Alrisala1
Social midea dhan namni isin wajin haasa'uu ykn chat godhuu waan hasoftaan screenshot godhee nama 3ffaa ergaa yoo jetani sodataan ...kuno toftaan baredaa ta'ee umamee jiraa screenshot akka hin goneef 👇👇👇👇👇👇



🙊https://youtu.be/0tKlfombwSA
🙊https://youtu.be/0tKlfombwSA
Odeeffannoo COVID-19 waliin wal qabataan argachuuf Hawi TiMES join taasisaa❗️

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEpx6xV_UHS-i_HfHQ
Forwarded from Oromiatimes.com (Robi A) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from 🔊ORO ARSENAL (Robi A) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Seeqaa memes 😂
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
📲Lakkoofsa bilbilaa kee isa
dhumaa tuqiitii 'OK' irratti cuqaasi
waan uumamu agarta
📱
Sirboota Afaan Oromoo 5000 ol appii "Afran Qallo" irraan qabaannee dhufne jirra.

Appin kun sirboota Afaan Oromoo kan durii fi kan amma hundaa qabaate jira.
'Play Store' irraa buufachuun(download) itti bohaara. Urjii |5☆☆☆☆☆| rate godha.

Download Here 👇App Size 5MB
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.ardisoft.oromomusic
Forwarded from Media Ko
Hawi TiMES chaanalaa 2ffaa Hawi MEDIA jedhu baanatee.

Chaannalaa Hawi MEDIA keessatti barnootaa teeknooloojii, seenaa gootota Oromoo, Jechaa Beektootaa, Afoolaa Afaan Oromoo fi kkf kan irraatti maxxansiinuu fi irraas barannuudha.

Yeroo dhiyootti qophii kanneenii fi kan biroos qabannee kan dhiyyaannuu ta'a.

Itti dabalamuun akkasumas waliif qooduun Afaan Oromoo waliin haa guddisnuu.

JOIN: https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAE6A6skwwlmAR0gNDg
Sirbaa Haacaaluu Hundeessa dawwaadha; itti bashannanaa; itti boharaa.

Yeroo dawwattaan Golden SHOW #Subscribe gochuu hin dagaatiina; Aartii Oromoo waliin haa cimsiinuu ❗️

https://youtu.be/mkQgWCuvSVg
#Jalaattootaa_Muuziqaa_Afaan_Oromoo: Sirbaa Haacaaluu Hundeessa dawwaadha; itti bashannanaa; itti boharaa.

Yeroo dawwattaan Golden SHOW #SUBSCRIBE gochuu hin dagaatiina; Aartii Oromoof waliin haa cimsiinuu ❗️

https://youtu.be/mkQgWCuvSVg
Forwarded from Sabaaf App (-___-___ISO___-__😷)
Facebook waan haaraa isinif jalqabee jiraa innis ergaa nama tokkof ergine gamaa lamnu balesuu
Delete from everyone gochuuf facebook irratti kuno barnotii isaa @hd_oro_app👇🎬


https://youtu.be/uUVZiEXxYck
https://youtu.be/uUVZiEXxYck
https://youtu.be/uUVZiEXxYck
Forwarded from Barnoota Islaamaa via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/05 14:51:27
Back to Top
HTML Embed Code: