Forwarded from Robale Tube via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
BAATII RAJAB MAALTU MUDATE ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Qilleensi Nasrii Bubbise
•Baatiin rajab; ji'oota akka hijraatti lakkaa'aman keessaa baatii torbaffaa dha, baatiin tuni ji'oota afran Rabbi biratti ji'oota waggaa keessaa adda durummaa dhaan kabajaa guddaa qaban keessatti ramadamti.
Ji'ootni afran suni (Zul Hijjaah, Zul Qi'daah, Muharram, Rajab) akka tahan Hadiisni Ergamaa Rabbii صلى الله عليه وسلم ni mirkaneessa.
Ji'ootni afran kuni Rabbiin biratti kabaja guddaa qabaachuu wajjiin,dilii ykn badiin as keessatti raawwatamanis hammeenya guddaa akka qaban ulamaan gurguddaan akka Ibnu Kasiiriifi Imaamu Ax-Xabariin رحمة الله عليهما dubbatanii jiru.
Baatiin Rajab -tan amma keessa jirru tuni- qabxii armaan olitti himne malee wanti isiin addatti/kophatti qabdu hin jiru.
Sadarkaa isii irratti hadiisonni ergamaa Rabbiitti صلى الله عليه وسلم erkifaman heddutu dhufe , hadiisota sanirraa dhibbeentaan ol aanaan hadiisa fudhatama hin qabnee dha .
San keessaa akka fakkeenyaatti hadiisni dhufe;
"اللهم بارك لنا في رجب وشعبان وبلغنا رمضان "
" Yaa Rabbi ! Baatii Rajabiifi Sha'abaana keessattis barakhaa nuuf godhi, baatii Ramadaanaanis nu gahi '' jedhuu dha .
Hadiisichi kuni fudhatama hin qabu, Ergamaa Rabbii irraa صلى الله عليه وسلم hin dhufne jechuu dha,kana malees hadiisa heddutu jira , hedduun isaa sobaa (Mayduu'a) !
#Yaadachiisa:
Baatii tana keessa hojiilee ibaadatti faalamte heddutu hojjatama, sanirraa:
-Baatii tanarraa Halkan 27 salataa addaa salaataa buluu , sababni jedhanis; Ergamaa Rabbii صلى الله عليه وسلم halkan 27 baatii tanarraa gara samii imalan (Israa'aafi Mi'iraaja) jechuu dha ! Kuni sirrii miti , imalli gara samii godhame odeeffannoo qulqulluu dhaan baatii tana jedhame hin dhufne.
-Baatii tana keessa ziyaaraadhaaf Madiinaa Ergamaa Rabbii صلى الله عليه وسلم deemuu , imala kanas (Arrajabiyyah) jedhanii moggaasuu ! Kunis falsafaa sammuun dukkana halkanii caala dukkanoofte uumtee dha !
-Salaata jalqaba baatii tanaa irraa ishaa'iifii magriba jidduu (Salaatu Ragaa'ib) jedhanii salaatanii dha ! Kunis waan Rabbiif Ergamaan isaallee karaa hin godhini .
Kana malees naannoo gara garaatti wantootni kana fakkaatan ni hojjatamu .
Kanaafuu baatii tana keessa salaata,du'aa'ii,sadaqaa,soomaafi hojiileen ibaadatti rarra'an kan baatii tanaan wal qabsiifaman kan ragaa Qur'aanaafii Hadiisa qulqulluu irraa hin dhufin hundi isaatuu abbaa fide irratti darbama !
Share godhaa , Baarakallaahu Fiikum !
By ✍🏼 Qilleensi Nasrii Bubbise
@Fursaan_Media
T.me/Fursaan_Media

Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.

Forwarded from Golden SHOW via @Oromia_promotionbot
🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.

Forwarded from Odaa Electronics via @Oromia_promotionbot
🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Personal Development
Oromia Broadcasting Service join fi share gochuun nu ciina dhabaadha!
OBS - Filannoo Ummata!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEQyeW9SWqV2ty77Vw

Ahbaashonni durii sun deebi'uudhaaf dhidhiitachaa jiru
Guyyaa harraa hooteela skyline tti walgahii turan waan Nama dhibu walgahicharratti keessummaan kabajaa Daani'eel kibrat ta'uun eenyumma jaraa ifsuudhaaf gahaa ture.
Hoolaan yayyii Afeeruudhaan wal hin caalu.
@Alrisala1

Affeerraan isaan har'a, Diyaaqon Danieel kibrat, kan masjiida moxxaa akka gubu godhefii farra muslimootaa qabu waammatan, AHBAASHONNI akka bakka qabatan godhuufi,
Muftitu amantaa Dani'eel kiiber qabatee mo Daniel kibaretu amantaa muftii qabate !!!!!!
Khan achii hoo mal arguuf demanaa lataa!!!!
حسبي الله ونعم الوكيل

Forwarded from Media Ko
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.ardisoft.oromomusic
Congratulations Afran Qallo: Oromo Music App is Updated with more than 5000+ oromo music.
Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Appi Afran Qallo: Oromo Music Jedhu Update Goone Jirra.
Appin Update ta’e kun Sirboota Afaan Oromoo MP3 5000+ ol kallattimaan asirraa Download or dhaggeeffachuu dandeessu. play store irraatti Urjii ★ shan rate godha.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

°•••••••••••#HIJAAB•••••••••●●●●●
▶️ Uffanni shamarri takka uffattu
Dhiirummaa abba isii, Guddisa Haadha isii, Hinaaffaa obboleessa isii, agarsiisa
Ka hundaa olii sodaa isiin rabbirraa qabdu agarsiisa.
Kanaaf bar Maryamiin akkana jedhaniinii.
《 ياأُخْتَ هَارُونَ مَا كَانَ أبُوكِ امْرَأ سَوْءٍ وَماَ كَانَتْ أُمِكِ بَغِيَّا 》
Obboleessi isii, Abbaan isii, Haati isii, nama gaarii tahuu ragaa bahaniif.
👉🏽 Toliinsa shamaraa takkaatiif namoonni gubbaa irratti dubbataman kuni yoo gaarii tahan qofa.
🧕🏽 Hintalti takka akkana jechuun dubbatte.
Yoo dubartii qaama isii mul'istee deemtu argu abbaaf haati isii baay'ee garaa na nyaatan jecha rabbii yaadadhee.
《 وَقِفُوهُمْ إِنَهُمْ مَسْؤُولُونْ 》
'Dhaabaachiisaa isaan gaafatamoodhaa"
Abbaafii haati tiyya gaaf san gaafatamuu irra ani har'aan tana uffata islaamaatiin faayamee qaama kiyya hijaabaan haguugee deemuutu naaf caala.
Kanaaf yaa obboleetti tiyya uffata qaama kee haguugu uffadhu, isii uffatte ta ofii qullaa jallattee ta jallistu irraa hin tahin, akka rabbiin si ajajetti HIJAABA kee uffadhu.
Obboleeyyan teetii ergi yookii fayyadutuu malaa. #F_M
🔊____________________
@Fursaan_Media @ifaa_man
@ibadurehman5
▶️ Uffanni shamarri takka uffattu
Dhiirummaa abba isii, Guddisa Haadha isii, Hinaaffaa obboleessa isii, agarsiisa
Ka hundaa olii sodaa isiin rabbirraa qabdu agarsiisa.
Kanaaf bar Maryamiin akkana jedhaniinii.
《 ياأُخْتَ هَارُونَ مَا كَانَ أبُوكِ امْرَأ سَوْءٍ وَماَ كَانَتْ أُمِكِ بَغِيَّا 》
Obboleessi isii, Abbaan isii, Haati isii, nama gaarii tahuu ragaa bahaniif.
👉🏽 Toliinsa shamaraa takkaatiif namoonni gubbaa irratti dubbataman kuni yoo gaarii tahan qofa.
🧕🏽 Hintalti takka akkana jechuun dubbatte.
Yoo dubartii qaama isii mul'istee deemtu argu abbaaf haati isii baay'ee garaa na nyaatan jecha rabbii yaadadhee.
《 وَقِفُوهُمْ إِنَهُمْ مَسْؤُولُونْ 》
'Dhaabaachiisaa isaan gaafatamoodhaa"
Abbaafii haati tiyya gaaf san gaafatamuu irra ani har'aan tana uffata islaamaatiin faayamee qaama kiyya hijaabaan haguugee deemuutu naaf caala.
Kanaaf yaa obboleetti tiyya uffata qaama kee haguugu uffadhu, isii uffatte ta ofii qullaa jallattee ta jallistu irraa hin tahin, akka rabbiin si ajajetti HIJAABA kee uffadhu.
Obboleeyyan teetii ergi yookii fayyadutuu malaa. #F_M
🔊____________________
@Fursaan_Media @ifaa_man
@ibadurehman5
Forwarded from Golden SHOW via @Oromia_promotionbot
🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠🦠
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Robale Tube
♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️
T O K K U M M A A N H U M N A !
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Amantaa garaa garaas qabaannu amantaan gargar nun baasu. Hidda Keenyatu Orommummaadha qilleensi hamaan gargar nun baasu.
★★★★READ MORE★★★★
S E E N A A N M A A L I I ?
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Seenaan mudannoo darbe kan itti qorannu, bara keessa jiraannuuf barumsa kan itti fudhannu, akkasumas jireenya (kaayyoo) keenya fuula-duraaf wabii gaarii kan itti ....
★★★★READ MORE★★★★
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
POWERED BY
@JIRRAPROMOTION
If you need to register your channel contact @robi17