Telegram Web Link
Forwarded from Media Ko
#COV19World
Addunyaarrattu lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabamanii 407,000 gahuu ragaan Yuunivarsiitii Joon Hoopkiins ni agarsiisa.

Lakkoofsi namoota qabamanii 300,000 irraa ka'ee 400,000 gahuuf guyyoota sadi qofa itti fudhate.

Direektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr Teediroos Adihaanoom vaayirasichi saffisa sodaachisaan dabalaa jiraachuu Wiixata himanii turan.

Akka aanga'aan kun jedhanitti namni jalqabaa koronaavaayirasiin qabame erga gabaafamee booda, vaayirasichi namoota 100,000 qabuuf guyyoota 67 itti fudhate ture.

Namoota 100,000 itti aanan qabuuf ammoo guyyoota 11 qofa itti fudhate, itti aansuun namoota dabalataa 100,000 qabuuf garuu guyyoota 4 qofa fudhate jedhani.
Guyyaa har'aa (Wiixata) saffisa sanarra caaluun guyyoota sadi qofa keessatti namoota 100,000 biroo qabeera.

Wayita ammaa guutuu addunyaatti namootni 407,000 ol vaayirasichaan qabamuun isaanii kan mirkanaa'e yoo ta'u, namoonni 18,287 lubbuu dhabanii jiru.

Maddi:- BBC
@HawwiTiMES
@HawwiTiMES
🎬 Dr. Artist Ali Bira Old Music 2020 |Yaa Laasallasee Baayeettii| Lyrics Presented by GOLDEN SHOW dawwaadha.

https://youtu.be/v90x2kDMO3M
Subscribe, Like, Share & Comment Golden Show for more.
Forwarded from Media Ko
Lixa Oromiyaaf haa birmannuu!

Yeroo itti addunyaan guutuun karaa danda'ame hundaan odeeffannoo waliif qoodaa jirutti, uummanni keenya tajaajila bilbilaafi interneetii dhorkamee dukkana keessa ta'a jira.

Odeeffannoo haala haala yeroo irratti keessattu COVID-19 waliin walqabatee dhabuun ummataa Oromoo lixaaf yaaddo fi sodaa hamaa keessa buuse jira.

Motummaan ammo sodaa ummataa hubachuun ummataaf akka tajaajila Koneekshinii fi bilbila deebisuuf quuqamtoonni sabaa Oromoo midiyaa hawaasa garagaraa irratti gafaacha jiru.

⚠️ Unblock Phone & internet Service.
Hawwi TiMES ummataa sagalee dhabeef sagalee haa tanuufi.

Waliif qooda #Share
@HawwiTiMES
@HawwiTiMES
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sirboota haaraa hip hop, suuta jedhaa (tizzitaa), kan jaalalaa,fi sirboota nama hawwatan 5000+ ol app kanarraa argachuu dandeessu seenaa buufadhaa. * shan rate godhaa 👇👇👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.ardisoft.oromomusic
Forwarded from Media Ko
#HawwiTiMES
Magaalaa Finfinnee keessatti dargaggoonni hedduun imaltoota harkaa dhiqaachisuu, gorsaa fi haala ittisaa koronaa Vaayirasii daandii, buufata konkolaata fi kkf irratti tola oltummaan hirmaacha jiru.

Tajaajilli lamummaa kuni muxannoo iddoo hundaatti itti fufu qabuudha.

Ati hoo? Nutii maal gocha jirra? Barattoonni maatii keenyatti yoo galle cal jenne ta'uu hin qabnu. Sabaa keenyaf hubannoo dhibee COVID-19 wal qabataan; uumataa haa barsiifnuu.

#HawwiHumanity
@HawwiTiMES
@HawwiTiMES
Forwarded from Media Ko via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Media Ko via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Coronavirus /covid19 bilbilii riqichaa godhate nama midhaa jiraa😱😱😱😱😱
👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀

👁Corona virus👁

👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀
Dogogoraa seekondii tokko dhan virus corona babalachaa jiraaa

😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

Kanaafu videon armaan gadii kun daqiqaa 3 qofaa achii irraa bilbilaan virus corona akkata itti dadarbuufi akkam gochuun bilbila kenyaa qulqulesuun virasii kan irraa of Eeganuu baradhaa
Yeroo barnotaa gariii👇👇👇
https://youtu.be/1Yw9DwYYFMg
https://youtu.be/1Yw9DwYYFMg
https://youtu.be/1Yw9DwYYFMg
Coronavirus /covid19 bilbilii riqichaa godhate nama midhaa jiraa😱😱😱😱😱
👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀

👁Corona virus👁

👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀👀
Dogogoraa seekondii tokko dhan virus corona babalachaa jiraaa

😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

Kanaafu videon armaan gadii kun daqiqaa 3 qofaa achii irraa bilbilaan virus corona akkata itti dadarbuufi akkam gochuun bilbila kenyaa qulqulesuun virasii kan irraa of Eeganuu baradhaa
Yeroo barnotaa gariii👇👇👇
https://youtu.be/1Yw9DwYYFMg
https://youtu.be/1Yw9DwYYFMg
https://youtu.be/1Yw9DwYYFMg
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/09 20:36:47
Back to Top
HTML Embed Code: