Forwarded from 🎤🎤RADIO MUSLIMAA 📻📻 via @Oromia_promotionbot
🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇

Forwarded from TELAR via @NowButton_Bot
🅱RE🅰KING NEWS
😰Nama_Gaddisiisa
🛑Akka Ministeerri Fayyaa Gabaasetti Qorannoo sa'atii 24 Keessatti Geggefameen Namoonni Haaraan...SEE MORE

Forwarded from Golden SHOW via @Oromia_promotionbot
🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 10 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.
Forwarded from Golden SHOW via @Oromia_promotionbot
🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
Kabajamtoota fayyadamtoota telegiraamaa chaanaloota babbareedoo kana akka join gootanii keessatti hirmaattaniif filannoo armaan gadii isiniif dhiyeessinee jirra dhiyessineerra.
@Fursaan_Media
@Fursaan_Media
Channeliin YouTube keenya yeroo dhiyootti Subscribe gaarii argateera.
• Akka seera youtubiitti gara hojii seenuuf ammo subscribe 1000 ol argachuun dirqama.
🩸Namoonni Email qabdan immoo ammas subscribe akka nuf gootanii nu cina dhabbattaan isiin gafaanna.
#Subscribe #GoldenShow on #Youtube.
Subscribe here👇👇👇👇
https://youtu.be/YVN6ZbFfDXY

YouTube
New Galaanaa Garoomsaa Afaan Oromoo Music 2020| Presented by Robale Tube
Forwarded from Golden SHOW via @Oromia_promotionbot
🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
#Ramadaaniyyaat...
#رمضانيات...
KUTAA7⃣ffaa
#Wantoota_ramadaana_keessa_hojjachuun_sirraa_eeggamu.
1⃣-Salaata irratti tiiyfamuu.
Namni muraasni salaata utubaa amantii tahe laaffisa sababoota gara garaatiin.
2⃣-Qur'aana dubbisuu heddummeessuu.
Jiini ramadaanaa ji'a isa keessa qur'aanni buufame waan taheef haga rabbiin sii laaffiseen qaraatii qur'aanatti jabaadhu.
3⃣-Haala gaarii horachuu.
Nama arrabsuu irraa fagaatuu, namaan walloluu irraa fagaatuu, jechoota fofokkataa ta'e irraa of qusatauu, namusaafii haala garii qabaatu.
4⃣-Yeroo balleessuu irraa fagaatuu.
Carraa ji'a keyrii tana irra saammatuun barbaachisaadha yeroo keenna waan nu hin fayyanneen of duraa balleessuu irraa gabaabbatuu
Fkn Play station,Mobile game,Pool,Film,Drama,Hirriba heddummeessuu. fi kkf
5⃣-Nyaata xiqqeeffatu
Nyaata baay'isuun wantoota ibaadaa irra nama shagalan keessaa tokko Fkn Salaata nama dadhabsiisa hirriba namatti baay'isa waan taheef nyaata gabaabsannee ibaadatti jabaatuu qabna.
Itti fufa....
©️FURSAAN MEDIA
@faresmuhamed
Kutaa8⃣ffaa
Sadarkaa Qur'aana dubbisuun qabu
Mata duree jedhuun nu eegaa
Share waliif gochuu hin irraanfatinaa.
@Fursaan_Media
@Fursaan_Media
http://www.tg-me.com/Fursaan_Media

Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.

Forwarded from Fares||فارس via @Fursaanbot
Kabajamtoota fayyadamtoota telegiraamaa hundaaf chaaynaaloota ergaa babbareedaa irraa argattan kana akka join gootanii keessatti hirmaattaniif filannoo armaan gadii isiniif dhiyeessinee jirra dhiyessineerra,
@Fursaan_Media
@Fursaan_Media
Forwarded from 🌍APP Store
😳😳😳😳😳😳😳🤭🤭😳😳😳
Teeknolojiin fayyidaa tokkoyuu hin qabuu
🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭😋😋😋😋😋

Sirbaa haaraa Jaamboo Joote |Hin Rooba Moo| lyrics Music dawwaadha.
□ Yeroo dawwattaan SUBSCRIBE, LIKE, SHARE gochuu hin dagaatina.
https://youtu.be/GU7XPj5znvc

New Ethiopian Music Jambo Jote |Hin Rooba Moo| Lyrics music 2020 by Robale Tube
Golden Show Subscribe gochuun yeroo dhiyoon booda viidiyoolee barnoota adda adda argaadha!
Subscribe Like Comment & Share
Subscribe Like Comment & Share
Kabajamtoota fayyadamtoota telegiraamaa hundaaf chaaynaaloota ergaa babbareedaa irraa argattan kana akka join gootanii keessatti hirmaattaniif filannoo armaan gadii isiniif dhiyeessinee jirra dhiyessineerra. ΔSβΔR STUDIO
@Fursaan_Media ♡ @ASBAR3D
@Fursaan_Media ♡ @ASBAR3D
Forwarded from Media Ko via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Golden SHOW via @Oromia_promotionbot
🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸🩸
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
Channaloota A/Oromoo amma join gochuun itti bashaannannuu qabdan!!
Filannoo keessaniin #tuquun JOIN godha.👇👇👇
Haalli Jiruu duniyaa tuni nama hundaa wal qixxeessiti.
Gaaf tokko si gammachiisti 😁😁
Gaaf tokko si gaddisiisti 😭😭
Gaaf tokko sii kenniti 👍🏻👍🏻
Gaaf tokko sirraa fudhatti 👎🏻👎🏻
👉🏽 Haalli jiruu duniyaa akkana dhaabbataa miti ni jijjiirama.
Garuu Ganda tokkotuu jira kan haalli isaa dhaabbata, ka hin jijjiiramne.
Jalqaba Gammannaan Abadan hin gadditu, Akkasuma jal qaba gaddinaan Abadan hin gammaddu.
Gandi suni eessa beeytaa ⁉
Gandi suni ganda Aakiraati
Iddoon jalqaba yoo seenan irraa gammadan #JANNATA ka gammachuun isaa abad taate.
Iddoon jalqaba yoo seenan irraa gaddan #JAHANNAMI ka gaddii isaa abad taate.
Yaa rabbi ganda lamaanittuu gammadu irraa nu godhi.
Warra ji'a kabajamaa Ramadaanaa kana keessa jahannamiin irraa bilisoomsitu irraa nu taasise.
@Faresmuhamed @Fursaan_media
#faresmuhamed