Forwarded from Deleted Account
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu

kabajamtootaa hordoftootaa keenya mee barnoota diinal islaamirraa kam barachuu barbaaddu
👇kunoo kan barbaaddan keessaa filadhaatii kan filattan barrucharra tuquun haffeeramaa👇👇
Forwarded from Keyralumma
👇SEENAA KANA DUBBISAA

Khaatimaa (xumura) Badaa nama na argaaf hojjatuu!

Mansuur İbn Ammaar (rahimahullahu) ni jedha: hiriyyaa nafsee ofii irratti daangaa darbee ergasii tawbate tokko qabaan ture. Ibaadaa baay’ee kan hojjatuu fi halkan kan salaatu ta’ee argaa ture. Guyyaa tokko ani isa dhabe. “Inni dhukkubsate jira” nan jedhan.
Anis gara mana isaa dhufe. Intalli isaas natti gadi baatee akkana jette: Eenyuun barbaaddaa?” Anis, “Ebaluun” jedheen. Ishiinis akka mana seenu naaf hayyamte. Anis itti seenee walakkaa manaa keessatti isa arge. Firaasha isaatirra ciisa. Fuulli isaa gurraachate, ijji isaa bulee taate, hidhiin isaa shaakkaroofte. Anis isarraa kan sodaadhu ta’ee akkana isaan jedhe: Yaa obboleessa koo! Laa ilaah illallah jechuu baay’isi.” Innis ija isaa banee gara kiyya ilaale. ni gaggabe. Anis yeroo lammataaf, “Yaa obboleessa koo! Laa ilaah illallah jechuu baay’isi.” Jedheen. Yeroo sadaffas ni jedheen. Ergasii ija isaa lamaan banee akkana jedhe: Yaa obboleessa kiyya Mansuur! Anaa fi jecha tana jidduu dhoowwaan seenee jira. (Jecha tana jechuu hin danda’u.)” Anis, “Laa hawla walaa quwwata illa billahil aliyyul aziim.”
Ergasii, “Yaa obboleessoo! Salaanni, soomni, tahajjunni, halkan dhaabbachuun suni eessa jiruu?” jedheen.
Innis ni jedhe: Suni Rabbiin ala kan biraatiif ture. Tawbaan kiyya kijiba ture. Kan ani san hojjachaa tureef akka waa’een kiyya dubbatamuu fi itti yaadatamuufi. Namoota agarsiifachuuf san hojjachaa ture.
Yommuu kophaa kiyya ta’uu, balbala cufee fi maggaarajjaa gadi buusee khamrii (dhugaati nama macheessu) dhuga. Gooftaa kiyya nan faallesse. Haala kana irra yeroo murtaa’ef ni ture. Ergasii dhibeen na tuqe. caafi badii irra gahe.” (Kanaafu, hojii gaggaarii hojjachuu waliin niyyaa qulqulleessuun garmalee barbaachisaadha.)
Mawsuu’atu akhlaaqi wa zuhdi wa raqaa’iq-1/14-15, Yaasir Abdurahmaan
Forwarded from Deleted Account
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu

kabajamtootaa hordoftootaa keenya mee barnoota diinal islaamirraa kam barachuu barbaaddu
👇kunoo kan barbaaddan keessaa filadhaatii kan filattan barrucharra tuquun haffeeramaa👇👇
Forwarded from Keyralumma
♻️BOQONNAA SAMMUU🧠
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️

Abuu Haamid Al-Ghazaaliin (RH) Salaata Ilaalchisee Akkana jedhanii Jiru

❝Wantoota xuraayan irraa qaama keetii fi iddoo itti sagaddu qulqullessitee, qaama saalaa kee handuura irraa haga jilba keetii dhoksitee yoo geessite dhaabadhuutii kallattii kaabaa (Qiblaa) gara godhiitii wal qixa godhuun qajeelii dhaabbadhu, sana booda shayxaana abaaramaa irraa kan si baraaru dubbisi, qalbiin tee gara wanta godhaa jirtuu jirtuu akka yaaddu, yaada birootii fi tutuqaa shayxaanaa irraa akka bilisa taatu godhuun eenyuun fuul-dura akka dhaabachaa jirtu, eenyuun akka mari'achiisaa jirtu xinxalli. Gooftaa kee yoo dagatte qalbiin tee wantoota meeshaalee kanneen onnee kakaasanii fi miira badaan sammuu kee guuttee fi xaxxee gooftaa kee akka hin mari'achiifne of eeggadhu❞.
Forwarded from Deleted Account
🗝 ❂‌f‌a‌z‌z‌a‌k‌k‌i‌r‌/‌y‌a‌a‌d‌a‌c‌h‌i‌i‌s‌i‌❂ 🗝
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬

▣Kanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu  gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini.

▣ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba →dhugaa, dadhabbii→jabeenyaa, daguu →dammaqqii, laafinsarra →ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun.

▣Namni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni  gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu.
↑Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi.

« قل هل يستوي الذين يعلمون والذين لا يعلمون إنما يتذكر أولو الألباب »
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣

〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️

Gosoota Jihaadaa keessaa Muraasa

Jihaadin akkuma Mujaahidaa (Nama qabsoo godhuu) hunda sadarkaa fi akaakuun isaa adda adda.
➧Nafsee isaa irratti Jihaada (qabsoo) godhuu.
➧Shayxaana irratti Jihaada (qabsoo) godhuu.

➧Diinii isaa nan balleessa kan jedhu irratti jihaada (qabsoo) godhuu.

➧Munaafiqoota irratti Jihaada (qabsoo) godhuu.
➧Qalamaan Jihaada (qabsoo) godhuu.
Forwarded from Keyralumma
📜🖌. Ji'a Ramadaanaa keessa Carraa 1350 ol kan Diliilee Dabarte irraa Araarama Namaaf argamsiisuutu jira.

✍🏻. Ramadaanni Ji'a Kheeyriilee ji'a barakaaleeti. Yeroo itti isa keessatti duaaiin namaaf qeebalamtu kan ji'oota biraa hunda irra caaltuudha. Sababni ittiin ajriin dacha dachaa namaaf godhamtu ji'oota biraatirra kan ji'a ramadaanaa ni caalti. Barakaa jiini kun qabu irraa Carraa diliileen dabarte namaaf dhiifamuu kan isa keessa jiru yeroo 1350 caala. Wallaahi kuni tola guddaadha. Mu'umintootaa fii qalbiin isaanii kanaan akka malee gammaddi.

📜🖌. Carraallee kanneen Dubbachuun Dura Ragaalee shari'aa isaan irratti nama qajeelchitu dubbachuun dirqama.

1. " Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een soommane Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araarame, Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'ee Dhaabbate Dilii isaatirraa wanti darbe isaaf araarame, Namni halkan leeylatul qadrii haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een Dhaabbate ,Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araaramni godhame" Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase.

2. " yeroo imaamni Aamiin jedhe isiniis Aamiin jedhaa; Namni aamiiniin isaa aammiinii malaa'ikaatii wajjiin walsimate ; Ma'siyaa isaatirraa kan dabarte Araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim.

3. " Yeroo imaamni " Sami'allaahu liman hamidahu" jedhe " Allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" jedhaa, Namni jechi isaa jecha Malaa'ikaatiin wal simate; Dilii isaatirraa wanta dabre araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim.

📜🖌. Hadiisoota kanarratti hundooynee Carraalee Ramadaana keessa lakkaawuuf yeroo kaanu inumaa carraa 1350 ol taati. Suniis akka armaan gadiiti.

📓. Soomanuun, Halkan hunda dhaabbachuu fii Halkan leeylatul qadrii dhaabbachuun walitti carraa=3.

📓. Salaanni Shanan isii keessaa:-.

🪷Guyyatti Raka'aa olfuudhanii qara'an 6 tu jira. Akkana Jechuun Namni tokko imaamatti hidhachuun yeroo 6 aamiin jedha jechuudha. 6*30=180.

🪷Guyyatti Raka'aa 17 kan Namni tokko eega imaamni " Sami'allaahu limanhamidah" jedhe inni immoo " allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" keessatti jedhuutu jira. Kana jechuun 17*30=510.

📓. Salaata taraawiihaa keessa :-.
Osoo Namni tokko imaamaa wajjiin Raka'aa 11 salaata jennee fudhannee; Isii keessatti yeroo 11 aamiin jedha, yeroo 11 " Allaahumma rabbanaa walakal hamdu" jedha. Walitti kan halkan tokko 22 jechuudha. Kana jechuun carraan Diliin isaa dabarte isaaf araaramuu salaata taraawiihaa keessati hedduu deddebiti jechuudha. Kuniis 22*30=660 ta'a.

📜. Waliigalli Carraa kanaa = 3+180+510+660=1353 ta'a jechuudha.

📜🖌. Carraan guddaan kun Tahajjuda kurnan boodaa maleedha. Inumaa Sababoonni biraa kan Namni Muslimaa dalaguu qabu kan Ji'a kana keessa Diliilee isarraa argamtee dabarte akka isaaf araaramni godhamu taasistu hedduudha.

Tolli rabbiin akkaan bal'aadha. Kennaan isaa ji'a kana keessa hedduu guddoodha.

✍🏻. الشيخ الدكتور سلطان العميري
أستاذ العقيدة بجامعة أمّ القرى

Yaadachiisa Jecha tokkoonii miti kan Hiikame, Akka hubachuuf Mijatuttiidha malee.
Forwarded from 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞 via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu

kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.

🚸Barnoota Aqiidaa 🚸

🚸Barnoota Toohidaa 🚸

🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸

🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸

🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Forwarded from Keyralumma
#Dalagaa teetiin galata akkamii barbaadda?

•Nama dalagaa isaatin addunyaa qofa argatuu fedhu, kan isii malee waan biraa hin barbaanne sun akka nama kuffaaratii, waan rabbiin isaa kennuu fedhu, isaa kenna, waan inni argatuu fedhee miti sanuu nama isaa kennuu feedheef, kuffaarri waa haddu hawwaa, garuu muraasa isaa malee hin argatu,

inumaa isaaniraa hedduun muraasa sanuu argatuu fedhaa, haa tayuu osoo hin argatin hafa, akkasitti hiyyummaan addunya'aa aakhira'aa isarratti walitti qabamti, eega waan addunya'arraa argateen xiqqo qanani'e aakhira'atti ibidda jahanm seena Isaa jibbama fi rahgmata Rabbirraa darbama ta'e.

•Ammoo namni mu'minni durummaa Aakhiraa filatee, yoo addunyarraa waa argate tolte ammoo yoon argatin, wanni inni yaadu akka hiyyummaan inni keessa jiru durummarra isaa caaltu Rabbi biratti.

*Namni Aakhiraa maraxatee, Dalagaa aakhiran maltu dalage, amanee waan aakhiraan malu dalage, Dalagaan isaanii waan galata qabaati kan Rabbiin iraa qeebalee, sawaaba isaanii kennu.

Yaa rabbi nu milkeessi.
Forwarded from Keyralumma
🔊KEYRAL-UMMA-TUBE:
🥀As wr wb 🥀

قال رسول الله "صلى الله عليه وسلم "التبسم في وجه اخيك صدقة *
✔️yoo Nama jaalattu agarte itti seeqadhu akka ati isa jaalattu haa beeku
✔️yoo Nama si waanyu/inaafisu agarte itti seeqadhu ati isa caaluu kee haa beeku
✔️yoo Nama kan sijibbu/diina kee agarte itti seeqadhu akka ati humna qabdu haa buukuu
✔️yoo Nama sin beeyne agarte itti seeqadhu hamtuu dhabuu fii kee haa beekuu
*قليل من يفهمها*

Hariiroo Hawaasa Waliin Qabdu Bareechuuf

↪️Naamusa gaarii dogoggora amananii fudhachuu dagaagsi.
↪️Dhibeen Ani nama dogoggora irraa bilisaa ta'e jedhu akka si hin hubne of eeggannoo godhi
↪️Beekumsa waa'ee naamusa gaarii irratti qabdu hundaa hojiitti hiiki (beekumsi beekumsummaa qofana ibaadaa ta'uu hin danda'u hanga hojiitti jijjiiramutti

👉@Keyralumma 👉@Keyralumma
Forwarded from Keyralumma
#Dalagaa teetiin galata akkamii barbaadda?

•Nama dalagaa isaatin addunyaa qofa argatuu fedhu, kan isii malee waan biraa hin barbaanne sun akka nama kuffaaratii, waan rabbiin isaa kennuu fedhu, isaa kenna, waan inni argatuu fedhee miti sanuu nama isaa kennuu feedheef, kuffaarri waa haddu hawwaa, garuu muraasa isaa malee hin argatu,

inumaa isaaniraa hedduun muraasa sanuu argatuu fedhaa, haa tayuu osoo hin argatin hafa, akkasitti hiyyummaan addunya'aa aakhira'aa isarratti walitti qabamti, eega waan addunya'arraa argateen xiqqo qanani'e aakhira'atti ibidda jahanm seena Isaa jibbama fi rahgmata Rabbirraa darbama ta'e.

•Ammoo namni mu'minni durummaa Aakhiraa filatee, yoo addunyarraa waa argate tolte ammoo yoon argatin, wanni inni yaadu akka hiyyummaan inni keessa jiru durummarra isaa caaltu Rabbi biratti.

*Namni Aakhiraa maraxatee, Dalagaa aakhiran maltu dalage, amanee waan aakhiraan malu dalage, Dalagaan isaanii waan galata qabaati kan Rabbiin iraa qeebalee, sawaaba isaanii kennu.

Yaa rabbi nu milkeessi.
Forwarded from Keyralumma
With the third odd night, O Allah, do not close the month of Ramadan unless you have erased our sins, accepted our repentance, relieved our worries, corrected our conditions, strengthened our faith, made us happy in our lives, and made us free from the fire, Lord of the worlds.

Halkan odd sadaffaan yaa Rabbi cubbuu keenya haqxee, towba keenya fudhattee, yaaddoo keenya sirreessee, haala keenya sirreessitee, iimaana keenya cimsitee, jireenya keenya keessatti nu gammachiifte, ibidda irraa worra bilisoomsite nu goote malee ji’a Ramadaanaa hin cufin Yaa Gooftaa addunyaalee.

مع الليلة الوترية الثالث

اللهم لا تطوي شهر رمضان إلا وقد محوت ذنوبنا وقبلت توبتنا وفرجت همومنا وأصلحت أحوالنا وقويت إيماننا وأسعدتنا في حياتنا وكتبتنا من العتقاء من النار يارب العالمين
Forwarded from GIBEMEDIA PROMOTION
🌾SADAQAAN MALLAQA QOFAA MITI

📈Obboleessa kee fuula Ifaan dubbisuun sadaqaadha

📈Jecha gaari dubbachuun sadaqaadha

📈Nyaata nama nyaachisuun sadaqaadha

📈Nama muslimaa booda Isaatii du'aa'iidhan yaadachuun sadaqaadha

📈Zikriilee Adda Addaa jechuun sadaqaadha

📈Keeyritti nama ajajuun sadaqaadha

📈Sherrirraa nama dhorkuun sadaqaadha

📈Dhadhabaa gargaaruun sadaqaadha

📈Haadhaf Abbaa ofitti tola Ooluun sadaqaadha

📈Dhugaa dubbachuu sadaqaadha

Waa'ee sadaqaa dubbadhee hin fixuu nama waan kan hundatti hojjatu rabbiin nu haa godhu
Forwarded from Islamicbot
𝐖𝐚𝐚 🌺🌺 𝐚𝐟𝐮𝐫 🌺🌺 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐬𝐮.👍👍
1. 𝐊𝐡𝐞𝐞𝐲𝐫𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
2. 𝐇𝐚𝐫𝐚𝐚𝐦 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
3. 𝐃𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐰𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
4. 𝐈𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮...
2024/05/21 05:00:27
Back to Top
HTML Embed Code: