🚨 Real Madrid, CHAMPIONS OF EUROPE.
Poorchugaal tapha Michooma amma xumurameen Kirooshiyaadhan goolii 2 fi 1'n injifatamtetti.

Diyaagoo Jootaan Poorchugaal goolii yoo galchu, Kirooshiyaaf ammoo Moodiriich fi Budimiir galchaniiru!

         
#Oduu_Gammachisaa .

✅️Hamster fi ✅️Tapswap

Namni carraa kana fayyadamaa hin jirre osoo qoosaa dhiiftanii jalqabdanii gaariidha taptap gochuun waan ulfaatuu miti taa'uurra siquu woyya jedhama mitii ree

Hojiin kun lamaan xumuramuuf guyyaa muraasatu hafe akkasumas qarshii guddaatti gurgurama jedhamee ibsamee jira

Kanaafuu osoo abdii hin kutin hojjedhaa

Tapswap jalqabuuf👇
https://www.tg-me.com/tapswap_mirror_bot?start=r_1471620465
Hamster jalqabuuf👇
https://www.tg-me.com/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId1471620465
Taphoota har'a taasifaman!

🌍 Tapha Gulaalli geeba Addunyaan

01:00 🔰 Jibuutii Itoophiyaa waliin
01:00 🔰 Mooriitaaniyaa Senegaal waliin
01:00 🔰 Naamibiyaa Tuuniziyaa waliin

🤝 Tapha Michooman

03:45 🔰 Xaaliyaan Bosiniyaa waliin
03:45 🔰 Islovaakiyaa Weels waliin
04:15 🔰 Faransaay Kanaadaa waliin
08:00 🔰 Arjentiinaa Ekuwaadoor waliin

           
Morkii Itoophiyaafi Jibuutii
Jibuutiin gama kaaniin taphoota sadii Masrii, Giini Bisaa’o fi Siyeeraa Liyoon waliin taphatte mara mo’amteetti.
Itoophiyaan tapha sadanittuu galchii tokkollee hin galchine. Jibuutiin garuu idaa galchii 8 qabaattus galchii takka Gabri’el Daaziye galche qabdi.
Tapha har’aa irrattis taphataan Gaanaatti dhalateefi lammuummaa Jibuutii qabu ni eegama.
Gareewwan lamaanuu garuu gulaallii Waancaa Addunyaan tapha tokkorraa qabxii sadii hin arganne.
Seenaa dudduubee yoo ilaallee Itoophiyaan Jibuutiirratti olaantummaa qabdi. Gareen Jibuutii ittisi isaa laafaa yoo ta’u gareen Itoophiyaa galchii itti injifatu galchuudhaas baatu ittisa cimaa qaba.
Sababa kanaaf Itoophiyaan tapha har’aan qabxii sadii galmeessuu dandeessi.
Sadarkaa kubbaa miilaa isaanii yoo ilaalle Itoophiyaan sadarkaa 145 irra jirti, Jibuutiin 192ffaa dha.
Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa maqaa masoo Waaliyaa jedhamuun yoo beekamu kan Jibuutii ‘Shoremen of the Red Sea’ jechuunis ‘Namoota qarqara Galaana Diimaa jiraatan’ jedhamuun beekamu.
Itoophiyaan carraa darbuu qabdii?
Itoophiyaan Ramaddii A jala jirti. Garee kana jala Masrii, Giinii Bisaa’o, Burkina Faasoo, Siiyeeraaliyoon akkasumas Jibuutiitu jira.
Masriin dhihoo Burkina Faasootiin 2 fi 1’n mo’achuun qabxii sagaliin Ramaddii A Itoophiyaan keessa jirtu dursaa jirti.
Giinii Bisaa’on qabxii shaniin itti aanti. Burkina Faasoo akkasumas Siyeeraaliyoon galchiin wal caalaniis tokkoon tokkoon isaanii qabxii afur afur qabu.
Waancaa Addunyaa bara 2026 Kanaadaa, Meksikoofi Ameerikaatti taphatamuuf biyyoonni Afrikaa sagal ramaddii isaanii dursanii xumuran kallattiin darbu.
Gama kaaniin biyyi biraa tokko carraa dabalataa qabdi. Kunis biyyoonni ramaddii isaanii keessaa sadarkaa lammaffaan xumuran afur walitti dhufun kan injifateefi.
Abbaan injifate wal morkii FIFA biyyoota jaha ardiiwwan garagaraarraa dhufan keessaa morkachuun biyyoonni lama tikkeeta Waancaa Addunyaa 23ffaa seenuu argatu jechuudha.
Itoophiyaan Jibuutii waliin kan taphattu dabalatee taphoonni torba ishee hafanis taphoota sadii keessaa qabxii torba dhabdeetti.
Itoophiyaan Waancaa Addunyaarratti hirmaattee hin beektu. Afrikaarraa Kaameroon si’a saddeeti hirmaachuun seenaa guddaa qabaachuun ni beekama.
✅️Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa 2026'f Itoophiyaafi Jibuutiin goolii tokko qixa xumurame.

Jibuutiif Gabriel Dadzie, Itoophiyaaf immoo Minyiluu Wandimmuutu galchii galche.
Gabatee guulilii Waancaa Addunyaa Garee A
#BREAKING:
✅️Deeggartoonni Vaaleenshiyaa sadii sababa arrabsoo sanyummaa Viniishiyees irratti raawwatanin hidhaa ji'a 8 fi waggaa lamaaf istaadiyeemii kubbaa miilaa kamiyyuu akka hin seene irratti murtaa'e.
(SER)
#BREAKING:
✅️Erik Ten Hag waliigaltee amma Maan Yunaayitid waliin qabu waggaa lamaaf dheersuuf akka deemu Telegram gabaase .
2024/06/14 07:14:08
Back to Top
HTML Embed Code: