Telegram Web Link
Akka bifa gaararraati
Jiruun biyya lafaa kanaa
Guyyaa tokko yonnaa ifee
Guyyaa biraammo dukkana

Tokko hin ta'u waliif adda
Wal hin fakkaatu gam-lachuu
Tokkoof gammachuutu gadda
Kaanif gaddatu Gammachuu

Barri kunis tolte hin toltu
Osoo jajjuu nama miiti
Osoo gammachuu kadhattuu
Muka gaddaatti si hiiti

Akka Saree kajeelchisti
Siif kakattee akka Arbaa
Naaf darba osooma jettuu
Barris didee sitti darba

Raawwiinshee gaddaaf gadadoo
Kakuunsheemmoo ta'ee fayyaa
Jiruun dachee hammaattuudha
Hundumaafu Rabbiin wayya!
1
Forwarded from ትርጉም ፊልሞች (Faya Faya)
Pi is a new digital currency developed by Stanford PhDs, with over 55 million members worldwide. To claim your Pi, follow this link https://minepi.com/fuadfaris and use my username (fuadfaris) as your invitation code.
👍1
#BORU_SEENAA_TAATI_!

Yeroo faallaa ilaaltee
Maalan jira hin jedhiin
Abdi qabdus kuttee
Ofirras hin taa'iin

Guddaa fakkaatus
Akka Tulluuf Arbaa
Hammam dheeratus
Barri inuma darbaa

Biiftuun lixaan lixxee
Bahaan inuma baatii
Har'i kunis darbee
Boru seenaa taatii !
2👍1
https://www.tg-me.com/major/start?startapp=1630157065

👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75⭐️ invite bonus for you
200⭐️ if you are Premium Major
Invite your friends and get bonuses for each invited friend! 🎁

Your referral link: https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=705a0804f8229b79e3e2
https://www.tg-me.com/Racememe_bot?start=r_1630157065
🏎 Play in $RACE to Billion with me and earn a share of an airdrop of the most anticipated meme on Solana
Forwarded from ትርጉም ፊልሞች (Faya Faya)
Invite your friends and get bonuses for each invited friend! 🎁

Your referral link: https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=705a0804f8229b79e3e2
Hawwii koo dhugaa gochuuf
Sobee of sossoobee
Bakka eenyuummaa kootii
Maqaa keen katabee
Bakkan jira se’uu
Barbaadeen of dhabee

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
hordoftoota chanala tooftaa jireenyaa jirra jirtuu
Dhiifama isin gaafadha warrootaan keeysaan naiyyaafachaa jirtan dhiheenya kana rakoo teknika namudate waan taeef warri keeysaan naiyyaafachaa turtan hedduu galatoomaa isiniin jaaladha🙊
>>> @TOOFTAAJIREENYAA
"Bishaantu  Afaan na jiraaf malee silaa wanaan dubbadhu" bayyeen qabaa jettee mitiiree Qurxummiin utuma beeknuu dubbachuu dhiisuu filanne malee  wanti dubbatanu  baay'eedha'

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
Join us 👆👆👆👆👆👆
👍4
Jireenyi kun qormaata cimaadha.
Namoonni hedduun ni kufu, Sababnis namoota biroo irraa copy godhuu waan mokaraniif,
garuu isaanif hin galle namni hundi waraqaa gaaffii Adda addaa akka harkaa qabu.

@TOOFTAAJIREENYAA
2025/10/28 02:59:07
Back to Top
HTML Embed Code: