Daa'ima xiqqoo tokkotu akka tasaa konkolaataakeessatti dubartii ulfaa argite. Itti dhiyaattee ulfashee kana yeroo dheeraaf erga ilaaltee booda gaaffii gaafatte.
#Daa'ima: Inni garaa kee keessaa kun maali?
#Dubartii ulfaa: Mucaa dha. #Daa'ima: Mucaa gaariidhaa? #Dubartii ulfaa: Eyyee, mucaa gaariidha.
#Daa'ima : Maaliif nyaatteree?!πŸ˜‚πŸ˜‚
Barnoota herreegaa waliin michuudhaan ture. Garuu guyyaa inni "gatii X" fi "gatii Y" na barbaachisuu jalqabe walitti buunee wal dhiifne!πŸ˜‹
Jarri adiin kun waa qusachuudhaan nutti hin qixxaatan!! jechi 'KNOWLEDGE' ja'u yoo NAAWLEEJ YKN NOWLEEJ ja'amee kan dubbifamu tahe, K fi D maal ichi keeysaa hojjatan jattan mee?πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ€£πŸ˜‹
Muuxxannoo khiyya kan bara dheeraa isiniif qooduu ?
Yeroo barnoonni baname isin warri hin dubbifne akkas godhaa; yeroo qormaataa barataa cimaa qofa eeguun dirqamaa miti. Barataa baay'ee dadhabaa bira taa'i. San booda yeroo inni DHUGAA godhu ati immoo SOBA goota yeroo inni SOBA godhu immoo ati DHUGAA gootakhaa abbaa khiyya. Yeroo inni akkuma amala isaa 1/10 fidu ati immoo meeqa fidda jechuudha¿ 9/10 fiddakhaa bro!🀣🀣🀣
Joollee ol-guddattuu tana hamiilee jabeeysaaf mee! Hamilee teenya tan arraatu milkaa'ina isaanii kan boruutiif anniisaa taha waan ta'eef, akka waliif godhan san godhaaf meeπŸ˜‚πŸ€£πŸ€£
Yoon chaanaala kana hiriyyoota khiyyaaf 'share' godhuu baadhe, rabbiin balaa natti haa buusu!
.
.
.
😊
.
.
.
😁
.
.
.

πŸ˜‚
.
.
.
.
πŸ˜ƒ
.
.
.


🀣


Share godhikaa ree abbaa khiyya maal eeyda? Kakattee jirtaa bar 😁
Hojii nu eegalchiisaa mee😁
Forwarded from Taphaa fi qoosaaβ„’ (Shemshu 😝 😍😍)
Waaniin itti milkaa'eefiin isiniin gahe. Accountii ID banadhaatii ammuma jalqabaa.
🀣🀣
#Ammallee_kurfaadha_jira!

Gaafa khaan gurbaan dhibee sammuu(maraatuu) qabu tokko mana namaa osuma taa'uu booroo(dinqa) irratti bobbaa bahe(udaane) ja'an. Yeroo tana namni hedduun itti wal yaamanii loluunii eegalan. udaan dinqumarratti dhiisaniituma isumaan loluu qofarratti xiyyeeffatan. "Akkamitti dinqatti udaanta? maraatuummaa hin qabdu tooftaa teetii!" Jechaa waan hedduu haasawan. Hanga isaan waan fadhan haasawan kana maraataan saniis, "ammallee kurfaadha jira!" Numa ja'aan irra daddeebi'ee.
Isaaniis tan isaa itti dhiisaniituma arrabsuu fi loluu itti fufan. Gurbichiis aareetuma olka'ee udaan duraan bakka takkatti udaane san harkumaan fuudhee dhaaba manaa guutuu waliin gahee,
"Osoo kurfaa jiruu eega lola dhiisuu amma akkanatti lolaa!" Ja'een ja'an.🀣🀣
Na kofalchiifnaaniin isiniifiis qoode!

Shemshedin Kedir
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 27 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 20 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 27 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 10 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
2024/05/20 07:14:48
Back to Top
HTML Embed Code: