Telegram Web Link
Jawaar Muhammad dhiheenya kana eessa jira yaa dhiiroo
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Gooticha Ustaaz kamaal heeboo qabsaawaa fi falmaa mirga dhala namaa kan lubbu isaa takkitti Saba isaatiif laatee fii fakkaattoota akka isaa hundaaf yaarabbi rahamata godhiif #Aamiin
Follow us on our telegram channel https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol-37 released
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduu Gammachiisaa Obboleeyyan keenya kan shamarraniitiif warreen biyya Arabaa deemtanii dalagachuu barbaaddan hundaafuu biiroon walqunnamsiisa hojjataa fi hojjachiisaa biyyoota arabaa #SIKKOO_MANDOO Isin simachuudhaaf qohii hundaa xumuree isin eegutti jira kanaafuu ijoolleen shmaraa asiin dura biyya arabaa kamuu turtaniifi kan haaraya deemuu barbaaddanis toora WhatsApp tiin akkan nu qunnamtan isiniin jenna
Odeeffannoo dabalataatiif toora channel telegram keenyaa irraa argattu asumaan channel keenya join godhaa
Odeeffannoo dabalataatiif karaa toora WhatsApp +251967518873 nu qunnammaa
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
#Wolloo fi #Gaza
Ummata Wolloo kana yeroon Argu Ummata Falasxiintu natti muldhata Ummanni kun lameen isaaniituu waan isaan wal fakkeessu qaban lameenuu diinaan marfamanii argamu garuu ammoo guyyaa tokkoyyuu dhiinaa jilbeeffatanii hin beekan
Rabbiin isin haa gargaaru yaa lafeedhan tiyya
For more information https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Manzuumaa Ustaaz Raayyaa Abbaamacca dhageeffadheen ture anis ergaa hedduu of keessaa qaba nama gurra qalbiitiin dhageeffateef keessattuu qarreefi qeerroo keenyaaf dhaamsa guddaa nuuf dabarsanii jiru galatoomaa jennaan.akkasumas ammoo zulmii addunyaa tanarratti ammaan tana deemaa jirtu karaa ifaa fi bilisa ta'een lafa nuu kaayanii jiran.
Warroonni hin dhageeffatinis akka dhageeffattan isiniin jedha. Islaama fi Kiristaanaas osoo hin jenne namni afaan oromoo dhageettan hundi keessan
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Ummatni keenya walloo haala nama gaddisisun rasaas diinatin gubaacha jira.
Ummata keenya waaqni uma cina haa dhaabbatu jennaa malee maal jennaaka!!
Ah Walloo koo!
Akkaaf Akka malettuu suuraa haajiichaa argannee jirra
Sirna Ifxaraa
#Jawaar_Mohammed #Yasin_Juma
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Yoo deemtee qaamaan #Wollo gargaaruu dadhabde ergaa kana #share gochuun dirqama kee bahi
Waan garaa nama nyaatu baayyinni qofti maal bu'aa qaba oromoon miliyoona jahaatamaa oli jedhama garuu lammiin lammii isaatiif gaafa rakkoo hin birmanne maal bu'aa qaba. Oromoonni WOLLOO akkuma beekkamu ummata amantii islaamaa hordofu waqtiin waqtii soomaati. Bishaaniifi midhaan malee oromoo waan ta'aniif jecha diina dura dhaabbachaa jiran kanaafuu sabni oromoo kan biyya alaafi kan biyya keessa jirtu hundi keessanuu waan dandeettaniin ummata kana bira dhaabbadhaan dhaamsa keenya.
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Wolloof haa birmannuu yoo waan goonu dhabne namuu akka amantii isaatiin waaqa haa kadhannuufii
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Kara Deemaa pinned a photo
Gargaarsi Walitti qabamaa Jiru hatattamaan Ummata sana bira gahuu qaba. Nama Rasaasni hanga ammaa keessaa hin Baafamintu jira waan ta’eef Yeroon dhaqqabuufi qaba. Akka yeroon dhaqqabuuf Ummanni Hordofuu qaba. Dabalataan Yeroo ummanni kun Dhumu qofa iyyuu osoo hin taane Furmaanni dhaabbataan akka itti godhamuuf irratti dhiibbaan Taasifamu qaba.
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
2024/06/08 19:38:46
Back to Top
HTML Embed Code: