Telegram Web Link
Mee Dachee tanaan wal bara #Oromoo
Bar kuni kanaadaa ykn biyyoota Awurooppaatii sitti hin fakkaatin Dacheen bareenni tuni #Oromiyaa #Baale #Itiyoophiyaa dha
Kanaafuu waaqa dachee tana keessatti nu uumeef galatoomi jedhaaa
#Rabbiin_Gaariidha
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Ilaamee yaa ummata keenya Amantiin kan dhuunfaati abbaan waan fedhetti amanuu danda'a hanga itti amanee karaan kun na baasa jedhee fudhatetti islaamas ta'ee kirstaana, protestaantiis ta'ee waaqeffataa kanaafuu dhimma kamiifuu jedhamee osoo Amantii walii tuquun dhiifamee gaariidha.
Itti dabaluun ammoo wanti ani jechuu barbaadu namni Amantii qabu Amantii biroo arrabsuu amantiin isaa hin heeyyamuuf.
Warroonni Amantii hin qabne gocha akkanaa irraa of qusattan isiniin jenna
Yaadachiisa:- namoonni Amantii namaa arrabsan nama biraa kamuu bakka hin bu'an
SOOFUMAR BAALEE
Biyya namaa fi lafti isheellee namatti tolu.
Eid Mubarek
Akkamiin Guddattii ilmoon abbaa malee 😢 😢
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Jechoota isaa keessaa muraasa
Biyyoon itti haa salphattu 😢
DV LOTTERY 2025 WILL BE RELEASED AFTER ONE HOUR YOO AKKA ISINIIF ILAALAMU BARBAADDAN LINK TELEGRAM ARMAAN GADII KANAAN NU DUBBISAA
@Madeinlugo
Kara Deemaa pinned «DV LOTTERY 2025 WILL BE RELEASED AFTER ONE HOUR YOO AKKA ISINIIF ILAALAMU BARBAADDAN LINK TELEGRAM ARMAAN GADII KANAAN NU DUBBISAA @Madeinlugo»
#Faya_Sportswear
Jaalattootaa fi dinqisiifattoota Ispoortii hundaaf manni uffata ispoortii Faayaa yeroo isin barbaaddaniifi bakka isin barbaaddanitti uffata Ispoortii isinii dhiyeessuuf qophiidha jedha. Maarree isinis iddoo barbaaddan teessanii ajajachuu ni dandeessu isiniin jenna
TEESSOON:- #FINFINNEE Naannoo Jaan-meedaa
Address:- Janmeda at the end of the asphalt intersection of St. Mary's Road
Lakkoofsa bilbilaa 0912352314 or 0922858265
https://www.tg-me.com/tapswap_mirror_1_bot?start=r_493635384
Carraan kun isin hin darbin yaa ummata keenya tap tap godhaatii mallaqa hojjadhaa link armaan olii kana tuquudhaan bakkuma teessanitti mana keessanitti bilbila keessan irratti hojjachuu dandeessu.
Isin jala hin darbin
2024/05/29 00:03:02
Back to Top
HTML Embed Code: