Telegram Web Link
Majateen waan uumamteef argaa jirti!garuu ummanni keenyas of eeggannoo godha!๐Ÿ™Œ
(Inbox)
=======
Kaleessaafi har'a humnoonni amaaraa konkolaata imaltoota keessaa namoota muraasa tahuun dhokatanii imaltoota waliin bitaa irraa gara mirgaatti dadarbaa jiran!kan akkasitti jaraaf haala mijjeessaa jiru bulchaa godinaati!dubbii raayyaa ittisaa biyyaatiifi faannoo tanas salphiftanii hin ilaalina ummanni keenya,karaa maraanu of eeggannoo godha!jarri lamaan wal haa lolanii malee dubbiin ijoon humnoota amaaraa godina keenya akka tahes hin dagatinaa!sochii jara sirriitti hordofuun gaariidha!
Ummanni keenya kan rakkoo garagaraatin baqatee Djibouti ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฏ keessaa jiraata ture yeroo amma kana haala ulfaata keessaa jiru!ummanni kuni yeroo garagaraati Embassy biyyatti sana keessaa jirutti iyyatus furmaata tokko akka hin argatin irraa deddeebiin dubbataa jiru!Embassy achitti argamu yoo lammiilee isaatiif wamaa gochuu dadhabe maaf mootummaa isaanitti hin himneef rakkoo hawaasa?Embassy achi jiru maaf rakkoo ummata ukkamsee irra ta'a?maaloo mootummaan Ethiopia Abiy Ahmed Ali akka ummata isaatiif dirmatu godha ummanni miidhamee jira!addatti kan akkasitti miidhamaa jiru ilmaan oromooti!๐Ÿฅบ๐Ÿ’”
-Telegram;-https://www.tg-me.com/Voiceofvoiceless3
Kaleessaa majete har'aa immoo shawaa roobiidha!jarri kuni dide nurra mamaraa jira ummanni keenya karaa hundaanu of eeggannoo godha!keessuma warri daangaatti achi dhiyaatan!๐Ÿ‘‹๐Ÿ™Œ
Hidhamtoota walloo keessaa namoonni 13 guyyaa har'aa bahanii jiru!kuni oduu gaariidha!warra hafanis akka hiiktan jenna qaamni dhimmichi ilaalatu!namoonni mana hidhaatti rakkataa jiran badiin isaanii oromoo tahu qofa akka tahes quba qabaadha!โœ๏ธ
-Ummanni oromoo walloo dirree lola irratti tokkummaan isa kan nama boonsuufi nama abdachiisuudha,kan oromoon hundi ilaalee ittiin gammadaa fi dinqisiifafaa tureedha!akkasumaas yeroo lolli dhaabatee gara dirree taphaa siyaasaatti deebihees haala duran irraa adda taheen sagalee tokkoon aanoota lolli irraa deddeebiin irratto gaggeeffamaa ture irratti mormiifi komii qabu wal tahee dhiyeenyuma kana qaama mootummaati himataa ture!

-Kana irratti akkuma waliif galee komii qabuufi mormii isa ibsateen hanga tokko bu'aa buusee jira!bu'aan tokko tahanii diduufi komii qaban qaama mootummaatti himatuun isaan buusan keessaa tokko dhugaan keenya bahuu qofa osoo hin taane akka ummata Ethiopia hunda biratti hubatamuuf karaa saaqee jira!akkuma kanarratti bakka hunda tokko taane biyya keessaafi alaatti jabeessinee sagalee tokkoon mormaa turre,dubbii ishee keessoo keenya tanas irratti dammaquufi akka hafu gochuu qabna!

-Sunis maali yoo jettanโ€œAkkuma diina ofirraa lollu sanatti ofiif garaa walitti jabaanne rasaasan wal ajjeesuufi wantoota garagaraatin wal miidhuu dhaabuu qabna!โ€wanti kuni waan fokkataafi boodatti hafaa,akkasumaas aadaafi safuu keenya cabsu waan taheef akkuma dhimmoota kaan irratti waloodhan qabsoofne kana irrattis jabeessinee akka nurraa hafu gochuu qabna!ofiin wal ajjeesuun gowwummaafi diina ofitti kofalchiisuu akkasumaas diina ofitti gammachiisuu yoo tahe malee bu'aan isa (%0.001)kanaafuu wanti akkasii kuni akka hafu manguddoonni keenya fi ummanni keenya waloodhan irratti hojjatuu qabna!jaalala, tokkummaafi obbolummaa qofatu nurraa bareeda, isa qofatu nu fayyadas!๐Ÿฅฐโœ๏ธโ™ฅ๏ธ
Mariin marsaa jalqabaa akka hin milkaahin mootummaan ibsa kenneen ifoomse jira!mariin kuni kan marsaa tokkoon xumuramuu miti, kanaafuu mariin marsaa itti aanu akka milkaahu gama lachuu irraa deeggarsa barbaachisu gochuun gaariidha!mariin godhamaa jirtu marii dhimma biyyaati waan taheef waan marsaa tokko qofan dhumatuu miti,kanaaf marsaan itti aanu kan milkiifi gammachuu sabaa keenya haa tahu jenna!
Ibsa garee lachuu dubbistanii waan jiru hubachuu dandeessu!marii marsaa itti aanu rabbiin milkeesse sabaa keenyaf boqonnaa dhuma hin qabne haa kennuu!
Faannoo bakka amma inni irra jiru kanaan kan gahe mootummaadha!jara kana mootummaan tarkaanfii sirriifi isaan madaalu osoo irratti fudhate bakka amma jiran kana hin gahan ture!amma jarri naannoo amaaraa keessatti bakka hedduutti guyyoota muraasa darban kana RIB waliin lola gaggeessaa jiru,keessuma gara shawaa roobiitti jarri humna godhata jira!ammas osoo hin barfatin jara kana irratti mootummaan tarkaanfii sirriifi isaan madaalu yoo hin fudhanne waan kana dura darbe caalaa kan dhuftutu hamaadha!

Jara kana tutuqee itti dhiisa tanaan mootummaan oromoo wallootti rakkoo kanaan durarra adda tahe fiduudha!kuni akka hin taanef ummanni keenya of eeggannoo gochuudhan cinatti tarkaanfii mootummaan jararratti fudhataa jiru kana wantootuma muraasan deeggaruu qaba!fakkeenyaaf sochii jaraa hordofuun eeruu RIB,f kennuufi kan kana fakkaataniin!jarri xiqqooma RIB guyyuma takkaaf of dura siqsinaan wanti ummata keenya mudatuuf jiru salphaa miti!kanaafuu dammaqinaan qa'ee ofii eegatuufi waan jiru hordofuun abshaalummaadha!โœ๏ธ
Namni keenya hanganni shawaa roobiitti dhume,namni keenya hanganni Debra Birhan,itti dhume jechuu dhiifne kana booda namni ilmaan oromoo tahe akka karaa walloo irraa gara Finfinnee shawaa roobii keessan darbuun (qaxxaamuruun)hin deemne keellaan eegu ramadamuu qaba!akkasumaas kan oromiyaa irraa as dhufus akka namni as darbee harka nafxenyoota hin buune gara sanaanis keellaan ramadamuu qaba!yoo akkas goone malee dhumaatiin nama keenya hafaa hin jiru!namoonni waanโ€œSocial Mediaโ€kanarratti jedhamaa jiru dhagahan deemuu dhabu malu!

Garuu yeroo amma kana kan baay'inaan harka nafxenyoota bu'aa jiru ijoollee xixiqqoodha,kan jechuunis ijoollee wamaa waan jedhamaa jiru quba hin qabneedha!kanaafuu qaamni mootummaa kan godina oromoo walloo keellaa daangaarra jechuun asi achi dhumaโ€œWasan Qurqurโ€irratti keellaa yeroo hunda achi dhaabatee namoota keenya akkas garas hin dabarre ittisuu danda'u ramaduu qabu!akkasumaas daangaa oromiyaatiifi naannoo amaaraa sheenaa irratti keellaan nama keenya akka gara walloo as hin dhufne ittisuu danda'u ramadamuu qaba hanga wanti deemaa jiru kuni tasgabbaahe karaa nagaa tahutti jechuudha!

๐Ÿ…’ Facebook koo uggura guyyaa 3 jala jira waan taheef dhaamsa kana Copy godha maxxansaa! Umar Sabaa irraa!๐Ÿ™
Yesterday fourteen wallo oromos were shot dead by amhara armed men in Shola Meda/shewa robit- mafud by checking their ID cards!most of the allocated are in their teens!from these 6 are from jile & 8 are from kemisse & chefa!the DF that is found around shewa robit is not allowed to pick up & give the dead bodies!
Kaabineen lubbuu nama tokkootiif akkasitti gaddaa jirti!sanuu nafxenyaa dhiiga ummata keenya dhangala'aasuu keessatti gahee guddaa qabuuf jecha torban kana guutuu gaddarra turte!isaan asitti namuma harka nafxenyootatiin jarumti galaafateef gadda ta'an!faallaa kanaa immoo jarumti kaabineen gadda ta'afii jirtu kuni ijoollee walloo kan gara oromiyaatti imalaa turan nama 17 konkolaata irraa buusanii bifa suukkaneessaa taheen fixanii jiru!kaabinoota biratti lubbuu ilmaan walloo nama kudha torba(17)sanarra nafxeenyicha jarumaan ajjeefame sanatu gatii qaba!hooggantoota eessaa akka dhufan hin beekneefi eessaa akka jiran of hin beekneetu biyyaafi ummatatti taphataa jira!lubbuu nama 17 gatii dhabsiisanii lubbuu nafxenyichaa tokkootiif gatii kennuu!

Uggum yaa kaabinee!๐Ÿšซ ๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
Uggum yaa bara!๐Ÿšซ๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
Uggum yaa nama!๐Ÿšซ๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž

Waan hoogganaa ummataaf dhimmamu dhabuun nuhi oromoo walloo goote gabrummaan waggaa 100 oromoo hin goone!๐Ÿ‘Ž๐Ÿšซ
Hanga Facebook koo uggura jala deebihuuf waan tokko tokkoof asiin wal agarra sabni koo!

Galatooma!

https://www.facebook.com/profile.php?id=100091121512475
This is the message of the families of their children who were killed by the Amhara terrorist forces!

This message is addressed to the leaders of the wallo oromo region and the federal government!
2024/06/01 00:38:00
Back to Top
HTML Embed Code: