EID MUBARAK,..
Faawundeeshiniin waa islaamaa ayyaana iidul fixr sababeeffachuun Sagantaa Ajaa'ibaa Qopheessee
Channel photo updated
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gaaffiif deebii guyyaa iidaa dirree iidaatti namootaa tokko tokkoo gaafanne
YouTube irraa argachuuf
https://youtu.be/rIdZIF1iiPs?si=0Xom0WNA3Hc4ecyp
Oduu Ammee

Iraan ifaan ifatti Israa’el waliin waraana eegalte.

Gareen Saayibarii Iraan Raadaarii Israa’el haak taassisteetti.
Midiyaaleen hedduun waraanni kun yoo akkanatti kan itti fufu ta'a maqaa waraana Addunyaa sadaffaa jedhu kan wamamuudha
Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin
"Waraanaa kana keessatti Ameerikaan Israa'el yoo deeggarte Raashiyaan Iraan waliin ni dhaabbatti " jedhuun dubbatan
Ameerikaan Turkiyaan Iraan akka tasgabbeessitu gaafatte.

Har'a Ameerikaan Turkiyaan Iraan waraana kana akka hin babal'isne akka dhaabdu gaafatte.

Turkii fi Iraan michuu tarsiimoo osoo hin taane biyyoota michuu ykn biyyoota addatti tokkummaa ijaaraniidha. Amanamummaan siyaasaa Turkii fii Iraaniif kan yeroo dheeraa tureedha turkiin gama kamiinuu waraanaa Iraan Israa'el waliin godhaa jirtu akka deeggartuufii ejjannoo siyaasaa cimaa ta'e akka qabdu himtee jirti.
Masjida wahii keessatti barraa'ee dubbise
Meeshaa waraanaa ulfaataa kanaan dura namni tokkollee itti hin fayyadamne Israa'el irratti ni fayyadamna!

Ministirri Dhimma Alaa Iraan Amiir Abdullaahii
amma ibsa laataniiru

Ibsa kana keessatti Iraan haaloo ba’uu kan biraa Israa’el irratti raawwachuuf qophii ta’uu ibseera. Haa ta'u malee Amiir Abdullaahiin marsaa kana irratti haleellaan nuti goonu akka isa duraa osoo hin taane, rukuttaa baay'ee nama dhukkubsu fi cimaa ta'a jedheera. Iraan meeshaa niwukilaraa kanaan dura itti fayyadamtee hin beekne Israa’el irratti akka fayyadamtu beeksifteetti.
Raashiyaan gama biraatiin ibsa har’a kenniteen Iraan ofirraa ittisuuf mirga guutuu akka qabduu fi Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keessatti Iraan ittisuufi deggersa jetteetti.
https://www.tg-me.com/waislaama1
Ariifachiisaa |
Chaanaalii Israa’el 13: Jalqaba waraanni kun irraa eegalee namoonni madaa’an 7,200 kutaalee deebisanii dhaabuutti kan galfaman yoo ta’u, isaan keessaa harki sadii deebii saayikoloojii horataniiru
Hogganaan Ministeera Ittisa Niwukilaraa Iraan:

"Israa'el dhaabbilee niwukilaraa keenya haleeluuf yoo yaalte meeshaa waraanaa sadarkaa olaanaa qabuun deebii kennina, kunis deebii seenaa keessatti galmaa'u ta'a."
Oduu injifannoo

Israa'el Iraan irraa haloo baha jechuun diroonifii misaa'elli isiin ergite guutumaan guututti fashalaa'eera!

Har'a ganama dirooniin Israa'el buufata waraanaa Iraan Isfahaan keessa jiru haleeluuf ergite salphaatti ittisa qilleensaa Iraan dhukaafamee osoo miidhaa tokkollee hin geessisin kuffifameera.
Iraan misaa'ela farra misaa'elaa naannoo qilleensaa ishee eegu of eeggannoodhaan dhaabdeetti.
Ajaa'iba moluu ( Malaaxaa) kana beektuu ??
👉 Biyya Magribitti Moluun Faaya dhiiraati jedhama 😁
👉 Biyya Turkimaanistaanitti Namni dubartii lamaaf isaa ol fuuchuu danda'u nama mataan moluu taheedha 😁
👉 Biraazilitti Dubartoonni bifa qaban kaadhimmattoota isaanii   rifeensa mataa isaanii adda qaqqabanii ilaaluun yoo rifeensi isaanii gobbuu ta'e dhiironni sun dhiirummaa guutuu akka hin qabnetti ilaalu rifeensi gobbachuun dubartootaaf malee dhiiraaf miti waan taheef
👉 Ozbikistaanitti Dhiironni moluun mahrii malee fuudhu 😁
👉 Arjeentinaa keessatti Dubartiin dhiira moluutti heerumte Sayyida magaalaa isii taati 😁

👉 Awustiraaliyaa keessatti dubartiin tokko jalallee moluu qabu yoo argatte abbaa warraa ishee dhiiftee isa bira deemuu mirga qabdi 😁

👉  Biyya Fiinlaandaa Yuunivesity tokko  keessatti milkaa'inni dubara tokkoo qabxii gaarii galmeessite osoo hin taane Jaalallee moluu isiin argatteeni
Biyya keenyattihoo namni molaaye ..........yaada keessan commenti jalatti guutaa
 
Hogganaan nageenya waraanaa Israa'el lammiilee haleellaa irraa eeguu waan hin dandeenyeef aangoo gadhiise

Haamaas Onkoloolessa darbe Israa’el irratti haleellaa tasa erga baneen booda waraanni ka’e lammiileen biyyattii hedduun midhamni irra gahee ture
Hamaas kibba Libaanositti waraana Israa’el haleelaa akka jiru ibseera

Guraandhala darbe Israa’el haleellaa xiyyaaraa Beerut keessatti raawwateen itti aanaa hogganaa siyaasaa Hamaas Saaleh al-Arorii ajjeestee turte sanumaan walqabatee yeroo Amma kana kibba libaanos keessatti haleella laallessa waraanaa israa'el irraatti gaggeessaa jira.
Maddii:https://bit.ly/3xUtI3h
Turkiin guutuun guututti Israa'el irratti uggura daldalaa goote

Bloomberg har’a akka gabaasetti turkiin Erdogaan Israa’el irratti qoqqobbii bal’aa kaa’uu ishee ibsameera. Ministirri Dhimma Alaa Israa’el Israa’el Katz qoqqobbii Turkii hordofuun Israa’el miidhaa dinagdee hamaa akka irra ga’u ibsuun, Israa’el qoqqobbii Turkii kana furuuf filannoo fudhachuu qabdi jedhan.

Kana malees Turkiyaan biyyi oomisha gara Israa’el geejjibsiisu fi oomisha Israa’el irraa gara biyya biraatti geessu kamiyyuu buufata doonii Turkii fayyadamuu akka hin dandeenye beeksisteetti.

Akkasumas Turkiyaan dooniiwwan gara Israa’el imalanis ta’e xiyyaaronni gara Israa’el balali’an lafa galaanaa Turkii fi naannoo qilleensaa Turkii fayyadamuu akka hin dandeenye beeksifteetti.

Turkiyaan Afriikaa Kibbaa waliin gamtaadhaan Israa’el loluufis murteessiteetti. Erdogaan tokkummaa Falasxiinotaa fiduuf hojjechaa kan jiru yoo ta’u, gama siyaasaatiin Hamaas cimsuuf hoggantoota Hamaas waliin gadi fageenyaan mari’achaa jira.
2024/05/04 10:20:01
Back to Top
HTML Embed Code: