Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbu Tech
Tilmaamaa badhaafamaa UEFA Nations League! SPAIN Vs FRANCE Edit Yeroo 2 barreessuu Tilmaami Tapha Guutuudha(Daqiiqaan ni dabalama taanan) 50 birr Mobile Card For 1 Person Carraa Gaarii!
Ohh Tilmaama Tapha kanaa namni kamuu hin arganne

Guyaya 2 booda Final Tapha Portugal fi Spain qaban irratti haala fooyyahaa taheen bareechinee dhiyeessina
Market is bleeding 📉📉📉
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
$SUI🔽🔽🔽
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
When market is bleeding look RVN token😁
🟢ONE FOOTBALL New TASK reward 300 balls
$BLUM snapshot tahuuf guyyaa 1 qofatu hafe waan hin xumurre yoo jiraate ammuma xumuraa, kanneen MP trade hin goone TON bitachuun trade godhaa TON bitachuuf @Abi_Jss dubbisaa
Guys yeroo ammaa blum MP kennaa akka hin jiru Snapshot dhaaf guyyaa 1 qofatu hafee jira....Kana dura Video haala salphaan isiniif kenninee turre amma garuu trade gochuu malee Mp kennaa hin jiru....Guyyaa 1 kana keessatti Waan kana irratti update yoo arganne dafnee isin beeksisna...Waahee kanaa irratti blum official dhan waan jedhan hin qaban....obsaan nu eegaa....waan isin fayyada jennee yaadne kamuu nii fidna
Memepoint Namoonni hin qabne garuu kana dura Proof of Activity gootanii yoo jiraattan eligible ni taatu

Sybill check Namoonni form guuttanii jirtan Snapshot booda ni ilaalamuu dandaha....hanga ammaatti Form guutee kan deebii argate hin jiru kanaaf form keessan guutaa....Nama 2 invite gochuu garuu hin dagatinaa


Carraa Gaarii hunduma keessaniif❤️
Forwarded from Abbu Tech (Abi Jss✟)
All Blum Video Codes

#Reminder
Snapshot Guyyaa 2 tu hafe!

✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
GM Guys 😌
2025/07/07 20:12:50
Back to Top
HTML Embed Code: