Telegram Web Link
Good Morning Fam
2
Blum Listing ….Tommorow

Gatii gaariidhaan waan List tahu fakkaata, garuu baayyee ol kaastanii Expect hin godhinaa!

Carraa Gaarii hundumaaf❤️
13👍2
Binance will Delist

'n ALPHA
'n BSW
'n KMD
'n LEVER
'n LTO
on 2025-06-26
7
Namoonni Binance verified tahe qabdan Quiz kana hojjechuun $INT 1 (0.4$)😁 hin tuffatinaa earn godhadhaa.

Quiz kana xumurtanii booda guyyaa 2 booda reward keessan isin qaqqaba.

Haala itti hojjetan kan isiniif hin galle yoo jiraate comment jalatti barreessaa
👍95🔥1
Haalli itti hojjetan kan isiniif hin galle yoo jiraate screenshot kana ilaalaa.
6
Guys Giveaway xiqqaa isiniif qopheessina qophaahaa.

Yoo like 15+ ol argate qofa.
29🔥4👍3💔2
Mobile card abbaa 25 nama 1f😁.
👍12🆒21🤩1💔1
Be ready...
13👍4🆒2
Nama jalqaba irratti comment jalatti
Abbu Tech

Jedhee barreessetu badhaafama.
🥰5👍21
Abbu Tech
Nama jalqaba irratti comment jalatti Abbu Tech Jedhee barreessetu badhaafama.
Kan mo'ate @amzee_1 dha.

Keessaan na dubbisi
@dero_tk
2👍2😱1💔1
2025/07/09 18:53:05
Back to Top
HTML Embed Code: