Warri Binance qabdan ammuma seenuun bakka "more" jedhu tuquun "Learn & Earn" kan jedhu filattu sana booda quiz WTC(Wallet Connect) hojjechuun reward argadhaa.
Deebii isaa guutuu suuraa irraa ilaaluu dandeessu!
Free 2 USDT!🍻
Deebii isaa guutuu suuraa irraa ilaaluu dandeessu!
Free 2 USDT!🍻
Abbu Tech
Photo
Yommuu "Learn & Earn" kan jedhu bantan "404 page not found" isiniin jedha kanaaf irra deeddebi'uun yaala isiniif dhufa.
Enjoy 🥂
Enjoy 🥂
Abbu Tech
Photo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf, baga Ayyaana Iid al-Adha (Arafa) bara 1446ffaa nagaan geessan jenna!
Ayyaanni kun kan nagaa, fayyaa, gammachuu akka isiniif ta'u hawwina!
Ayyaana Gaarii!
#eidMubaarak!
Admin Abbu Tech irraa...!❤️
Ayyaanni kun kan nagaa, fayyaa, gammachuu akka isiniif ta'u hawwina!
Ayyaana Gaarii!
#eidMubaarak!
Admin Abbu Tech irraa...!❤️
Tilmaamaa badhaafamaa
UEFA Nations League!
SPAIN Vs FRANCE
Edit❌
Yeroo 2 barreessuu❌
Tilmaami Tapha Guutuudha(Daqiiqaan ni dabalama taanan)
50 birr Mobile Card For 1 Person
Carraa Gaarii!
UEFA Nations League!
SPAIN Vs FRANCE
Edit
Yeroo 2 barreessuu
Tilmaami Tapha Guutuudha(Daqiiqaan ni dabalama taanan)
50 birr Mobile Card For 1 Person
Carraa Gaarii!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbu Tech
Tilmaamaa badhaafamaa UEFA Nations League! SPAIN Vs FRANCE Edit❌ Yeroo 2 barreessuu ❌ Tilmaami Tapha Guutuudha(Daqiiqaan ni dabalama taanan) 50 birr Mobile Card For 1 Person Carraa Gaarii!
Ohh Tilmaama Tapha kanaa namni kamuu hin arganne
Guyaya 2 booda Final Tapha Portugal fi Spain qaban irratti haala fooyyahaa taheen bareechinee dhiyeessina
Guyaya 2 booda Final Tapha Portugal fi Spain qaban irratti haala fooyyahaa taheen bareechinee dhiyeessina
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM