Telegram Web Link
Hojii barbaadaa jirtuu? 🤔🤔
Marsaa meeqa vacancy apply gootanii "maafan waamamuu dide?" Jettanii of gaafattanii beektuu? Rakkoon isaa CV isa form isaa dulloome waliin rakkachaa jirtu taha. Cv bareedaa ergaa guutuu waa'ee keessan dabarsu hinqabdan taha.

Maarree dhaabbata garaagaraa irraa #vacancy yeroo bahu, curriculum vitae (CV) keessan bareedaa miti taanan carraan isin hojii sana dorgomuuf qabdan muraasa. Bareeddinnii fi ergaan CV keessan dabarsu isaanitti hin tolu taanan Calalitti isin hin dabarsan.

Kanaafuu CV bareeda taheef Modernize tahe hojjchiifachu warra barbaaddan nuti ergadhaa. Gatii salphaan style ajaahiba taheen isiniif hojjenna.

Karaa Telegram kanaan nu dubbisaa
https://www.tg-me.com/CvCreate1
https://www.tg-me.com/CvCreate1
Abbu Tech
Hojii barbaadaa jirtuu? 🤔🤔 Marsaa meeqa vacancy apply gootanii "maafan waamamuu dide?" Jettanii of gaafattanii beektuu? Rakkoon isaa CV isa form isaa dulloome waliin rakkachaa jirtu taha. Cv bareedaa ergaa guutuu waa'ee keessan dabarsu hinqabdan taha. Maarree…
Hubannoo gabaabdu

Marsaa meeqa vacancy apply gootanii "maafan waamamuu dide?" Jettanii of gaafattanii beektuu? Rakkoon isaa CV isa form isaa dulloome waliin rakkachaa jirtu taha. Cv bareedaa ergaa guutuu waa'ee keessan dabarsu hinqabdan taha. Yookiin kanuma hiriyyaa kee irrqq Copy isaa garagarchitee baatte deemta taha.

Maarree dhaabbata garaagaraa irraa #vacancy yeroo bahu,  curriculum vitae (CV)  keessan bareedaa miti taanan carraan isin hojii sana dorgomuuf qabdan muraasa. Bareeddinnii fi ergaan CV keessan dabarsu isaanitti hin tolu taanan Calalitti isin hin dabarsan.

CV cimaa akka gaariitti qindaa’ee, dubbisuuf salphaa, dandeettii fi muuxannoo barbaachisaa ta’e kan calaqqisiisu ta’uu qaba.  Cuunfaa ogummaa, barnoota bal’aa fi seenaa hojii, dandeettii, fi odeeffannoo quunnamtii of keessatti qabachuu qaba.

CV kee dogoggora qubee fi seerslugaa irraa bilisa ta’uu isaa mirkaneessuu qabda.

CV haala gaariin caaseffame  dhiyeessuun barbaachisaa dha.  Barreeffamni kun odeeffannoo dhuunfaa, seenaa barnootaa, muuxannoo hojii, dandeettii fi wabiiwwan kee bal’inaan ibsuu qaba.  Hojjechiistotaaf ilaalcha waliigalaa gahumsaa fi muuxannoo hojii ati irratti dorgomtu waliin walqabatu ni kenna.

Kanaafuu CV bareeda taheef Modernize tahe hojjchiifachu warra barbaaddan nuti ergadhaa. Gatii salphaan style ajaahiba taheen isiniif hojjenna. Dhugaa dubbachuuf hangaa yaadanii olitti qindeessinee isiniif hojjenna!

Karaa Telegram kanaan nu dubbisaa
https://www.tg-me.com/CvCreate1
https://www.tg-me.com/CvCreate1
Today’s Ari Wallet & Xenea Wallet Quiz Answers – June 20

🔸AriChain ➜ Answer: B

🔸Xenea➜ Answer: option
4
Humanity Protocol

Palm Verification [Important]

Download App:

Android
IOS

Dashboard Humanity wajjin Connect godha

App isa irati deebi'uun Harka keessanin Verify godha
#OroArsenal |Deeggartoota Kilaabaa Arseenaal hundaaf:

Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa Arseenaal hundaa ni argattuu.

Itti dabalamaa(JOIN)!👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAFb8UYDIW31McnqHjA
June 20: 2025
⚕️Marina protocol & Spurpro daily quiz ⚕️

✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Obboloonni keenya guyyaa har’aa university garagaraa irraa eebbifamtan baga Gammmaddan🎊🎉
Beamable Network

Supporter Box Claim godha
#ARIWALLET
#XENEA
#MARINA
#SPURPRO

🗓June 14

Xenea's answer is B.
Ari wallet answer C
Marina's answer is A.
spurpro's answer is c


✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Good Morning Family!❤️
Today’s Ari Wallet & Xenea Wallet Quiz Answers – June 20

🔸AriChain ➜ Answer: B

🔸Xenea➜ Answer: option 1
June 22: 2025
⚕️Marina protocol & Spurpro daily quiz ⚕️

✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/04 14:22:06
Back to Top
HTML Embed Code: