Guys bor ganama sa'atii 3 booda Tapha Chelsea fi PSG namoota tilmaama sirrii argatan shaniif mobile card birr 50 ni badhaasna namoonni hirmaachuu barbaaddan itti fayyadamaa!
Bor Ganama Maxxansa sa'atii 3 eeggadhaa!
Bor Ganama Maxxansa sa'atii 3 eeggadhaa!
❤19👍5🥰1👏1
Abbu Tech
Taker Update.... TGE & LISTING Q3 Q3 jechuun jia itti aanu (JULY )dhuma.
TAKER UPDATE
Discord seenaa Wallet Submit godhaa
👉 Go to: https://discord.gg/taker
👉 Enter EVM wallet
👉 Submit
Discord seenaa Wallet Submit godhaa
👉 Go to: https://discord.gg/taker
👉 Enter EVM wallet
👉 Submit
❤4👍2👏2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3👍2👏2🔥1
Chelsea
Edit
Yeroo 2 barreessuu
Tilmaami Tapha Guutuudha(Daqiiqaan ni dabalama taanan)
50 birr Mobile card [Nama 5]
Carraa Gaarii!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
3❤24👍8🔥2👏2😱1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3👏3❤2🎉2
Abbu Tech
Taphichi 3fi0 dhaan olaantummaa cheelsiin xumuramee jiru Deeggertootni chelsea kanneen channel keenya hordoftan baga gammaddan!
Badhaasicha namoota badhaafamuu qaban ilaallee ni badhaasna
Hubachiisa: comment erga taphni eegalee barreeffame hin fudhannu!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
9❤13🥰2👏2
Abbu Tech
Hmmm Namni Cheelsiin ni moo'ata jedhee tilmaamu tokko akkamitti dhiba?😁
Comment 200 ol keessa tilmaami sirriin 1 illee hin jiru😭😁
Comment 200 ol keessa tilmaami sirriin 1 illee hin jiru😭😁
🤩21🕊2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4❤1
Binance irratti qofa wal hin hatinaa pls yaa ilmaan ethiopia...😂
Order goonaan kaffalaa...sinii kaffalmnaan gad dhiisaa! Kana tahuu baannaan Keniyaa galla😁
Hunduma akka nurratti hin cufsiisne😊
Order goonaan kaffalaa...sinii kaffalmnaan gad dhiisaa! Kana tahuu baannaan Keniyaa galla😁
Hunduma akka nurratti hin cufsiisne😊
❤12🤩5💔3
Guys Bybit P2P cufamuu isaaf of eeggannoo homaatuu isin hin barbaachisu Waan isin miidhus hin qabu bakka kanatti kan miidhamu warroota bybit irratti P2P hojjetanidha! Kan isaaniis miidhama hin jedhamu gara exchange biraa deebiihuu dandahu...P2P exchange irraa bu'uun gatii usdt akka dafee hin daballe gochuu dandaha kanaan ala dhiibbaa biraa hin qabu
Bybit irraa gara Exchange kan barbaaddan erguu dandeessu..aliexpress irraas waan feetan bitachuu inuma dandeessu!
Bybit irraa gara Exchange kan barbaaddan erguu dandeessu..aliexpress irraas waan feetan bitachuu inuma dandeessu!
❤12👍2🔥2
Hello Fam!
Ali Express akka bakka bu'uutiin channel garagaraa kan banamanii jiran callistanii hin amaninaa
Ali express irraa qodaa bitachuu yoo barbaaddan kallattiimaan App isaanii Playstore ykn Appstore keessaa buufachuun itti fayyadamaa!
Stay safe!

🔥8👍4❤3