Akkam Jirtu Maatiin ABBU TECH!
Maaloo osooma ariifattanii maxxansa kana dubbisaa… harra akka itti jirru ni beekna kan borii immoo Waaqa(Rabbi) qofatu beeka!

Haati keenya suuraa irratti argitan Kun dhukkuba garaagaraa hedduudhaan dhukkuffataa jirti kana irraan mana keessa jiraattu hin qabdu manni suuraa irratti argitan kun guyyaa muraasa dura dha kan haaluma kanaan illee ijaarame.. dura mana honaa suuraa irrati argitan kana keessa jiraatu turan… haati keenya kun Waan ittiin jiraattu tokko illee hin qabdu kana irraan immoo haadha daa’imman 6 dha!

Abbaan mana ishee illee dhukkuba garagaraa waan dhukkuffatuuf hojii guyyaa guyyaa illee hojjechuu hin dandeenye!
Haadhi keenya kun kan jiraattu Magaalaa Shaashamannee keessadha Video guutummaa isaa haala rakkoo isaanii deemnee ilaaluun baayyee nu gaddisiisee videon waraabamee ture sababa MB isaa baayyee guddatuuf yeroof as irra maxxansuu hin dandeenye!

Yaalii torbee 1 booda haadha keenya kanaaf amma account’n maqaa isaaniitiin banameefii jira!

Namoonni isinitti dhagaa’amee gargaaruu barbaaddan Account kanaa gad jiruun gargaaruu dandeessu!

Namoonni gargaaruu hin dandeenye immoo Maxxansa kana share gochuun waanuma dandeenyuun haadha keenya kana haa gargaarru!

🏦Baankii Daldala Ethiopia
🔄1000705776427
👤Shagule Bude Amadu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
HAPPY NEW WEEK FAM💫🤗
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
NodeGO pre market price
Ari and xenea wallet today's quiz
Not pixel Listing MEXC Tomorrow 🔥
Coresky TGE on July 21

✌️GM
#ARIWALLET
#XENEA
#MARINA
#SPURPRO

🗓July 1

Xenea's answer is A
Ari wallet answer C
Marina's answer is C
spur pros answer is D


✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
▫️Notpixel listed on MEXC
🔸#Binance_Red_Packet

🔸Namoonni Binance verified tahe qabdan carraa keessan yaalaa.
Link gadii tuquun gara Binance isin geessa sana booda bakka claim jedhu tuquun $0.5 - $5 argachuu dandeessu yoo carraa keessan tahe.

🔸Isinis yoo nama 1 afeertan carraa dabalataa 1 argattu.

🔗Link:
https://app.binance.com/uni-qr/E6B9jFaA?utm_medium=web_share_copy
GM guys😁
XENEA and AriChain daily quiz answer.
Scam Alert!

Callistanii Group keessan Nama hundaatti dursitanii owner hin dabarsinaa...!

Namoonni baayyeen channel kanaan akka hataman na beeksisaa jiru!
Hello Fam

Old group kan bara 2022(jia hunda) 2024 immoo ji'a january keessa baname bituu jalqabneerra.


@Abi_Jss✔️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
BITCOIN hits :- $109,000 🔥
Good Morning Family❤️
2025/07/03 08:50:30
Back to Top
HTML Embed Code: