Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan “Rakkoon Itoophiyaa kan nuti yeroo ammaa irratti xiyyeeffanneedha. Keessattuu waan Tigraay keessatti tahaa jiru. Odeeffannoo amanamaa qabnu irraa kan argaa jirru sarbama mirgoota namoomaa fi gidiraa achitti itti fufee raawwataa jiru. Bilbilaan Abiyyii fi hoggantoota naannoo fi Afrikaallee haasofsiisee jira. Yaaddoon Abiy waa’ee TPLF qabu naa gala. Tahullee wanti Tigraay keessatti tahaa jiru jijjiiramuu qaba. Tigraay keessa seenuu qabna. Hojjattoota dhaabbilee namoomaatiif kan biroof karaan saaqamuu qaba. Ummatni nagayaan jiraachuu isaa mirkanaa’uu qaba. Waraanni Eertiraa fi Milishaan Amaaraa Tigraay keessaa bahuu qaban. Humni biraa kan duguuggaa sanyii nuti Lixa Tigraay keessatti argine san hin raawwanneen bakka buufamuu qabu”
@abdataa3
@abdataa3
Mahammad Deeksisoo amma ammoo ajjeechaan himatame. Mee rabbi sodaadhaa namni kun mic qabatee Free Jawar, Free All Oromoo political prisoners, Justice for Hacaaluu jedhe akkamitti nama ajjeese? Jechuun ammoo akka heerri biyyattii kaayutti mirga isaati. Dhoorgaa miti. Dhihoo ammoo wabiin akka hiikamu manni murtii ajajee ture. Shimallis Abdiisaa hayyamu malee gadi hin dhiifnu jedhanii turan. Amma isatu kanaan himadhaa jedhe moo akkam dubbiin?
Lubbuu tee biti
●Abdalah ilma abbas akkana jadhe ,jedhanii jiran ergamaan rabbii
(qananii lamarraa dagataa dh irra hedduun namaa, fayyaa qabaatuu fi nagaya qabatuu) bukarii
●tola rabbi sitti oole hin dagatin Yeroo qabdutti fayyadamii lubbuu keetif waa ol kaayadhu kan guyyaa booda itti fayyadamtu , guyyaa gaabbin of duuba nama hin debisne kan kaafirri biyyee ta'uu hawu .
●Rabbin guyyaa san irraa akkana jedhee nuuf hime
(يوم لا ينفع مال ولا بنون الا من اتي الله بقلب سليم)
( guyyaa hin fayyane qabeenyi fi ilmaan nama gara rabbii isaa dhufe malee qalbii nagaa batuu taateen ) .
-osoo wayta wada'atu mixii takka bishaan jalaa baftee rabbiin biratti hin baddu .
-osoo huura takka masjida kessaa baftee rabbi biratti hin baddu
- osoo subhaana allah jettee hin baddu rabbi biratti
-Osoo fuula obolleesa keetii kessatti seeqatte hin baddu
-balballi kayri ittin dalaydu hin lakkaayamtu .
(وعلى الأعراف رجال)
(Gaara a'araaf irra dhiirotiitu jira jedha rabbiin.)
Maaltu achi isaan dhaabe beytaa gaarii fi hamtuu isaaniitu walqixaaye .
⛧ Kabajamoo obboleewwan kiyya waan dandetaniin rabbi sodaadha.
اللهم بلغنا رمضان آمين

#Heeloo jachuun maal akka jachuu taate ni baytanii ?
Dhiiroo Heeloon tun eenyu ?
Heeloon jacha ittiin nagaya wal gaafatan osoo hin tahin maqaa namaati.
Maqaa Namittii Maargriit Heeloo ja'amtuuti. Isiin tun jaalallee qaallicha bilbila yaroo jalqabaatif tolchee Girhaam Beliiti.
Eega bilbila tolchee fixe booda jachaa yaalii #Heeloo jachuun maqaa jaalallee isaa yaame.
Kanaafu Heeloo jachuu dhiisaati hoggaa bilbila kaastan maqaa jaalallee teessanii. 😜😜😜 dhiifama (maqaa jaartii jachuu kiyya ) teessanii yaamaa osoon isiniin ja'e maal naan jattan ⁉️⁉️

Forwarded from QUBE JENRATION(DQ) (Ā/műhšēň)
Jiruu ofii jiraachuu hin dadhabne haqa ummata isaaniitiifi dachii isaaniitii ka akkanatti foon irra dhumee lafee ta'an
Homaa miti ima dabarti falmattoota koo
@dhalota_qube
@dhalota_qube
Homaa miti ima dabarti falmattoota koo
@dhalota_qube
@dhalota_qube
#UPDATE
Namoota Mohaammad Deeksisoo waliin hdhamanii galmee tokkotti himataman keessaa Dr Wandimmuu Laggasaa kaleessa Bitootessa 10 bara 2013 mana hidhaarra gadhiifamaniiru. Haata'u malee eebbifamtoota Yunivarsiitii Jimmaa kan turan Mohaammad Deeksisoo fi Mulgeetaa Shittoo akka hiikaman manni murtii ajajuus ammallee mana hidhaatii hin gadhiifamne.
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa dhimma hidhamuu Mohaammad Deeksisoo faa ilaalchisee yeroo lammataaf ibsa guyyaa lama dura baaseen, Manni Murtii Aanaa magaalaa Jimmaa Mohaammad Deeksisoo fi namoota lama galmee isaatin himataman hidhaarra akka hiikaman dhaddacha Bitoteessa 07/2013 ALI ooleen kan ajaje ta'uus ammallee hidhaarra jiraachu isaani ibsuun, hatattamaan mana hidhaati akka gadi lakkifamanii fi ajaja mana murtii akka kabajamu hubachiiseera.

#BatteeUrgeessaa
Itti gaafatamaan Sab-qunnamtii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) obbo Battee Urgeessaa har'a Bitootessa 11 bara 2013 ALI hidhamtoota dubbisuuf magaalaa Buraayyuu bakka deemanitti qabamanii hidhamu isaani dhaga'ameera. Hanga ammaatti sababa ittiin hidhaman qaama isaan hidheerra waan ibsame hin jiru.

Liyyuu Haylii naannoo Amaaraa narraa hin tuqinaa kan kooti jechaa jira Abiy Ahmad. Haasofni isaa akka armaan gadiiti.
“Ergamni itti kennamee humna wareegama kaffalaa jiruun akka humna badiitti ilaaluun sirrii miti. Liyyuu Hayliin naannoo Amaaraa kan du’aa jiruuf ergama mootummaan itti kanne bahachuuf jecha. Mootummaan yoo barbaade humna addaa naannoo Amaaraa kana hanga daangaa Jijjigaattis bobbaasuu danda’a”

ODUU GAARII
Akka seenaa baha Afriikaatti yeroo jalqabaatiif Pirezidaantii Dubartii kan taate Saamiyaa Suluhu Hasan Pirezidaantii biyya Taanzaaniyaa ta'uun muudamtee jirti.
Sirna kakuu ishees qur'aan rabbiitin raawwatte.
Maashaa Allaah!
Congra Bara hojii gaarii siif hawwina!!
#Tanzania

Maqaa Oneg-shanee jedhuun ummatni keenya fixaa jiru jedhee miseensi paarlaamaa dubbannaan “Oneg-shaneen diina ummata Itoophiyaati” jedhe Abiy. Summii guddaa facaase. Ummatni Walloo Oneg-Shanee dha jechuuf akkasitti lolee Oneg-shanee jedhee balaaleffate. Irra dabree liyyuu haylii Amaaraa faarse. Oneg-Shaneen diina Itoophiyaati jechuun Oromoon diina Itoophiyaati jechuudha. Summiin Abiy facaasaa jiru waan akka salphaatti ilaalamuu qabuu miti!
Ferhan Abdulselam
Ferhan Abdulselam
Hogganaan biiroo bulchiinsaafi nageenyaa Oromiyaa Jibriil Mohaammad kan jedhuu fi wanti Abiy Ahmad paarlaamaa keessatti dubbate wal faallessa.
Jibriil Mohaammad BBC irratti
"Biyya sirna federaalizimiin bultu akka Itoophiyaa kana keessatti caasaan nageenyaa naannoo tokko dhimma naannoo kaanii keessa akkamiin seena? Yoo rakkoon humnaa olii jiraatellee humna nageenyaa federaalaati malee kan seenu, hidhattoota naannoo biraa miti” jedhe.
Abiy ammoo Liyyuu Haylii Amaaraa bakka barbaanne geessuu dandeenya jedhe.

#EthioEritrea
"Marii Pirezdaant Isaayyaas Afawarqii waliin gooneen loltoonni Eertiraa daangaa Itoophiyaa gadhiisanii akka bahan waliigalleerra" - MM Abiy Ahmad

Waggoota hedduu Jawar waliin dalage keessatti takkaa Jawarii saboota biroo irratti nama kakaasu dhagayee hin beeku. Faallaa kanaa “saboota nu keessa qubatan kunuunsaa” jedha yeroo hunda. Amma nama “dhalattootni Saba Amaaraa akka haleelaman gootee jirta” jedhanii mana murtii dhaaban. Himata kana finxaaleyyii Amaaraatuu irratti bane. Jawar nuuf haa hidhamu, nuuf fannifamu warra jedhu santu himataa jira. Cubbuun bara Abiy hojjatamaa jiru kun adda. Dunuunfatanii kijibuu fi kijibaan nama himachuutti warra hin qaanofne
Iccitiin keessoo Paartii Biltsiginnaatii miliqee bahe akka agarsiisutti leenjii torban dabre kana kennaa turan keessatti qoqqoddaan dabballoota bilxiginnaa gidduutti uumamuu agarsiisa.
Gaafiiwwan leenjicha irratti ka’an keessaa muraasni:
- Nuti haga yoomiitti ummataan walitti buunee jiraachuu dandeenya?
- Paartileen Oromoo kanneen akka KFO waggaa dheeraaf filannoo nu waliin dorgomaa turan akkamitti yeroo kanatti filannoo keessaa bahuu danda'an?
- Dhimma Jawaar Mohammad faa irratti waan nuti jennu Ummanni amanaa hin jiru waan taheef maal gochuu qabna?
- Nageenya ummataa mirkaneessuu moo filannootu dursa?
- Paartiin keenya gaaffii bu'uuraa kan tahe dhimma Finfinnee maaliif baqata?