#Gaaffii!
Hojii Gaazexeessummaa keessatti, Gaazexeessaa/ssituu Afaan Oromoo nama cimaa/mtuu fi dinqisiifattan mee barreessaa... #Gaazexeessaa/ssituu jabaa/duu qabnaa laata? Gaaffichi Gaazexeessaa/ssituu jabaa/duu oduu sirnaan qindeessuudhaan akkaataa salphaan Ummatni hubatuun dhiyeessuun beekamu adda baafachuu fi beekamtii kennuufiif....
Gaazexeessitoota Oduu dhiyeessan irratti xiyyeeffannoo kennaa....

Hubannoo #AI - Ni barbaadduu?
Kutaa 1ffaa - Barreeffama dheeraa - Halkan sa'aatii 4tti eeggadhaa
Telegiraama www.tg-me.com/abdisabancha

Artificial Intelligence (AI) jechuun: Dandeettii ykn Qaroomina ykn Sammuu Namtolchee jennee waamuullee dandeenya!
Kunis Dandeettii/qaroomina meeshaan/miini elektirooniksii/koompitaraa tokko akka namaatti yaaduu, murteessuu, rakkoo furuu/fala barbaaduu fi of irraa barachuu danda’u ...fikkf jechuudha.
Kana jechuun, meeshaan/miini elektirooniksii/koompitarri:
- Akka namaatti yaaduu ni danda’a.
- Waan arge irraa barachuu ni danda’a.
- Waan beekurraa ykn Yaada ofii irraa ka'ee murteessu ni danda’a... akka jechuuti
Artificial Intelligence (AI)(Dandeettiin/Qaroominni Namtolchee)
- Yaadni bu'uuraa qorannoon kan dhiyaate Bara 1950 yoo tahu, Hanga Bara 2000tti xiyyeeffannoo guddaa fi fedhii mootummoota irraa hin arganne ture.
- Bara 2000 booda – Ce'umsa Guddaatti tarkaanfate. hojiileen tokko tokko hojjatamanii muldhachuu eegalan
- Kana booda meeshaan/miini/koompitarri fa'a deetaa keessa jiru irraa hubachuu/barachuu[Machine Larning] eegalame.
Fkn: Waan dura ..👇🏽👇🏽
https://web.facebook.com/share/p/1CZ8vg9ZaZ/

Artificial Intelligence (AI)(Dandeettiin/Qaroominna Namtolchee): Kutaa-2ffaa
Kutaa-2ffaa:- Waa'ee meeshaan/miini/koompitarri fa'a deetaa keessa jiru irraa hubachuu/barachuu[Machine Larning] - ilaalla.
Meeshaaleen/Miini/Koompitarootni odeeffannoo irraa ofumaa barachuu danda’uu yeroo jalqabaniidha. Kun ammoo akkuma ilmi namaa waan argan irraa waa baratan wajjiin kan walfakkeesse yoo tahu Dandeettiin/Qaroominni Namtolchee ilma namaa bakka bu'ee akka hojjatu kallattii kan akeeke ta'e.
Kunis Artificial Intelligence (AI)(Dandeettiin/Qaroominni Namtolchee) akka jabaatu bu'uura kaaye. Meeshaan/miini/koompitarri tokko odeeffannoo tokko irraa barachuu akka danda'u yeroo mirkanaayu maloota 3n barachuu/hubatuu akka dandamu irra gahame. Isaanis:
1) Tooftaa Ogeessaan durfameen(Supervised ML Learning): Ogeessatu dursee kallattii agarsiisaaf - Kunis tooftaa gaaffii fi deebii, tooftaa-gaaffii fi ibsa gaafachuutiin haala ogeessi barsiiseen kan baratu yoo tahu...
2) Tooftaa deeggarsa Ogeessaan-alaa(Unsupervised learning)- Meeshaan/miini/koompitarri deeggarsa ogeessaatiin ala ofumaa odeeffannoo dura qabu ykn waan beeku ykn waan dhagaherraa baratu... yoo tahu raawwiin as keessatti raawwatamu ykn falli/furmaanni kennamu irra caalaa tilmaamaa fi waan itti fakkaate irratti hirkata.
Haala kanaan bu'aa argamu yeroo madaalamu yeroo Dandeettiin/Qaroominni Namtolchee kun deebii sirrii hin taane deebisan dogoggora akka tahe yeroo itti himamu deebii sirriidha jedhamee itti himamu irraa barachuun sirreeffama taasisaa kan adeemu ammoo Tooftaa 3ffaa(Reinforcement Learning) jedhamee ramadama. Fkn: Robotii konkolaataa ofiin oofu (self-driving) fa'a.
Kutaa-2ffaadha, Kitaaba kiyya hin maxxanfin(Barnoota TQO Ammayyaa(2nd Edition)) - keessaa gabaabsee baase, Kutaa 3ffaa: Deep Learning fi Neural Networks — sammuu-namtolchee fakkaatu ijaaruu irratti xiyyeeffanna.
@abdisabancha