Ibsa Koree Giddugaleessaa:
Qaamni Oromoo fi Oromiyaa keessatti hojjachuu barbaaduufi fedhii qabu kamuu, Barruu, Maxxansaalee fi kenna tajaajilaa Afaan Caffeen Oromiyaa mirkaneesseen, #AfaanOromootiin dabalataan Afaanota biroo fayyadamuu danda'u malee Afaan Oromoo keessaa dhiisanii Oromiyaa keessatti daldaluu miti hafuura baafachuun yakka. #Qeerroon akkasitti hubadhaa!
Dhaabbata mitii Namni Oromiyaa keessatti waa post godhu Afaan Oromoo keessaa hambifnaan seeraan akka gaafatamu irratti hojjanna.
Afaan Eenyummaa dha! Eenyummaa keenya kabachiisuun dirqama hunda keenyaati mitiiree #AfaanOromoo www.tg-me.com/abdisabancha

π164π25β€23π13
Guddinni Afaan Oromoo Sadarkaa Idil-Addunyaatti maalirra akka jiru turtii OBN waliin qabaanne! #zoommeetingπ
https://youtu.be/npTcgEXU_f4
https://youtu.be/npTcgEXU_f4
YouTube
Guddini Afaan Oromoo Sadarkaa Idil-Addunyaatti Maalirra jira?
#afaanoromoo #googletranslate #obn
Guddina Afaan Oromoo Sadarkaa Idil-Addunyaatti maalirra akka jiru turtii OBN waliin qabaanne

π25
TRON KEEPER | Namootni hedduun waa'ee TRONKEEPER gaafachaa jirtu. shakkuun Sirriidha. Anis Qorannoo hubannoo kiyya nan maxxansa.
Akka keessanitti TRON KEEPER SCAM moo LEGIT? Filadhaa, hubannoo qabdan saanduqa yaadaatiin nuuf ibsaa, Ragaa qabdan barreessaa

Anonymous Quiz
44%
A) HATTOOTA(Scammers)
11%
B) TAPHA SIRRII(LEGIT) dha
45%
C) Ani hin Beeku!
β€βπ₯26π21β€1
Dhimma - TRONKEEPER - Yaada kiyya
Taphoota(Airdrops) hedduu karaa Telegiraamaa kana guyyaa guyyaan gadi lakkifamaa jiran hedduu fi kan sirrii fakkaatu jennee yaadne namni kamuu yeroo boqonnaa fi free ta'etti yoo hojjate gaariidha jennee walgorsaa turre. Ijannoon kiyya 'namni yeroo boqonnaa fi free ta'etti' yoo hojjate miidhaa hin qabaatu, yoo fayyadame malee. hanga ammaattis bifa sanaan namootni hedduu fayyadamaa turre.
Ulaagaaleen ijoon Taphootni(Airdrops) Telegiraamaa tokko Sirrii fi Sirrii tahuu dhiisuu adda baafannuun keessaa muraasni Marsariitii qabaachuu, Dambii fi qajeelfama Hojii hojjatan kanaa fi Hawaasa Uumachuuf barbaadan ittiin too'ataniin qabaachuu, Hawaasa(Community) walitti qabuuf jedhan ittiin too'ataniin, akkasumas kennaa(rewards) ittii hiruuf isaan gargaaru qabaachuu, kuufama kennaa badhaasaa(rewards) STONFI irratti account cufaan olkaayuu, Community isaanii irnaan ijaaruu, Saantima(coins) walitti fufaa sagantaa qabu qabaahuu, kaffaltii hin barbaachifne an hin gaafanne, dirree taphaa mijataa qabaachuu fa'a...
Gara TRONKEEPER - yoo deebinu, Tapha(airdrop) amala haaraa qabu, Kallattiin Taphattanii TOKAN(USDT & TRX) argattu jedhee dhufe. TOKAN(USDT & TRX)kun lamaanuu yeoo mmaa kallattii gabaa irra kan jiranii fi sharafni haaraa kennamuuf iti, kallattimaan itti dhimma bahuu dandeessisuudha.
Ulaagaa muraasa asii olitti kaafnes kan guutu yoo ta'uu inumaayyuu Namoota 10 yoo affeeran TRX 1, Namoota 50 yoo affeeran TRX 5 namaaf kenna, TRX 5 sana kallattiin baafachuun ni danda'ama ture, Anis TRX hedduu baaseera.
Kana Malees,Dhaabbilee Kiriptoo hedduu irratti dhaadheffameera, Kanneen akka Gate.io irratti fa'a TOKEN Reserve godhanii Badhaasa(rwards) kennaa jiru.
Haatahuu malee guyyoota muraasa as TOKEN(USDT) baafachuu(claim) gochuu dandeessu erga jedhee booda tartiibota garagaraa keessatti mallaqa MALLAQA(TON ykn TRX) gaafachuu hedduumessuun isaa namoota hedduu giddutti shakkii kaaseera. Jalqabumaan TON baay'ee gaafachuun komii kaasuu isaatiin Community hedduu 'SCAMMER' jedhanii gabaasuu eegalanii ture, kanaafis KAFALTII Olkaase irratti sirreeffama taasiseera. Sana qofaa miti, Mallaqa yoo fudhates TOKEN Dec.30 booda hira jechuun shakkii hammeesseera. Jarri Ummata irraa walitti qabattee baduuf sodaan jedhu baldhinaan adeemaa jira.
Adeemsa daddabarsa Kiriptoo keessatti Gatiin imalaa(Gas Fee) jedhamu waanuma beekkamaadha garuu hammaan xiqqaadha.
Walumaagalatti, Namootni hedduun maal goona gaaffii jedhu na gaafachaa waan turtaniif qabatama jiruu fi waa'ee kanas qorachuuf yeroo fudhadhe.
Akkasumas namootni hedduus duuka dhahan odeeffadheera. Taphi kun SCAM ta'uu qabatamatti ragaan bahe hin jiru, Hattoota miti Na Amanaa jechuus hin barbaadu, Hanni Ogeeyyii muuxannoo olaanaa qabaniin gaggeeffamu babaldhachaa jira waan ta'eef.
Dirree Kiriptoo keessatti Dhibbeentaa olaanaa Rakkoo dhufu ofumaaf fudhanna(RISK TAKER) nu mataa keenya, Kanaafuu Murtee MATAA Keessaniitiin yoo KAFALTAN KAFALAA malee KAFALAA ykn HIN KAFALINAA hin jedhu. Ani akka Kootti KAFALEE ilala. Rakkoo sanaan walqabatee dhalatu fudhachuufis qophiidha
Galatoomaa Β» @abdisabancha

π108π₯°4π3
Airdrop gaarii faayidaa qabu jedhamee Eegamu waan haaraa Dabaleera.
Coin walitti qabachaa turtan homtuu hin muldhatu, #Qabiyyee (feature) haaraa dabalame PAWSMAS jedhu keessa seentanii "My PAWS GONE!" Jedhu irraa eegaltanii tartiibaan Furtuuwwan isiniif dhufu bantanii DEEBIFACHUU Qabdu.
Gara Xumuraa waan gahe fakkaata warri hin jalqabanin
Jalqabaa π
https://www.tg-me.com/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=amyJoJor
@abdisabancha

π43π10π₯°1π1π1
Dear Daaddaa;
Congratulations on the launch of your new book- 'HIN GAABBU!'
Baga Gammadde ππ»
Jawar Mohammed

π171β€66π10π₯°9π8π1π₯1
Jaarsi kun #jaarsummaa Tiktok dubbachaa jira.
Hanga ani barcumaa qabadhuuf #Tiktok hin cufinaa na eegaa jechaa jiraπ
@abdisabancha
Hanga ani barcumaa qabadhuuf #Tiktok hin cufinaa na eegaa jechaa jiraπ
@abdisabancha
π32π6π5β€2
Filannoo Ameerikaa keessatti Gareen Darbii Siyaasaa (Dimookiraatotni fi Rippaabilikaanotni), yoo Walfuuldura dhaabbatanii dhukkee walirraa kaasan argaa as geenne.
#Dorgomtoota paartii bakka bu'anitu dhukkee walirraa kaasa malee #lammiileen Ameerikaa walitti darbanii yoo walhaleelan hin agarre.
#xoobiyaa keessatti ammoo dubbiin faallaa fakkaatti.
γBiyya keenyatti #taphattoota qofa osoo hin taane #daawwattootatu dhukkee walirraa kaasa.
Dubbiin hibboo fakkaatti.
β Siyaasa Afrikaa keessatti Taphattootnii fi deeggartootnis waan hojjachuu barbaadan qofa hojjatu, waan dhagahuu barbaadan qofa dhagahu, Dhugaa osoo hin taane #garee wayiitti irkatee faayidaa argachuu fi faayidaa sana itti'fufsiisuudhaaf dhukkee walirraa kaasa.
β Dirreen siyaasaa fi diinagdees Afrikaa keessatti shiraan kan guutame, shiraan kan gurmaaye.
βNamootni akka kiyya hubannoo Siyaasaa guddaa hin qabne Dirree Siyaasaa keessaa haa baanu, irraa haa fagaannuπ π ββοΈπΊπΊ
#gabbiswaaqa

π82β€8
Daqiiqaa 20 booda akka Lakkoofsa Idil-Addunyaa fi Lakkoofsa mana hojii keenyatti, Barri Moofaan(2024) xumuramee Barri haaraa(2025) ni seena.
Uumaan abbaa ofii fedhe bara baasa jedha Oromoo. Baga bara baatanii bara haaratti seentan.
Barri haaraa:
π Bara dogoggora, hnaqinnootaa fi dadhabina bara moofaa keessatti qabnu itti fooyyeffannu.
πBara rakkoo, gadadoo fi hiyyummaa keessaa baanee gara quufaa fi baldhinnatti ceenu,
π Bara waan irratti waldhabne sirreeffannee waan waliin barbaadnutti xiyyeeffannee qalbitti deebinu akka nuuf tahu...
π― Bara hanqinaafi dogoggora keenya sirreeffannee galma barbaannu bira geennu akka tahu asumaan ofqopheessinu nuuf haata tahu!
In the new year, delete negative people, forget the 2024, accept your mistake, restart your life.
HAPPY NEW YEAR {2025}

π46π10π9π4β€2
Dabni #SafaricomEthiopia Hojjattoota irratti raawwachaa ture itti fufeera.
Dhaabbatni #iSONExprience jedhamu kun Hojjattoota qacaree Safarcom hojjachiisu rakkoolee adda addaa irra deddeebiidhaan gaafatanis fala hin arganne.
Qaamni Mootummaa dhimmi ilaallatus caljedhee ilaaluu filate. #guyyoota muraasa booda guutumatti #Duula_hojii dhaabuutiif qophaayaa jiru hojjattan guutuun.
Qaamni dhimmi ilaallatu mirga hojjataa kabachiisuu irratti tumsa gochuu qabdu jenna.

4π95π12π₯10β€8π₯°1