Telegram Web Link
#QWEN kan jedhamu #ChatGPT fi #DeepSeek kan caalu argame...

Imalli Saffisaa Addunyaan gara Tekinoolojiitti taasisaa jiru guyyaa guyyaan geeddaramaa kan jiru yoo tahu, xiyyeeffannoo kenninee yoo faana tarkaanfachuun dirqama tahaa jira.

Haaluma walfakkaatuun torbaan kana ajandaa miidiyaalee idil-addunyaa tahee kan ture #DeepSeek kan caalu #qwen kan jedhamu dhaabbata daldalaa guddicha #Alibabatu hojjate jedhameera.

Sirni AI Qwen kunis Afaan Oromoo #Deepseek caalaa akka hubatuu fi qindeessu ragaan suuraan asii gaditti qabsiifame ragaa natti fakkaata.
Imala guddina Tekinoolojii kana Afaan keenyaan argachuun hawaasa keenyaaf milkaa'ina Afaan keenyaaf ammoo guddina beeki.
πŸ‘92πŸ‘70πŸ₯°12❀6πŸ‘Ž4
Bara alseerummaan daangaa darbe keessa jirra.πŸ€”

Irra-deddeebiidhaan #beeksisoota Namootni dhuunfaa fi Dhaabbileen dhuunfaa daangaa qaxxaamuranii Biyyoota alaatti ilma namaa gurgurachuuf ifatti beeksisan argaa jirra.

Amma tooftaan saamichaa Kaan Turki, Kaan Thailand, Kaan Kanaadaa, Kaan Jarman, Kaan Awustiraaliyaa, Kaan Dubaayi, Kaan Kuweeti, Kaan Suud-Arabiyaa...fkkf isin geessina jedhee Mallaqa guddaa erga irraa funaanee booda jalaa miliqa.

Yeroo Qaala'iinsi jireenyaa namoota heddutti ulfaate kana Akka carraatti fayyadamuun #dallaalotni akkanaa kun karaan biyyaa isin baafnuun Jira jedhanii ifatti saamicha yoo gaggeessan caljennee ilaaluu qofa taane....

Garaa Nama nyaata..
#Stophumantraffic #daldallinamaahaadhaabbatu
πŸ‘83❀19πŸ₯°4πŸ™3πŸ‘1
Afrikaan kibbaa dhaabbata guddicha Tekinoolojii #Google adabde.
Adabbichi seenaa keessatti Adabbii xiqqoo dhaabbatichi adabame jedhameera.
Biyyayaatiin dhaabbatichi Odeeffannoo sobaa facaasuun adabuu himte....
Adabbii: Doolara Kuma 27 ykn rand Kuma 500.
Ayi Afrikaa! Afrikaan kun garaa laaftiπŸ˜±πŸ˜…
www.tg-me.com/abdisabancha
Google sadarkaa idil-addunyaatyi yoo himatamu doolaara miliyoonaa fi biliyoona yoo himatamu argine nuti.😁
Raashiyaan Lakkoofsa Addunyaa irra hin jirreen himachuun seenaa dhiyooti!
πŸ‘36🀩27❀19⚑1πŸ‘1😍1
Duulli AIdhaan deeggarame Rifoormii Hooggansa OICT irratti gaggeessuuf qophii xumuruu oduun milixxee nu geette mirkaneessiteerti. #tarkaanfii walirratti fudhatanii rifoormii jijjiiramaa gaggeessuun akka jajjabeeffamu dhaamna!πŸƒπŸ˜±πŸ˜
www.tg-me.com/abdisabancha
πŸ‘33❀10πŸ”₯1πŸ₯°1πŸ‘1
Forwarded from OICT Solutions
Amma dhibbeentaa 99 hojii ogummaa irratti fuulleefannee jirra. Dhaabbilee tajaajilaa fi Oomishaalee Tekinoloojii barbaadan kamiifuu tajaajila sadarkaa eeggate dhiyeessuuf qophii tahuu keenya ibsaa, hardhas @oictsolutions dhaabbata guddicha keenya #Elilly business group waliin hojjachuuf haalduree barbaachisu xumuree jira.
Affeerraa nuuf taasifameef Galateeffachaa, Ogummaan hawaasa keenya tajaajiluun cimee kan itti-fufu taha. #oict4digitaltransformation

Namootni Magaalota Adda addaa keessa jirtan OICT wajjiin hojjachuuf fedhii qabdan qophaayaa
πŸ‘68πŸ‘9
Dubartootni Marsaalee Hawaasaa irratti #wilwil jechaa ooltan Pirezidaantii Tanzaaniyaa irraa baradhaa...
Dubartummaan kabajaadha, warri akkanatti Jaarsa, Daa'ima fi mana keessan kunuunsitan baga Geessan.
Happy Women's Day! #March8
❀91πŸ‘16πŸ‘6πŸ‘Ž3
Gadaan Muuda! Oromoon Sirna dimookiraasii Addunyaa durse qaba, Karaa Nagaatiin Aangoo waliif dabarsa....

Sirna wal-harkaa fuudhinsa
Baallii Gadaa Oromoo Booranaa 72ffaa.

BAGA GEESSAN BAGA GEENYE!
❀25πŸ‘4πŸ‘4
2025/07/13 06:57:53
Back to Top
HTML Embed Code: