Telegram Web Link
Hanni fi Saamichi karaa Interneetaa biyya keenyatti gaggeeffamaa jiru daangaa darbaa jira - #irraaofeegaa
Hanni ykn saamichi karaa interneetaa gaggeeffamu akkuma sadarkaa Idil-addunyaattiyyuu hedduumachaa kan dhufe yoo tahu, Bara 2023 qofa Doolara Bil.12.8 ol tahutu hatame. Haaluma walfakkaatuun biyya keenya keessatti babaldhachaa jira. INSAn akka jedhutti Aggaammii hanna Interneetaa biyya keessatti taasifame keessaa 4,272 Kanneen too'annoo jala oolani yoo tahu Yaaliiwwan 150 ammo badii geessisuu hima. Aggaammiiwwan badii geessisan qabeenya hammamii akka balleessan hin himamne.
Kanuma irraa ka'uudhaan, Aggaammiiwwan /Yaaliiwwan /Tooftaaleen adda addaa bifa jijjiirachuudhaan Biyya keenya keessatti hannaaf oolaa jiru. Isaan keessaa tokko maqaa namoota bebeekkamoo ykn dhaabbilee bebeekkamoodhaan Saamicha raawwatamaa jiruudha.
Akka Fakkeenyatti yoo ilaalle: Ergaa asirraa arginu, Ministeera Mallaqaa fakkaachuudhaan Bara baraan Ergaa ergamuudha.
Ergaan Ministeera Mallaqaa fakkaachuudhaan ykn of fakkeessuudhaan ergamu kun 'Dhaabbilee Mallaqaa Idil-Addunyaa' wajjiin tahuu dhaan deeggarsa kennuuf akka jiran kan himu yommuu tahu, Odeeffannoo sobaa yoo tahu bara darbe irraa eegale.
Interneetaan Galmeessanii daataa dhuunfaa erga sassaaban ooda Unkaan Fandii Mallaqaa gaafatu guutaa jechuun unkaan Gaaggii Mallaqaa ergama. Unkaa Gaaffii Mallaqaa sana Print godhamee, harkaan guuttamee, mallatteeffamee, deebisanii SCAN godhamee kan ergamu yoo tahuudha.
Tooftaan hannaa kun Yeroo tokkoon HANNA Gosa 3 raawwachuuf kan karoorfameedha.
1ffaa - Odeeffannoo dhuunfaa(Email, Bilbila, Lakk.W.E, Lakk.Paasport, Lakkofsa Daldalaa/TIN...) fudhachuu
2ffaa - Hanna Yaada dhuunfaati. Fandii argachuuf yaada ykn project haaraa ykn addaa qabdan, tooftaa hojiirra oolmaa wajjiin ibsa guutuu gaafata waan taheef Yaada namootni qaban jalaa hataa jira. Hanni hunda caalu hanna akkanaati.
3ffaa - Hanna Qabeenyaa(Mallaqaa) ti. Unkaa jedhame guuttanii yeroo ergitan, Hammi maallaqa(Fund) gaafattanii isiniif mijachaa jiraachuu isiniif himu. Adeemsa deemamaa jiru isin yaadachiisaa adeemu. Yoo xiqqoo turan 'Fund' jedhame isiniif gadi lakkifamuuf qophii tahuu isiniif mirkaneessu, achi booda Mallaqa ittiin gadi lakkisiifattan akka galchitan isin gaafatu.
Walumaagalatti waa 3 hatamtu jechuudha.
Tooftaan Hannaa kun wagga tokko dura kan eegale yoo tahu, Akka carraa gaarii tahetti namootni baayeen hubachuudhaan iyyata dhiyeeffachuu qofa osoo hin taane hedduu dhaadhessaa turan.
Boodarra dubbiin babaldhattee Ministeera Faayinaansii gaafa geettu Ministeerichi 'Odeeffannoo Sobaa fi isaan akka bakka hin buune' ibsa baasee Ministeerichi.
Haala sanaan namootni baay'een nyaatamaniiru, Ammas Marsaa lammaffaa deebi'anii dhufaniiru.
Kanaafuu Hanna bifa Kanaan Maqaa dhaabbilee urguddoo fi Amanamoo ta'an dayeeffatanii babaldhachaa jiran irraa ofis, maatis, firaa fi hiriyyaa keessan eeguu qabna.
Ministeerichi ibsa baasuu qofa osoo hin taane qaamolee dhimmi ilaallatu wajjiin tahuudhaan tarkaanfii barsiisaa tahe fudhachuu qabanaan gorsa kooti.
Kana qofaa miti, Maqaa #Ethiotelecom, #CBE, #SafaricomEthiopia fikkfniin hanni rawwatamaa oolu lakkoofsa hin qabu.
#Sharegodhaa waliif dabarsaa
Odeeffannoo walfakkaatuuf Telegram kiyyarratti na hordofaa https://www.tg-me.com/abdisabancha
CC: Ministry of Finance - Ethiopia Financial Intelligence Service-Ethiopia INSA- የኢንፎርሜሽን መረብ ደህንነት አስተዳደር
Fayyadamtoonni fi daldaltoonni Ameerikaa bara 2023tti yakka interneetiitiin doolaara biiliyoona 12.5 dhabuu isaanii gabaasni waggaa FBI irraa argame ifoomseera. Kunis Rikoordii haaraadha jedhameera.

Odeeffannoo guutuu👇🏽
https://3fpost.com/a-record-12-5-billion-lost-to-internet-crime-in-2023/
Eenyummeessaalee #Tiktok kanneen Namoota bebeekkamoo fi Miidiyaalee gurguddaa idil-addunyaa, #CNN fa'a irratti aggaammii saayibarii godhameen Eenyummeessaaleen hedduu too'annoon ala tahuu himame.
Aggaammiin taasifame dhaabbatichi icciitii fayyyamtootaafi dhaabbilee eeguu hin dandeenye jechuudhaan murtee Ameerikaan dhaabbaticha cufuuf dabarsite sirrii akka tahe mirkaneessuuf jedhameera.
Namootni hordoftoota heddu qabdan ofeeggadhaa.

Telegiraamii https://www.tg-me.com/abdisabancha
hordofaa
Ammas akka sabaatti #hanqina_miidiyaa guddoo qabna.
Articles karaa fuula OMS News Afaan Oromoo keessattuu Afaan English qophaayu nan jaaladha. Jabaatee #miidiyatti yoo guddate gaariidha.👇

https://www.facebook.com/share/p/ybApwWRixzAc1GPJ/?mibextid=qi2Omg
Dargaggeessi Abdii Aartii Oromoo ammatti gahumsa isaa himuu fi jajuuf natti ulfaatu keessaa tokko Guutuudha. Osoo isa hin hayyamsiisin caluma jedhee jaaladha.
Aadaa Kutaalee Oromiyaa adda addaa hunduma irratti bareechee hojjatee akka as baasu abdii kooti!
Amaaf kanatti bohaaraa👇
https://youtu.be/-jGSKLtDEC8
10 practical lessons you can learn from Ryan Holiday's "Discipline Is Destiny: The Power of Self-Control":

1. Focus on the Process, Not the Outcome: Obsessing over results can be demotivating. Instead, cultivate discipline by focusing on the process – the daily actions and choices you make that contribute to your long-term goals.

2. Embrace Delayed Gratification: Discipline often involves sacrificing short-term pleasures for long-term gains. Learn to prioritize delayed gratification and resist impulsive decisions that might undermine your goals.

3. Develop Self-Awareness: The first step to building discipline is understanding your triggers and weaknesses. Recognize when you're most likely to give in to temptation and develop strategies to stay on track.

4. Habit Stacking: Pair a desired habit with an existing one. For example, listen to educational podcasts while exercising. This leverages the power of existing routines to build new, disciplined behaviors.

5. Minimize Decision Fatigue: Constant decision-making drains your willpower. Develop routines and set clear boundaries to reduce the number of decisions you need to make each day.

6. Find Your Accountability Partner: Having someone to support you and hold you accountable can significantly boost your discipline. Find a friend, colleague, or mentor who shares your goals and can offer encouragement.

7. Embrace Discomfort: Growth often requires stepping outside your comfort zone. Discipline allows you to tolerate discomfort and persevere through challenges necessary for improvement.

8. Celebrate Small Wins: Acknowledge and celebrate your progress, no matter how small. This reinforces positive behavior and keeps you motivated on your journey.

9. Learn from Setbacks: Everyone experiences setbacks. The key is to learn from them and use them as opportunities to strengthen your discipline and resilience.

10. Find Inspiration in Stoicism: The book encourages applying Stoic principles. Focus on what you can control – your thoughts, actions, and reactions – and let go of what you cannot control – external circumstances and other people's behavior.
Iqqubii Hirkoo
Hirkoon Hojii uummachuun gaariidha. Hirkoon Carraa hunda ofumaa fudhate.. What a generation!😂


https://youtu.be/sFxM135COJs
2024/06/10 18:40:51
Back to Top
HTML Embed Code: