Marsariitii Afaan Oromoo jalqabaa(www.afaan-oromoo.com) kana irra
»Barnoota Afaan Oromoo(Qubee, sagalee, Gaalee, Hima,Hima-Dachaa, Hima-dachaa-Xaxamaa, Keeyyata..) ,
»Seerluga,
»Afoola,
»Galmee Jechootaa,
»Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan fi kkf hamma danda'ametti ofkeessaa qabu kanarraa waan barbaaddan ni argattu....Waan dhabdan nu gaafadhaa
Kitaabota adda addaa - Geessituu(link) arhmaan gadii seenuudhaan buufadhaa👇🏼
https://afaan-oromoo.com/kitaabota-afaan-oromoo/

Odeeffannoo barbaachisoo adda addaatiif:- Telegiraama kana hordofaa👇🏼
https://www.tg-me.com/abdisabancha
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa labsii fayyadama TikTok guutuu biyyattii keessatti dhorku raggaasiseera.

'TikTok' US keessatti yoo dhorkame, 'bilisummaan dubbii fi yaada lammiilee Ameerikaa miliyoona 170 ni sarbama,' jedhe dhaabbatichi.
Odeeffannoo guutuu Marsariitii irraa dubbisaa👇🏼
https://3fpost.com/if-tiktok-is-banned-the-freedom-of-speech-will-be-violated/
Magaalaa Uumamaan badhaate! Bishaan Gurraachaa, Haroo Habaas.
Qaamni dhimmi ilaalu xiyyeeffannoo kennee giddugala Turizimii taasisuu qaba, Hundi keenyas gahee nurraa eegamu bahachuu qabna.

Visit Oromia #shashamannee #HaraHabaas

Check it out on my telegram
https://www.tg-me.com/abdisabancha
Japanese firms achieved a breakthrough in 6G with a device 20 times faster than 5G. This prototype transmits data at 100 gigabits per second over 100 meters.

Four companies have collaborated since 2021 to develop sub-terahertz technology for 6G, which uses much higher frequencies than 5G and requires entirely new devices.

The team made significant contributions: DOCOMO on systems, NTT on high-frequency devices, NEC on antennas, and Fujitsu on signal amplifiers.

This paves the way for future applications like ultra-fast video streaming and real-time controls in autonomous vehicles.
Hawaasni keenya Magaalaa #Paarisii fi Naannooshee carraa kanaa walargaa jajjaɓeessaa

"Kitaabni barreessaa Sanyii Daggafaatiin barreeffame gaafa 12/05/2024 sa'aatii 12:00 irratti biyya Faransaay magaalaa #Paarisitti eebbifamuuf qophii isaa xumureera.
Bakki eebba kitaabichaa:
9 rue Saint-Bruno 75018 Paris.
Warri Paarisiifi ollaashee jirtan hunduu affeeramtaniittu; irraa hin hafiinaa! 'Share' gochuun wal qaqqabsiisaa!"
Dargaggoota Abdii Boruu ta'an kanneen bifa akkasiitiin qaruun kun Fakkeenya gaarii irraa baratamuudha.
Manni Barumsa NAAFYAAD-ADAAMAA: WALDORGOMMII KALAQA-TQO(ICT INNOVATION AWARD) qopheesseera.
M/B Naafyaad Guyyaa kabaja ICT Idil-Addunyaa sababeeffachuun Waldorgommii Kalaqa barattoota dandeettii addaa-qabaniif kan qopheesse yoo tahu, Manneen Barnoota Biroo irraayis akka isaan wajjiin dorgomaniif affeeruu irratti argamu.
Waltajjiin akkasii Ogummaa yeroon barbaaddu irratti barattoota qaroo jajjabeessuuf taasifamu kun fakkeenyummaa gaarii ta'ee babaldhachuu qaba. Waldorgommichi bakka Miidiyaalee fi qaamotni adda addaa argamanitti kan gaggeeffamuudha.
» Anis Abbaa Seeraa tahee akka hirmaadhu affeeramuu kiyyaaf Galatoomaa

M/B Naafyaad: M/B Hangafa Afaan Oromootiin Magaalaa Adaamatti barsiisuu eegale yoo tahu kan Abbaa Qabeenyaa Jaalannu Obbo Dinquu Dayyaasati!

Dorgomtootni Milkaa'aa,
Horaa Bulaa Deebanaa
@abdisabancha
Telegiraamiin Daldala gurguddaa keessa seenuu beeksiseera. Sharafa ofiisaa #TON(derived from Notcoin) jedhamus Binance irratti dabaluudhaan sharafa Dijitaalaa ifoomseera.
TON(Toincoin) 1 = Doolara 5n ture amma 7tti olguddateera. #Bitcoin waggaa kudhan dura Doolara 0.9 eegale hardha Doolara Kuma 63tti sharafamaa jira.
Namootni #NOTCoin qabdan itti hin jarjarinaa sharafuuf! Odeeffannoo kanaan walqabate 💢https://www.tg-me.com/abdisabancha
Irratti badhinaan isiniif barreessa. Na hordofaaa
Notcoin Tarreewwan 'Binance, Bybit, Fi OKX' Keessatti Dabalame

Notcoin (NOT) yaad-rimee moodeelota taphaa fi invastimantii kirpitookaaransii haaraa yoo tah'u, Akka tapha 'taphachuun-galii-argachuu' jedhuun kallattiidhaan Telegram irratti hidhamee kan hojjatuudha.
Notcoin jijjiirraa maallaqa kirpitoo gurguddoo hedduu keessatti galmaa'uuf qophaa'uu isaatiin xiyyeeffannoo gabaa addunyaa torbaan kanaa hawwateera.

odeeffannoo guutuun👇🏽👇🏽
https://3fpost.com/notcoin-listing-in-binance-bybit-and-okx-get-ready/
2024/05/15 20:20:22
Back to Top
HTML Embed Code: