Telegram Web Link
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Kitaaba 81 fudhachuun yoo isin dhibe 66 irratti 2 ida’aa 68 fudhadhaa!

Guutummaa barreeffamichaa baasii tokko malee [Data Off ’dhaan], “Instant View” kan jettu tuquun banaa dubbisaa!

Channel, “Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa” jettu kanaaf miseensa hin taane yoo ta’e, kunoo ammuma link, @abdiimaariyaamiifinjira jedhu kana tuquun banaatii itti makamaa miseensa ta’aa!

Yaada, Qeeqaa fi Gaaffii: @YaadgaaffiiBot

https://telegra.ph/Ammaaf-Kitaaba-81-fudhachuun-yoo-isin-dhibe-66-irratti-2-idaaa-68-fudhadhaa-03-11
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚

𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚!
𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚?
𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢?
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢?

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!

👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/qulqulleettii-arseemaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/qulqulleettii-arseemaa.html
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo
Waa'ee Tsoomii Tsiggee Liinkiiwwan kanaa gadi jiran tuquun kutaa 1ffaa irraa kaasuun dubbisaa!

👇👇👇

🌻🌻🌻

Tsoomii Tsiggee Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/3iTsNWn
https://bit.ly/3iTsNWn

Tsoomii Tsiggee Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3AJteZy
https://bit.ly/3AJteZy

Tsoomii Tsiggee Kutaa 3ffaa

https://bit.ly/3BvjphS
https://bit.ly/3BvjphS

Tsoomii Tsiggee Kutaa 4ffaa

https://bit.ly/3vDPByi
https://bit.ly/3vDPByi7

Tsoomii Tsiggee Kutaa 5ffaa

https://bit.ly/316e6sO
https://bit.ly/316e6sO

Tsoomii Tsiggee Kutaa 6ffaa

https://bit.ly/3CYseCA
https://bit.ly/3CYseCA

Dubbisaa!
Abbaa keenya Qulqulluu Abuna Gabra Manfas Qidduus

Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha?
Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e?
Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama?

Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa!

https://bit.ly/3FJu1xe
https://bit.ly/3FJu1xe
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa

Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu;

✓ Qophii Sammuu ykn yaadaa taasisnu
✓ Qophii Qulqullina Qaama keenyaa eeggachuun taasisna
✓ Qophii Sirna Uffannaa Afuurawaa Eeguuf taasisnu fi k.k.f

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3vJYp5Z
https://bit.ly/3vJYp5Z
Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i!

Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa!


👇👇👇

Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html

Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html

#Share taasisuu hin dagatiinaa!
Araarsummaa Qulqullootaa

Kutaa 2ffaa

Araarsummaa Qulqullootaa yeroo Fooniin Addunyaa kana irra jiran;

Araarsummaa Musee
Araarsummaa Raajicha Eelsaa
Araarsummaa Qulqulluu Pheexiroos
Araarsummaa Abrahaam

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Araarsummaa Qulqullootaa link kana tuquun dubbisaa!

https://ortodoksii12.blogspot.com/2023/12/qulqulloota2.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2023/12/qulqulloota2.html
Forwarded from Fayyisaa Addunyaa/መድኃኔዓለም/ (Andualem Leta)
Diyaabiloosi gubbaa gadii muru jalqabee jira.Akkaa sirnaa amantii kaatolikitti Poop hin dogoggoruu jedhani yaaduu!Rakkoo guddaan kanaadhaa!Kanaaf,jaarsii galgala keessaa gaa'elaa walfakkaataa eeyyamee! Hogganaan amantii Kaatolikii Roomaa Poop Firaansis luboonni jaalalleewwan saala walfakkaatan akka eebbisan eeyyaman.

Vaatikaan garuu eebbi sun qaama sirna amantii idilee amantii Kaatolikii ykn gaa’ela ta’uu hin qabu jette.

Itti dabaluudhaanis, Vaatikaan gaa'elli akka dhiiraafi dubartii gidduutti raawwatamutti ilaaluu itti fufna jette.

Poop Firaansis sanada Vaatikaan baaste kana raggasiisuun Wixata beeksisan.

Vaatikaan kun mallattoo "Waaqayyo hunda simata" jedhu ta'uu qaba jetteetti, garuu, sanadichi akka jedhutti luboonni dhimmicha tokkoo tokkoo isaanirratti murteessuu qabu jedha.

Barreeffamicha kan beeksisan Kaardinaalli Kaatolikii Viiktoor Maanu'eel Fernaandeez, labsiin haaraan kun "barsiisa duudhaa Mana Amantii kaatolikii gaa'elaarratti hordoftuu cimee ittifufudha’’ jedhan. Kitaabni qulqulluun gaa'elaa jedhee kan yaamu gaa'elaa dhiiraa fi dubartii jidduuti raawwatu dha!Kanaas eeyyamaa Waaqayyoon Gaa'elaa Addaami fi Hewani jidduuti raawwatee dhaa!Waaqayyoon gaa'elaa eebbisee ilmoo namaaf kennee jira!Addunyaan tuni baduu waan barbaaduuf eeyyamaa Waaqayyoo dhiistee,fedhii dhuunfaa isheen deemu jalqabdee!Warreen saala walfakkaataa jidduuti walqunamtii raawwatani Waaqayyoon jibbee jira!
Channel photo updated
Gaaffii eenyullee sii deebisuu hin dandeenye yoo qabaatte Waaqayyoon gaafadhu!

ማንም የማይመልሰው ጥያቄ ካለክ እግዚአብሔር ጠይቅ!

✔️ Ask God! if you have a question that no one can answer!
Barnoota amantaa MKOTI pinned « Gaaffii eenyullee sii deebisuu hin dandeenye yoo qabaatte Waaqayyoon gaafadhu! ማንም የማይመልሰው ጥያቄ ካለክ እግዚአብሔር ጠይቅ! ✔️ Ask God! if you have a question that no one can answer!»
Channel photo updated
2025/06/25 14:03:20
Back to Top
HTML Embed Code: