Forwarded from Êlşàâñ
As wr wb
Nama atii dhifama gotef kessaa kan tokkofa Tahuu barbaada osso 🌙ramaadanni hin seenin duratii
☝️yoon jechaan sii balleesse Dhiifama 🌷
☝️yoon gochaan sii ballesse Dhiifama 🍀
☝️yoon sii boodatti sii hamadhes Dhiifama 🌼
☝️yoon maqaa kee xureesses Dhiifama🌺
Anis waanni natti balleessite yoo jiraate 💯% dhiifama siif godheetin jira
Sorry 😞😞
2024/05/13 18:15:24
Back to Top
HTML Embed Code: