Forwarded from Focus Dilla Media
EEBBA KITAABA DILBII JILDII 2FFAA FI BAGA NAGAAN DEEBITANII BARATTOOTA DURAANII.

BAGA GAMMADDAN!

Caamsaa 19-20 Sagantaa Guddaa Focus Diillaatti.

EEBBA KITAABA DILBII JILDII 2ffaan wal qabatee Waamichi BAGA NAGAAN DEEBITANII (Well Back) BARATTOOTA DURAANII Focus Diillaatti gaafa guyyaa 19-20 Galma Focus Diillaatti haala namatti toluun geggeeffamuuf qophiin hunduu xumurameera.

Sagantaa kanarratti Barreessan Beekamaa Eebbisaa Baayisaa fi Faarfataa Amaanu'eel Ittaanaa kan argaman yoo ta'u,Kottaa Eebba Waaqayyoo hirmaadhaa isiniin jetti Harmeen keessan Focus Diillaan.

Irraa hin hafiinaa.

Focus Diillaa Miidiyaa
ONLY 5 DAYS IS LEFT!

SAGANTAA GUDDICHA FOCUS DIILLAATTI..
πŸ“ πŸ“ Eebba BARRUU DILBII JILDII 2FFFAA


πŸ§‘β€πŸ€β€πŸ§‘πŸ§‘β€πŸ€β€πŸ§‘WELL BACK BARATTOOTA                    
          DURAANII.


Irraa Hin hafamu.
       Caamsaa 19 fi 20

     Keessummoonni:
Bar. Eebbisaa Baayisaa Fi.
Far. Amaanu'eel Ittaanaa

Sagantaalee Akka:
    🎹🎹  Faarfannaa
    πŸ“’πŸ“’. Barumsa
    πŸ§–πŸ§– Kadhannaa Fi kkf.



Β©Dilbiimagazine2023

Join
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
ONLY 4 DAYS IS LEFT!

SAGANTAA GUDDICHA FOCUS DIILLAATTI..
πŸ“ πŸ“ Eebba BARRUU DILBII JILDII 2FFFAA


πŸ§‘β€πŸ€β€πŸ§‘πŸ§‘β€πŸ€β€πŸ§‘WELL BACK BARATTOOTA                    
          DURAANII.


Irraa Hin hafamu.
       Caamsaa 19 fi 20

     Keessummoonni:
Bar. Eebbisaa Baayisaa Fi.
Far. Amaanu'eel Ittaanaa

Sagantaalee Akka:
    🎹🎹  Faarfannaa
    πŸ“’πŸ“’. Barumsa
    πŸ§–πŸ§– Kadhannaa Fi kkf.



Β©Dilbiimagazine2023

Join
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
ONLY 3 DAYS IS LEFT!

SAGANTAA GUDDICHA FOCUS DIILLAATTI..
πŸ“ πŸ“ Eebba BARRUU DILBII JILDII 2FFFAA


πŸ§‘β€πŸ€β€πŸ§‘πŸ§‘β€πŸ€β€πŸ§‘WELL BACK BARATTOOTA                    
          DURAANII.


Irraa Hin hafamu.
       Caamsaa 19 fi 20

     Keessummoonni:
Bar. Eebbisaa Baayisaa Fi.
Far. Amaanu'eel Ittaanaa

Sagantaalee Akka:
    🎹🎹  Faarfannaa
    πŸ“’πŸ“’. Barumsa
    πŸ§–πŸ§– Kadhannaa Fi kkf.



Β©Dilbiimagazine2023

Join
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Channel photo updated
✨...Ko'eessi Dilbii jiksee
Beela'ee bor wawwaataa
Ogeessi qalbiiin tiksee
Maragee olkaawwata!

πŸ“š#BARRUU_DILBII_JILDII_2FFAA

#Dilbiin deemsa itti fufeera...qabiyeesaa daran ball'isee, qopheessitoota ajaa'ibaas dabalatee Caamsaa 19fi 20 #Focus Diillaatti sirna ho'aan eebbifamee dubbistootaaf ni dhiyaata!

           πŸ”±FOCUS DIILLAAπŸ”±

πŸ“Qabiyyee:-
       πŸ“ŒSeenaa
      πŸ“ŒAsoosama Gabaabaa
      πŸ“ŒWalaloo
     πŸ“ŒBarreeffama Saayikoloojii 
      πŸ“ŒBarsiisa Wangeelaa

✍Qopheessitoota:-

   πŸ“Œ B/sa Ebisa Bayisa
  πŸ“ŒP/s Faar. Dastaa Hinsermuu
  πŸ“ŒH/W Qannoo Addisuu
  πŸ“ŒBilisee Zarihuun
  πŸ“Œ Abdii Margaa
  πŸ“Œ Yoomiyyuu Lammeessaa
  πŸ“ŒAbdii Dheeressaa
  πŸ“Œ Tolesaa Fufa


  Β©Dilbiimagazine2023
Forwarded from Focus Dilla Media
✨Saturday Service✨
Day 1
πŸ’₯ 18/09/2015
Nagaaf Araarri Waaqayyoo isiniif haa baayyatu
Yeroo Darbe akkuma isin Beeksisaa turre sagantaan keenya EEBBA #BARRUU_DILBII_JILDII_2FFAA Fi "#WELL_BACK" BARATTOOTA 'FOCUS' DIILLAA DURAANIIN Wal qabatee Qopha'e Guyyaa har'aa Eegalameera Waaqeffannaan keenyas Sa'aatii isaaf yeroo isaa Eeggatee Waaree Duraafi Waaree Booda bifa Bareedaadhaa fi Namatti toluun ,akka Ulfina Waaqayyoo Mul'isutti waaqeffatamaa Ooleeraβ€Ό

Sagantaaleen akka :-
✴ Barsiisa Mata Dureen isaa:-
πŸ‘‰"Jireenya Karooraan Hogganamu" jedhu
irratti Barnoota Waliitti Fufaa karaa Barreessaafi
Barsiisaa Eebbisaa Baayyisaadhaan
Barachaa Oolle!
✴ Faarfannaan Waaqeffannaa bareedaa karaa Faarfataa Amaanu'eel fi Garee" Worship" dhaan Waaqeffachaa Oolleerra!
πŸ’« Guyyaa Boriis Sagantaan Keenya sa'aatii 2:00 irraa Eegalee itti fufa.
Akkasumas, Sa'aatii 3:30 irraa Eegallee immoo Live waan Dabarsinuuf Hundumti keessanuu Akka nu Hordoftan isiniin Jenna
Forwarded from Firomsa Kumera
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
D7/07/12/2015

YESUS DEEBI'EE NII DHUFA!

Day-7
Tiktok'f fayyadamna!

#Social_Media_for_GospelπŸ’ͺ
#Jesus_is_Lord!
#I_am_a_Witness!
#FOCUS_MINISTRY
Forwarded from Focus Dilla Media
Obbo Taaddasaa Dambii jedhamu. Godina Gujii Lixaa, aanaa abbayyaa, Ganda Ooddoo Miiqee, bakka addaa 'Samaroo' jedhamutti dhalatanii guddatan. Erga dhalataniis hanga sadarkaa fuudhaa irra gahanitti maatii isaanii tajaajilaa turan. Erga fuudhanii kaasanii jireenya isaanii foyyeffachuuf tattaaffi cimaa taasisaa turan.
Naannoo isaan jiran manni barnootaa gahaan afaan oromoon itti baratan itti dhiyeenyaan waan hin jirreef barnoota malee guddatan. Jaalalli isaan ummata isaaniif qaban garuu kan ajaa'ibaa ture. Keessumaa bakki isaan afaan isaaniif (afaan oromoof) qaban kan ajaa'ibaa ture. Haa ta'u malee ofii isaanii afaan isaaniin barachuuf carra hin argannee. Kanaaf waa'ee ofii isaanii irraa waa'ee borii ijoollee isaanii yaaduu jalqaban. Osooma kanaan jiranii daa'ima godhatan. Daa'imni isaaniis gurguddatan. Amma obbo Taaddasaan taa'anii yaaduu gaafa jalqaban, "an takkan barnoota malee guddadhe, daa'imni koos barnoota malee guddataa?" Jedhanii gaaffii of gaafachuu jalqaban. Sanaan booda murtoo tokko fudhatan. Murtichis mana barnootaa banuu ture. Kana irraa ka'uun naannoo yuniversiitii duubaan bakka addaa "Arraabbi" Jedhamutti bara 2009 A.L.I.tti maqaa "Mana barumsaa abdii boruu" jedhuun kan kutaa 1-4 banan. Ijollee isaaniis, ijoollee nannoo sanaas afaan oromoon akka baratan taasise. Yeroo ammaa kanas manni barumsaa kun kutaa tokkoo hanga jahaatti barsiisaa jira. Keessumaa quuqama lammii isaaniif qaban irraa kaasanii hojiin isaan FOCUS DILLAA hundeessuu keessaa qaban daraan kan ajaa'ibaati. FOCUS DILLAAN yeroo ammaa lafa isaan kennaniif irra jirti. Abbaa focus dillaa jedhamaniis beekamuu. Ijaarsi guddichi focus dillaas cinaama mana isaani lafuma isaan kennaan sana irratti ijaaramaa jira.
Haa ta'u malee yeroo ammaa kana obbo Taaddasaan mana barumsaa sana gabbisuuf deeggarsa ilmaan oromoo hunda gaafachaa jiru.
#Akka jedhanittis yeroo ammaa kana kan akka:
πŸ‘‰Miindaa barsiisotaa fi waardiyaa kanfaluu
πŸ‘‰Kitaaba barataaf maxxansiisuu
πŸ‘‰Daree dabalataa ijaarsisuu.
πŸ‘‰Gabatee, boronqii bituu, teessuma barataan irra taa'u bituu Fi kkfn rakkachaa jira jechaa jiru.
Namni dhuunfaas ta'e dhaabbanni kam iyyuu hadaraa keessan Nama kana cinaa dhaabbachuun  deeggarsa taasisuun ilmaan keenya kan gujii aanaa abbayyaa Ganda Ooddoo Miiqee jiran afaan oromoon akka baratan haa taasisnu!!
Kanneen deeggaruu barbaaddan lakkoofsa herrega baankii obbo taaddasaa armaan gadiirra hanga humna keessanii deeggaraa!
#OIB:- 1154334600001
#CBE:- 1000566286606
Odeeffannoo dabalataaf +251916189826
✨Kiristoos_Nuuf_Dhufa!✨
         πŸ“FOCUS DILLA
      πŸ“€New_Video_Clip🎬
          Coming soon.....!
Join
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
Β°πŸ“–
Β°β€’ Β°β€’. @barruudilbii.β€’Β°
2024/05/15 05:50:03
Back to Top
HTML Embed Code: