Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuu ganda Gomboo Qilxuu Jaaletti bakakkaan qe'ee tokko keessa ijoolle jaha ta'an ajjeesuu jiraattonni dubbatan.
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
Wiituun Qorannoo Fayyaa Wuddaasee waggoota 12 dura ture kan hojii eegale. Bara kana dabalatee waggaa waggaan guyyoota Qaammee hunda tajaajila qorannoo fayyaa bilisaan kennaa jira. Maaltu dhaabbaticha kakaase?
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
Shamarreen Ispaanish ganna 19, yeroo dhalatte dogoggoraan daa’ima maatii biraan wal-jijjiirte qondaalota fayyaa beenyaa gaafattee. Dogoggorri kuni uumamuusaa kan mirkanaa’e qorannoo DNAdhaani.
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
Abbootiin qabeenyaa kaampaanii Boeing akeekkachiisa nageenya xiyyaaricha agarsiisu hin fudhanne jechuun daarikterota isaa himachuuf akka jedhan abbaan seeraa US himan.
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
Lammiileen Itoophiyaa 5,000 ta'an biyya waraanaa fi weerara Covid-19'n raafamaa jirtu, Yaman, keessaa ba'uun biyyattii deebi'uuf danqamanii jiraachuu Dhaabbati dhimma Baqattootaa Idil-addunyaa(IOM) hime.
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin Dhimma Baqattootaa lakkoofsi baqattoota Itoophiyaa kaampii baqattootaa Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe.
Waraana Tigraay: Finciltoonni Tigraay Kaaba Gondaritti namoota nagaa 119 ajjeesuu jiraattonni fi aanga'oonni himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Naannoon Amaaraa finciltoonni Tigraay namoota 120 ol ajjeesun himate, TPLF waakkate
Haleellaan kun tibba naannoon kun to'annoo TPLF jala turetti ta'uu fi haleellaa kanaanis daa'imman, jaarsolii, dubartoonniifi luboonni ajjeefamuu jiraattonniifi qondaaltonni mootummaa dubbataniiru. Haa ta'u malee, TPLF ibsa baaseen ajjeechaa keessaa hin qabu…
Waraana Tigraay: Reeffa laga Takkazeetti argaman ilaalchisuun Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa waamtee gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58482805?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Reeffi 30'tti siqu baatii dura laga Takkazee keessatti argamuu isaa hordofee Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa Kaartumitti argamu waamtee gaafachuun ishee himame.
🇺🇸🇮🇷🇮🇱Ofii US baha Gidduugaleessaa keessaa maal barbaaddi?
Gabaasa viidiyoo kana YouTube keenyaan dowwadhaa:
👇👇
https://www.youtube.com/watch?v=-8Fy0TXqQfU&t=52s?at_campaign=ws_whatsapp
Gabaasa viidiyoo kana YouTube keenyaan dowwadhaa:
👇👇
https://www.youtube.com/watch?v=-8Fy0TXqQfU&t=52s?at_campaign=ws_whatsapp
YouTube
US Baha Giddugaleessaa keessaa fedhiin addaa qabdu maali? | BBC News Afaan Oromoo
Hariiroon dippiloomaasii, waraanaa, diinagdee akkasumas dhimma walii keessa seenuun US fi Baha Giddugaleessaa gidduutti jaarraa lakkoofsiseera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo kana keessatti hiriyoonni diinomaniiru, diinonni…
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Yeroo kana keessatti hiriyoonni diinomaniiru, diinonni…
Boqonnaa haaraa dijitaalaan Oromiyaa beeksisuu.
Attamiin hojjataa?
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crmvzggpjleo?at_campaign=ws_whatsapp
Attamiin hojjataa?
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crmvzggpjleo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Boqonnaa haaraa dijitaalaan Oromiyaa beeksisuu
Komishiniin Turizimii Oromiyaa erga hundaa'ee ganna shanaffaa isaati. Hojiiwwan aadaa fi seenaa Oromoo akkasumas bakkeewwan hawwata turizimii Oromiyaa gara dijitaalaatti fiduun beeksisuu irratti hojjeteen hamma yoonaa "faayiloota miiliyoona tokkoo ol ta'an"…
🇮🇷💥🇺🇸Waa'ee haleellaa US dhaabbilee gabbisa nikulaaraa Iraan irratti raawwattee hanga ammaatti maal beekna?
Kunooti:
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c1k8evnk34no?at_campaign=ws_whatsapp
Kunooti:
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c1k8evnk34no?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee haleellaa US bu'uuraalee niwkilaaraa Iraan irratti raawwattee maal beekna?
Pireezidantiin Ameerikaa Donaaldi Tiraamp xiyyaaronni waraanaa US wiirtuulee niwkilaaraa sadii haleeluu hime kunis waraana Iraaniifi Israa'el gidduu adeemaa akkaan waan hammeessu dha.
Bulchiinsi Tiraamp, hojjettota VOA kana kan ari'eef, dhaabbatichi "hojmaata badaa, loogiifi qabeenya qisaasuun kan guutedha," waan ta'eef jechuun ibseera.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0m8v89z9xno?at_campaign=ws_whatsapp
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0m8v89z9xno?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Gazexeessitoonni Sagalee Ameerikaa dhibbaan lakkaa'aman hojiirraa ari'aman
Bulchiinsi Pirezidant Doonaald Tiraamp gaazexeessitoota Sgalee Ameerikaa (VOA) dhibbaan lakkaa'aman ari'uun, madda oduu mootummaan deeggaramu kana guutummaan guutuutti akka cufamu taasiseera.
Ameerikaan yeroo hunda walitti bu'iinsa Baha Gidduugaleessa keesstti mudatu duubaa dhabamtee hin beektu
Fakkeenyaaf wal waraansa Sooriyaa, kan Iraaq akkasumas yeroo garaagaraatti hidhattoota Yemana keessaarratti halleellaa raawwachuun maqaan Ameerikaa ni ka'a, maaliif?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c77v467r4gro?at_campaign=ws_whatsapp

Ameerikaan dubbii Baha Giddu galeessaa duubaa hin dhabamtu, maaliif?
Ameerikaan jaarraa tokkoo oliif Baha Giddugaleessaa keessaatti rakkoon uumamanaan duubaa dhabamtee hin beektu.
Nama nagaa buusu ta'uudhaaf waadaa galuudhaan baatii Amajjii keessaa aangaoo marsaa lammataa kan fudhatan Doonaald Tiraamp, Ameerikaa waldhabdee Israa'eliifi Iraan jidduu galchuuf tarkaanfii falmisisaa fudhatan.
Kun ammoo yaaddoo qabatee itti dhufe qaba. 🇺🇸🇺🇸😟😨https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cn8152r12rpo?at_campaign=ws_whatsapp
Kun ammoo yaaddoo qabatee itti dhufe qaba. 🇺🇸🇺🇸😟😨https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cn8152r12rpo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Balaa alaafi keessaa tarkaanfiin Tiraamp Iraanirratti fudhate qaqqabsiisu
Nagaa buusaa ta'uudhaaf waadaa galuudhaan baatii Amajjii keessaa aangaoo marsaa lammataa kan fudhatan Doonaald Tiraamp, Ameerikaa waldhabdee Israa'eliifi Iraan jidduu galchuuf tarkaanfii falmisisaa fudhatan.
🇮🇱🇮🇷 Bahaan Giddu Galaa addunyaaf bakka baay'ee murteessadha.
Ammoo lafa yeroo hedduu goolamni siyaasaa hin dhabamnedha. Maaliifi?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3d1vk0d5veo?at_campaign=ws_whatsapp
Ammoo lafa yeroo hedduu goolamni siyaasaa hin dhabamnedha. Maaliifi?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3d1vk0d5veo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Bahi Giddu Galaa maaliif iddoo barbaachisaafi tarsiimawaa addunyaa ta'e?
Bahaan Giddu Galaa lafa yeroo heddu goolamni siyaasaa hin dhabamne, garuummoo addunyaaf naannoo baay'ee murteessadha
Aadde Yeshihareg Yirguu jiraattuu magaala Mattuuti. Hojiin idilee isaanii ammoo Yunvarsiitii Mattuu keessatti barattootaaf Ittoo bilcheessuudha.
Harka qalleettii yoo tahan Birrii guddaa lakkaa'anii hin beekan.
Tibbana Birrii Kuma 100 lafaa arganii achuma dhaabadheen iyye jedhan. Namoonnis itti birmatan. Sana booda waan tahe BBCtti himaniiru.
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c89e75wny5zo?at_campaign=ws_whatsapp

Aayyoon Birrii umrii isaaniitti lakkaa'ani hin beekne lafaa arganii abbaaf deebisan maal himu?
Aadde Yeshihareg Yirguu jedhamu. Jiraattuu Godina Iluu abbaa Boor Magaala Mattuu ganda Sayyaa yoo ta'an haadha ijoollee lamaati. Tibbana Birrii 100,000 lafaa argauun abbaa isaaf deebisan.
Lola Israa'eliifi Iraaniif sababoota ta'anii kan eeraman keessaa inni ijoo dhimma gabbisa niwukilaraati.
Boombiin nukilaraa garuu maali? Akkamiin hojjeta? Yuraaniyeemii hangamiitu nukilara oomisha?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvg6en7zpz6o?at_campaign=ws_whatsapp
Boombiin nukilaraa garuu maali? Akkamiin hojjeta? Yuraaniyeemii hangamiitu nukilara oomisha?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvg6en7zpz6o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Anniisaan nukilaraa addunyaa fayyaduus, balleessuus danda'u akkamiin hojjetama?
Gameessi saayinsii ammayyaa abbaan fiiziksii Albart Eyinistaayin anniisaan waan xiqqoorraa argamu addunyaa jijjiiruu akka danda'u irratti wayita oguma isaa addunyaaf gumaachu har'a balaa kana addunyaatti fida hin seene.
🇪🇹🇪🇷 Tibbana bakkeewwan Itoophiyaafi Ertiraa daangessanitti waan addaatu jira.
Kuni eega waggootii dhihoo waan hin baramne.
Mootummoonni biyyoota lamaa callisuu filataniiru. Eenyutu duuba jira?
↪️ https://youtu.be/DHeswCcnR08?si=51UohOx3kLbwQZzS?at_campaign=ws_whatsapp
Kuni eega waggootii dhihoo waan hin baramne.
Mootummoonni biyyoota lamaa callisuu filataniiru. Eenyutu duuba jira?
↪️ https://youtu.be/DHeswCcnR08?si=51UohOx3kLbwQZzS?at_campaign=ws_whatsapp
YouTube
Daangaa Itiyoo-Ertiraarra waan adeemaa jiru duuba kan jiru eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
Tibbana bakkeewwan daangaa Itiyoo-Ertiraa muraasarratti sochiitu adeemaa jira.
Ummati wal keessa dhufee, gammachuufi nagaatu mul’ata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miirri hawaasaa muddama dureewwan siyaasaa biyyoota lamaan…
Ummati wal keessa dhufee, gammachuufi nagaatu mul’ata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miirri hawaasaa muddama dureewwan siyaasaa biyyoota lamaan…
Dhukaasa dhaabuun waan waliigaltee idilee uumuu kan of keessatti hammatedha.
Kunneenis, dhukaasa dhaabuu, tarkaanfii siyaasaa itti aanu, yeroofi bakka hojiirra oolu dabalata.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpqn2z1ewevo?at_campaign=ws_whatsapp
Kunneenis, dhukaasa dhaabuu, tarkaanfii siyaasaa itti aanu, yeroofi bakka hojiirra oolu dabalata.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpqn2z1ewevo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Dhukaasa dhaabuun lola Iraaniifi Israa'el xumuraa?
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Wixata galgala Israa'eliifi Iraan dhukaasa dhaabuu kan nagaa waaraa fiduu danda'a jedhan irratti waliigaluu isaanii beeksisaniiru.
Magaalaa guddoo Naayiroobii dabalatee, Keeniyaan kaleessaa kaasee boorofteetti. Maaltu ta'e?
🇰🇪🇰🇪 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4nlw2z453o?at_campaign=ws_whatsapp
🇰🇪🇰🇪 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4nlw2z453o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Mormii Keeniyaa irratti yoo xiqqaate saddeet ajjeefamanii hedduun miidhaman
Mormii guyyaa kaleessaa Keeniyaatti mootummaa preezdaanti Wiliyaam Ruutoo mormuuf kumaatamni daandiitti bahan irratti walitti bu'iinsa hiriirtotaa fi poolisii gidduuutti uumameen, yoo xiqqaate namoonni saddeet yoo du'an, 400 kan ta'an ammoo madaa'aniiru.