Beenishaangul Gumuuz Matakkal keessatti haleellaa namoota gadda taa'an irratti raawwateen miidhaan qaqqabe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57952596
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57952596
BBC News Afaan Oromoo
Matakkalitti haleellaa namoota gadda taa'an irratti raawwateen miidhaan qaqqabe - BBC News Afaan Oromoo
Beenishaangul Gumuuz Godina Matakkal Aanaa Bulanitti namni tokko ajjeefamee, namoota gadda taa'an irratti haleellaa raawwateen namoonni afur miidhamuun himame.
'Carraa dhumaa tokko qabna, nagaa buusuuf marii biyyaalessaa qofa' - Leencoo Lataa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57949493
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57949493
BBC News Afaan Oromoo
'Carraa dhumaa tokko qabna, nagaa buusuuf marii biyyaalessaa qofa' - Leencoo Lataa
Furmaanni rakkoo siyaasa Itoophiyaa qaamoleen siyaasaa gadi taa'anii mari'achuun, akkamiin walii wajjin jiraanna kan jedhu irratti wal tahinsa irra gahuu qofa jedhan namni siyaasaa Leencoo Lataa.
Covid-19: Ogeeyyii fayyaa Itoophiyaa 'waan guddaa eeganii waa xiqqoollee otoo hin argatiin hafan'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57939018
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57939018
BBC News Afaan Oromoo
Ogeeyyii fayyaa 'waan guddaa eeganii waa xiqqoollee otoo hin argatiin hafan' - BBC News Afaan Oromoo
Ogeeyyiin fayyaa hospitaalota riferaalaa Yuunivarsiitii Jimmaafi Asallaa akkasumas hospitaala Booree, waadaan tajaajila wal’aansa Covid-19 irratti mootummaan seeneef otoo hin raawwatin hafuu komatan.
Hidhattoonni Taalibaan daangaa babal’ifachaa jiraachuu hordofuun labsiin sa’aatii daangessuu labsame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57960061
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57960061
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattoonni Taalibaan daangaa babal’ifachaa jiraachuu hordofuun labsiin sa’aatii daangessuu labsame - BBC News Afaan Oromoo
Hidhattoonni Taalibaan daangaa babal’ifachaa jiraachuu hordofuun labsiin sa’aatii darbaa labsame
Namichi talaallii Covid-19 irratti qoosaa ture vaayirasichaan du’e
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57960866
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57960866
BBC News Afaan Oromoo
Namichi talaallii Covid-19 irratti qoosaa ture vaayirasichaan du’e
Ga'eessi talaallii koroonaavaayirasiif qophaa'an irratti qoosaa ture vaayirasichaan qabamee lubbuun dabartee jirti
Mootummaan naannoo Amaaraa namni danda'u hundi akka adda waraanaatti duulu gaafate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57962228

Ministirri Muummee Tuniiziyaa mormii uummataan aangoorraa kaafaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57966644
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57966644
BBC News Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Tuniiziyaa mormii uummataan aangoorraa kaafaman - BBC News Afaan Oromoo
Kufaatii mootummaan Covid qolachuurratti agarsiiseen mufachuun hiriira kan ba'an lammiileen Tuniiziyaa poolisii waliin walitti bu'aniiru.
Mootummaan naannoo Affaar dargaggoonni hidhatanii finciltoota TPLF akka qolatan gaafate jechuun maddi oduu AFP'n gabaase.
Pirezidaantiin mootummaa naannoo Affaar Awwol Arbaa, ''Uummanni Affaar hundinuu waan danda'een dacheesaa eeggachuu qaba. Rasaasaanis ta'e dullaadhaan akkasumas dhagaadhaanis yoo ta'e diina ofirraa qolachuuq aba,'' jedhan jechuun gabaase AFP'n.

Telegraph
Mootummoonni naannolee Amaaraa fi Affaar uummanni finciltoota TPLF akka 'qolatu' gaafatan - BBC News Afaan Oromoo
Sa'aatii 3 dura Madda suuraa, Getty Images Mootummaan naannoo Affaar dargaggoonni hidhatanii finciltoota TPLF akka qolatan gaafate jechuun maddi oduu AFP'n gabaase. Pirezidaantiin mootummaa naannoo Affaar Awwol Arbaa, ''Uummanni Affaar hundinuu waan danda'een…
Barataan duraanii Yunivarsiitii Haramaayaatti hanna raawwateen hidhaan waggaa 15 itti murtaa'e
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57966894
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57966894
BBC News Afaan Oromoo
Barataan duraanii Yunivarsiitii Haramaayaatti hanna raawwateen hidhaan waggaa 15 itti murtaa'e
Barataan duraanii Yunivarsitii Odaa Bultum kan ture, hanna Yunivarsitii Haramaayaa keessatti raawwateen himatame hidhaan waggaa 15 irratti murtaa'u Yunivarsiitichi BBC'tti hime.
Dhakaan gati-jabeessi doolaara mil. 100 baasu tasa man-duubeetti argame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57991441
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57991441
BBC News Afaan Oromoo
Dhakaan gati-jabeessi doolaara mil. 100 baasu tasa man-duubeetti argame
Qondaalonni Sirilaankaa akka jedhanitti, dhagaa gati-jabeessi addunyaarratti hunda caalaa guddaa ta’e boroo ykn man-duubee namticha tokkoo keessatti akka tasaatti argame.
Wal dhabdee Affaariif Somaalee gidduutti taheen lubbuun namoota 300 olii darbe - Mootummaa naannoo Somaalee
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57975551
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57975551
BBC News Afaan Oromoo
Wal dhabdee Affaariif Somaalee gidduutti taheen lubbuun namoota 300 olii darbe - Mootummaa naannoo Somaalee
Guyyoota sadan darban lola naannoo Somaalee fi Affaar gidduutti gaggeeffameen namootni 300 olii ajjeefamuu Mootummaan Naannoo Somaalee hime.
Lola Israa'eliifi Gaazaa: Yakka waraanaatu raawwate jedhe gareen mirga namoomaaf falmu, HRW
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57994402
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57994402
BBC News Afaan Oromoo
Lola Israa'eliifi Gaazaa: Yakka waraanaatu raawwate jedhe gareen mirga namoomaaf falmu, HRW
Humaan Raayitis Waach humnoonni Israa'eliifi Paalestaayin haleellaa seera maleessa raawwatan jechuun himateera.
Xiyyaara WFP Harargeetti ooyruu jimaa keessatti kufe, namoonni argan maal himu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57996268
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57996268
BBC News Afaan Oromoo
Xiyyaara WFP Harargeetti ooyruu jimaa keessatti kufe, namoonni argan maal himu?
Xiyyaarri Dhaabbati Nyaataa Addunyaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaatti kufuu dhaabbatichi hime.
Waraana Tigraay: Haleellaan humnooti Tigraay baqattoota Eertiraarratti raawwatan akka dhaabbatu US gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57980918
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57980918
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Haleellaan humnooti Tigraay baqattoota Eertiraarratti raawwatan akka dhaabbatu US gaafatte
Humnoonni TPLF'n hariiroo qabanii fi milishaan naannoo Tigraay hokkora lammilee Eertiraa Tigraay keessa jiranirraan gahaa jiran akka dhaaban Ameerikaan gaafatte.
Jawaar Mohaammad: Jawaarfaa bakka hin jirretti himatni isaanii akka ilaalamu manni murtii ajaje
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57980919
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57980919
BBC News Afaan Oromoo
Jawaar Mohaammad: Jawaarfaa bakka hin jirretti himatni isaanii akka ilaalamu manni murtii ajaje
Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee himatamtootni galmee isaanii keessatti argaman afur dhimmi isaanii iddoo isaan hin jirretti akka ilaallamu manni murtii ajaje
Lola Tigiraay: Daandiin Jibuutiirraa Finfinnee geessu cufamuun himame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984536
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984536
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa: Daandiin Jibuutiirraa Finfinnee geessu cufamuun himame
Daaniin guddaan Jibutiirraa Finfinnee geessu, akkasumas daandiin baaburaa ulaa galaanaa Jibutiirraa meeshaalee gara Finfinneetti geessu cufachuusaa bulchaan naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammad Roohitarsitti himan.
Lola Tigraay: Abbaan Alangaa Janaraal Tsaadiqaan dabalatee qondaaltoota waraanaa TPLF 74 irratti himannaa bane
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999509
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999509
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: Abbaan Alangaa Janaraal Tsaadiqaan dabalatee qondaaltoota waraanaa TPLF 74 irratti himannaa bane
Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa qondaaltoota waaraanaa olaanoo TPLF 74 irratti mootummaa federaalaa humnaan diiguuf yaalu jechuun yakka shororkeessummaan himate.
Keeniyaafi UKn al-Shabaab waliin loluuf waliigalteerra gahan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999510
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999510
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaafi UKn al-Shabaab waliin loluuf waliigalteerra gahan - BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaafi Yunaayitid Kingidam (UK) yaaddoo gareen al-Shaabaab Somaaliyaa irraan gahaa jiru hir'isuuf kan dandeessisu waliin ta'anii ittisuuf waliigaltee mallaatteessan.
Lola Tigraay: Itoophiyaan hawaasni addunyaa 'yakkawwan' TPLF itti-fufee raawwachaa jiru osoo arguu callisuun naaf gaaffiidha jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984537
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984537
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: Itoophiyaan hawaasni addunyaa 'yakkawwan' TPLF itti-fufee raawwachaa jiru osoo arguu callisuun naaf gaaffiidha jette
Mootummaan Itoophiyaa osoo Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigiraay (TPLF) 'yakkawwan' gara garaa itti-fufee raawwachaa jiruu argee callisuu filachuun hawaasa addunyaa gaaffii natti ta'aa jira jedhe.
Siwiidin ajjeechaa jumlaa hidhamtoota Iraan bara 1988'f lammii Iraan tokko himatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999511
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999511
BBC News Afaan Oromoo
Siwiidin ajjeechaa jumlaa hidhamtoota Iraan bara 1988'f lammii Iraan tokko himatte
Lammiin Iraan Haamid Nuur jedhamun himame kunis ajjeechaa jumlaa namoota wayita wal waraansa Iraan fi Iraaqiitti hidhaa irra turaniitiin himannaan irratti baname.