'Michummaan Shaneefi TPLF waan haaraa miti'- mootummaa Itoophiyaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58193094
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58193094
BBC News Afaan Oromoo
'Michummaan Shaneefi TPLF waan haaraa miti'- mootummaa Itoophiyaa
Waliigalteen waldeeggarsaa hidhattootni Waraana Bilisumma Oromoo /WBO/ ofiin jedhan TPLF walin taasisan mootummaa federaalaaf waan ‘ajaa’ibaa’ akka hintaane mootummaan Itoophiyaa hime.
Waa'ee du'a abukaatoofi ogeessa seeraa Abduljabbaar Huseen maal beekna?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58144766
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58144766
BBC News Afaan Oromoo
Waa'ee du'a abukaatoofi ogeessa seeraa Abduljabbaar Huseen maal beekna?
Ogeessa seeraa fi abukaatoo Abduljabbaar Huseen guyyaa Roobii magaalaa Adaamaatti "kufee argamee" lubbuun isaa darbuu waahillan fi hiriyootni isaa BBC'tti himan.
👍1
Covid-19: Itoophiyaatti umuriin talaallii Covid itti kennamu jijjirame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58192894
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58192894
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti umuriin talaalliin Covid itti kennamu jijjirame - BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti umuriin namootni talaalliin Covid-19 kennamufii danda'u gadi buufamuun alatti qaamoolee hawaasa garaa garaa talaallicha akka argatan taasifamuun ibsame.
Sochiin waraanaa Lixa Oromiyaatti geejiba daandii gurguddaa gufachiise
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58169034
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58169034
BBC News Afaan Oromoo
Lixa Oromiyaatti geejibni daandii gurguddaa gufachuun himame
Godinaalee Qeellama Wallaaggaa fi Wallagga Lixaa keessatti sochiin waraanaa jiraatulleen, bakki to'annoo hidhattootaa jala gale kamuu hin jiru jedhan aanga'oonni motummaa.
Barattoonni kuma 10 yuunivarsitoota Tigraay keessaa deebifaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58203942
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58203942
BBC News Afaan Oromoo
Barattoonni kuma 10 yuunivarsitoota Tigraay keessaa deebifaman
Barattoota kuma 10 fi 164 yuuniversitoota naannoo Tigraay keessa jiran keessaa baasuun hanga magaalota Kombolchaa fi Finfinneetti fe'uusaa Minsteerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo beeksise.
Teeknooloojii tajaajila wal'aansa fayyaaf abdii ta'e 'Opian tech'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58203941
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58203941
BBC News Afaan Oromoo
Teeknooloojii tajaajila wal'aansa fayyaaf abdii ta'e 'Opian tech'
Teeknooloojiin kun meeshaalee, human namaa fi bajata giddu-gala fayyaa tokkoof barbaachisu xiinxaluun bakka hanqina qabu dursee adda baasee kan guutuudha.
Sidiiniitti dubartiin sobaan doktarii ofiin jette qoratamaa jirti
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58171740
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58171740
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin sobaan doktarii ofiin jette hojiirraa ari'atamte - BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin umuriin waggaa 28 tokko biyya Awustiraaliyaa hospitaalaa Sidiinii keessaa baatiiwwan saddeetiif dokotarii fakkaachuun hojjataa turte jedhame.
Waraana Tigraay: Baahirdaar fi Gondar dabalatee magaalonni naannoo Amaaraa sochii sa'aatiin daangessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58197301
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58197301
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Baahirdaar fi Gondar dabalatee magaalonni naannoo Amaaraa sochii sa'aatiin daangessan
Lola daangaa naannoo Amaaraa fi Tigraay jidduutti adeemaa jiruun wal-qabatee magaalonni naannoo Amaaraa hedduun sochii namaa sa'aatiin daangessaa jiru.
ODUU AMMEE
Hidhattoonni Taaliban Kaabuul seenan
Loltoonni Taalibaan magaalaa guddittii Afgaanistaan Kaabuul
gama maraan seenaa akka jiran BBC'n odeeffateera.
Kaabul magaalota ijoo Afgaanistaan 24 keessaa kan harka
mootummaa Afgaanitti hafte yoo taatu loltoonni Taalibaan
gama maraan itti marsanii seenaa jiru.
Mootummaan Afgaanistaan wanti hundi to'annoo isaa jala
akka jiru ibsuun jiraattota tasgabbeessaa jira.
Hogganooti Taalibaan ammoo loltoonni isaanii Kaabul
keessatti hokkora akka hin kaafne, nama baqachuu fedhuuf
karaa akka banan ajajaniiru.
-»@bbcAfaanOromoo ..
========Read more===⤵️l

Telegraph
Pirezidaantiin Afgaan Ashraaf biyyaa baqatan, Taalibaan ammoo masaraa mootummaa qabatan - BBC News Afaan Oromoo
Haaromsameera Sa'aatii 9 dura Madda suuraa, Getty Images Pirezidaantiin Afgaan Ashraaf Ghaanii baqachuun, milishoonni Taalibaan ammoo masaraa mootummaa kan magaalaa Kaabul keessa jiru qabachuun barame. Pirezidaantiin Afgaanistaan Ashraaf Ghaanii Taalibaanoonni…
Taalibaan ibsa viidiyoon gadhiiseen 'jireenya uummataa ni fooyyeessina' jedhe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58209205
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58209205
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: 'Jireenya uummataa ni fooyyeessina' - Taalibaan
Hidhattootni Taalibaan magaalaa guddoo Kaabuliifi masaraa mootummaa to'atanii bariitu ibsa viidiyoon gadhiisaniin jireenya uummata Afgaan wayyeessuuf akka hojjetan waadaa galan.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tajaajila dhimma lafaan walqabatu kennuu yeroo hin murtoofneef dhaabe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58225539
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58225539
BBC News Afaan Oromoo
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tajaajila dhimma lafaan walqabatu kennuu dhaabe - BBC News Afaan Oromoo
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee lafaafi dhimmoota lafa waliin walqabatan irratti tajaajilawwan kennuu yeroo hin beekamneef dhaabuu Piress Sakireetaariin waajira bulchiinsa kantiibaa beeksise.
US hojjattootashee Afgaan keessaa baasuuf buufata xiyyaaraa Kaabul to'atte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58213821
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58213821
BBC News Afaan Oromoo
US hojjattootashee Afgaan keessaa baasuuf buufata xiyyaaraa Kaabul to'atte
Taalibaan magaalaa guddiitti Afgaan Kaabuliitti deebi'ee to'achuu hordofee jiraattoota magaalattii baqataa wayita jiraniitti loltoonni Ameerikaa buufata Xiyyaara Idil-Addunyaa Kaabul to'atan.
Sudaan Itoophiyaatti nagaan akka bu'u yaalii gochuu akka itti fuftu beeksiste
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231304
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231304
BBC News Afaan Oromoo
Sudaan Itoophiyaatti nagaan akka bu'u yaalii gochuu akka itti fuftu beeksiste - BBC News Afaan Oromoo
Gama Lixaan biyya hollaa Itoophiyaa kan taate Sudaan carraaqqiin walitti bu'insa Itoophiyaa keessa jiruuf jaarsa ta'uun araarsuu fudhatamma dhabullee yaalii taasisaa jirtu ammallee akka itti fuftu beeksisteetti.
Afgaanistaan: Taalibaan fakkaachuun hanniifi saamichi Kaabuul keessaa baayyate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58230264
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58230264
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Taalibaan fakkaachuun hanniifi saamichi Kaabuul keessaa baayyate
Erga gareen Taalibaan magaalaa guddittii Afgaanistaan Kaabul galanii booda haalli hedduun biyyatti keessatti jijjirameera jirudhu jiraattoonni.
Waraana Tigraay: UN ajandaa siyaasaa tarkaanfachiisa jedhamuun isa yaaddessuu hime
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58241777
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58241777
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: UN ajandaa siyaasaa tarkaanfachiisa jedhamuun isa yaaddessuu hime
Dameeleen deeggarsa namoomaa UN waraana Itoophiyaa keessa jiruun ajandaa siyaasaa gam-tokkoo adeemsisu jedhamuun akkaan isa yaaddessuu ibsa kaleessa baaseen himeera.
Afgaanistaan: Facebook ergaawan Taalibaan waliin walqabatan dhorkuu beeksise
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231309
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231309
BBC News Afaan Oromoo
Facebook ergaawan Taalibaan waliin walqabatan dhorkuu beeksise - BBC News Afaan Oromoo
Faceook warra Taalibaan akka garee shororkeessaatti ilaaluun ergaawwan garee kana waliin walqabatan akka dhorku beeksiseera.
Adeemsi hogganaa WHO Dr Teediroos bakka buusuu iftoomina akka qabaatu gaafatame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58246285
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58246285
BBC News Afaan Oromoo
Adeemsi hogganaa WHO Dr Teediroos bakka buusuu iftoomina akka qabaatu gaafatame
Biyyoonni Miseensa UN tahan baatii tokko keessatti hogganaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaaf kaadhimamaa nama tahu dhiyeessuuf jedhu.
Waraana Tigraay: Yuunivarsiitii Dabra Maarqoos maaliif hojjettoota isaaf leenjii loltummaa kenne?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58227796
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58227796
BBC News Afaan Oromoo
Yuunivarsiitii Dabra Maarqoos maaliif hojjettoota isaaf leenjii loltummaa kenne? - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa keessatti kan argamu Yunivarsitiin Dabra Maarqoos pireezidantii dabalatee hojjettootni isaa 200 ol leenjii bu'uuraa loltummaa fudhachuu isaanii yuunivarsiitichi beeksiseera.
Diinagdee: Dhaabbileen liqii idil-addunyaa Itoophiyaaf liqaa gadi dhiisuu tursiisan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58250678
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58250678
BBC News Afaan Oromoo
Diinagdee: Dhaabbileen liqii idil-addunyaa Itoophiyaaf liqaa gadi dhiisuu tursiisan
Wayita biyyattiin biyyootaa fi dhaabbileen liqii idil-addunyaa haara galfii liqii akka kennaniif gaafataa jirtu kanatti liqiin haaraan kun dandeettii deebisanii kaffaluu biyyattii daranuu hammeessa sodaa jedhutu jira.
Hakayindee Hichilemaa: ‘Tikee horii’ Zambiyaa pirezidantii ta’an
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58248694
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58248694
BBC News Afaan Oromoo
Hakayindee Hichilemaa: ‘Tikee horii’ Zambiyaa pirezidantii ta’an
Hakayindee Hichilemaa yeroo shan yaalanii irra aanuu dhabaniis, dorgommi filannoo ja’affaan garuu pirezdaantii Zambiyaa ta’uun injifataniiru. Garuu, namni kuni eenyu?