Dhukkubbni onnee tasaa maali?
Namni dhibee onneen tasuma du'e yeroo jedhamu dhagahama. Kun mallattoo dhukkubaa homaa osoo irratti hin argiin tahuu danda'a.
Ofii dhukkubni onnee tasaa maali? Akkamiin irraa of eeguun danda'ama?
ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4yvl3v474o?at_campaign=ws_whatsapp

BBC News Afaan Oromoo
Fayyaa onnee keenyaa akkamiin eeguu dandeenya?
Onneen fayyaalessi qaamni kee hojiisaa sirnaan akka dalagu godha. Dhiiga raabsuun oksijiinii dabalatee qabiyyeewwan murteessoo qaama kee waliin gaha.
Iraan deebitee Ameerikaa waliin marii nuukileeraa jalqabuuf ulaagaa lafa keesse.
Tiraampi irraa maal akka barbaaddu ibsiteetti. Iraan maal feeti? Yuuraaniyeemiin ishee %60 gabbachuu kan amante Iraan kaayyoo ishees ibsiteetti.
Kanaaf Ameerikaan maal jetti?
βͺοΈ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cwye744kngpo?at_campaign=ws_whatsapp

'Amerikaan marii haaraa jalqabuun dura yaada ammas Iraan haleeluu dhiisuu qabdi'- Ministira Iraan
Ameerikaan marii dippilomaasii dhimma nuukileeraa irratti jalqabee adda cite akka itti fufu barbaannaan haleellaa dabalataa Iraan irratti yaadde dhaabuu qabdi jedhan itti aanaan ministeera dhimma alaa Iraan.
Pirezidant Doonaald Tiraamp namoota TikTok bituu danda'an akka qaban dubbatan.
Miidiyaan hawaasummaa kun sodaa nageenyaaf jecha US keessatti dhorkameera.
Tiraampi Chaayinaa irraa eenyu akka bitu barbaadu laata? ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq53452lew6o?at_campaign=ws_whatsapp

Tiraamp ''garee tujaarotaa' TikTok bituu danda'an nan qaba jedhan
Tiraamp gaaffii fi deebii Fox News waliin taasisaniin ''garee tujaarotaa'' TikTok dhuunfachuu danda'an akka qaban ibsan.
Astirooyidoonni afur dhiyeenya dachee irratti kufuu danda'u jedhamuun qorattoonni xiyyeeffannoo guddaan qorataa jiru.
Astirooyidoonni kunneen kam fa'i? Miidhaa akkamii namarraan gahu? Adda baafamaniiru.
Asii argattu. ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2vvlq9wl0o?at_campaign=ws_whatsapp
Astirooyidoonni kunneen kam fa'i? Miidhaa akkamii namarraan gahu? Adda baafamaniiru.
Asii argattu. ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2vvlq9wl0o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Astirooyidoonni qorattoonni hawaa ija miixanii ilaalaa jiran afur dachee rukutuu danda'uu?
Jaarmiyaalee hedduun kan isaan xiyyeeffannaa fi itti dhiheenyaan astirooyidoota hordofaniif waan isaan dacheerraan balaa ga'aniif qofa miti.
Ajajaa duraanii tikaa Iraan ofuma isaafuu basaasaa israa'el tahee argame.....
"Qondaalli tikaa olaanan Iraan basaastota Israa'el akka to'atuuf kaa'ame, ofiisaafuu tika Israa'el ta'ee argame," jechuun pirezidaantiin Iraan dubbatanii ture.
Shirawwan Israa'el Iraan keessatti gaggeessitu akka to'atuuf itti gaafatamummaa qaba ture.
Gabaasichaaf; ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cgrx2ep2549o?at_campaign=ws_whatsapp

Basaasni Israa'el akkamiin gola Iraan keessatti hidda gadi fageeffate?
Tikni Israa'el, Mossad, haleellawwan dhoksaafi ija jabinaa biyyoota garaa garaa keessatti gaggeessun dhaaba 'akkaan sodaatamaadha".