Telegram Web Link
Ajajaa duraanii tikaa Iraan ofuma isaafuu basaasaa israa'el tahee argame.....

"Qondaalli tikaa olaanan Iraan basaastota Israa'el akka to'atuuf kaa'ame, ofiisaafuu tika Israa'el ta'ee argame," jechuun pirezidaantiin Iraan dubbatanii ture.

Shirawwan Israa'el Iraan keessatti gaggeessitu akka to'atuuf itti gaafatamummaa qaba ture.

Gabaasichaaf; 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cgrx2ep2549o?at_campaign=ws_whatsapp
2025/07/02 05:29:56
Back to Top
HTML Embed Code: