Telegram Web Link
Ministirri Mummee Abiy Ahimad raawwii karoora hojii mootummaa bara 2017 A.L.I Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataaf dhiyeessuun gaaffilee miseensota irraa isaaniif dhiyaateef deebii kennaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1rjqv7p
10
🇪🇹 Tiraamp biyyoota akka Itoophiyaa fa'itti dhaadatan.

Dubbiin isaanii kuni kora dhihoo MM Abiy fi kaan hirmaatan irratti ejjennoon isaan mufachiise erga mul'ate booda dhagahame.

Maali wanti kuni? ⤵️

↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c8rp3ddd5g6o?at_campaign=ws_whatsapp
9🔥1👏1
TikTok fayyadamtoota US keessa jiraniif aappii biraa qopheessuu beeksise.
Kunis TikTok US keessatti akka hin hojjanne ykn abbootiin qabeenyaa US akka bitan Tiraamp akeekkachiisuu hordofeeti.
👇🏾
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/ckg5lyepzgno?at_campaign=ws_whatsapp
6
🇪🇹🇪🇬 Itoophiyaan Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa laga Abbayyaarratti ijaarame waggoota 14 booda ijaartee xumuruu beeksisteetti.

Hidhi Abbayyaa yoo ijaarame hamma bishaan na bira gahu xiqqeessa kan jechaa turte Masriin kana akkamiin ilaalti?

↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpwqvpk2248o?at_campaign=ws_whatsapp
2025/07/09 08:53:00
Back to Top
HTML Embed Code: