Manni Maree Nageenyaa UN har'a dhimma Hidha Abbayyaa irratti walgahii taa’uuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57762332
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57762332
BBC News Afaan Oromoo
Manni Maree Nageenyaa UN har'a dhimma Hidha Abbayyaa irratti walgahii taa’uuf
Manni maree nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii muddama dhimma Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa irratti mari’achuuf har’a walgahii gaggeessa jedhamee eegama.
❤1👍1
Afaan Suwaahiilii Afrikaa tokkoomsuu danda’a jedhan Museveeniin
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57766426
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57766426
BBC News Afaan Oromoo
Afaan Suwaahiilii Afrikaa tokkoomsuu danda’a jedhan Museveeniin - BBC News Afaan Oromoo
Pirezdaantiin Yugaandaa Yoweerii Museveenii afaan Suwaahiili aardii Afrikaa tokkoomsuu waan danda'uuf lammileen Afrikaa Afaan kana akka dubbataniif waamicha dhiyeessan.
Waraanaa Tigraay: Labsiin kophaatti dhukaasa dhaabuu 'marsuudha' jedhamuufi deebii Itoophiyaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57763130
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57763130
BBC News Afaan Oromoo
Waraanaa Tigraay: Labsiin kophaatti dhukaasa dhaabuu 'marsuudha' jedhamuufi deebii Itoophiyaa
Labsii kophaatti dhukaasa dhaabuu mootummaan Itoophiyaa naannoo Tigraayiitti labse 'marsuudha' akkasumas motummaan beela uumaa jira jechuun akeekkachiisa Gamtaan Awurooppaa baasee, Itoophiyaan kufaa goote.
Pireezidantiin Haayitii ajjeefamuu hordofee lolli qawwee jabaate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57768380
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57768380
BBC News Afaan Oromoo
Pireezidantiin Haayitii ajjeefamuu hordofee lolli qawwee jabaate - BBC News Afaan Oromoo
Pireezidantiin Haayitii Jovinel Mo’is Poorti aa Piriinsitti ajjeefamuu hordofee magaalicha kessatti lolli qawwee poolisootaafi namoota ajjeecha raawwachuun shakkaman gidduutti jabaate.
'Torban tokko dura ogeessonni miidiyaa to’annoo jala oolan eessa akka jiran hin beekamu'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57768441
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57768441
BBC News Afaan Oromoo
'Ogeeyyiin miidiyaa torbee dura hidhaman eessa akka jiran hin beekamu' - BBC News Afaan Oromoo
Torban tokko dura dhabbilee miidiyaa lamma irraa to’annoo jala kan oolan oggeessonni miidiyaa eessa akka jiran akka hin beekamne abukaatoon isaani himan.