Dhabbanni Google hojjatoota manaa hojjataan irraa mindaa hir’isuu danda’a
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58177082
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58177082
BBC News Afaan Oromoo
Dhabbanni Google hojjatoota manaa hojjataan irraa mindaa hir’isuu danda’a
Hojjattoonni dhaabbata Google kan US keessaa, yoo manaa hojjachuu filatan mindaan isaanii hir’ifamu danda'a jedhame.
Dhiibbaa dabalamuu gatii tajaajila dhaabilee fayyaa wal'aanamtoota irraan gahe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58243002
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58243002
BBC News Afaan Oromoo
Dhiibbaa dabalamuu gatii tajaajila dhaabilee fayyaa wal'aanamtoota irraan gahe - BBC News Afaan Oromoo
Salaamaawiit jiraattuu Magaalaa Finfinneeti. Haatiishee sababii rakkina fayyaa qabaniin yeroo hunda mana yaalaatti deedebii'u. Dhiheenya kanas akkuma yeroo biyaa haadhashee qabachuun buufata fayyaa naannoosaaniitti argamutti qajeelte.
Itoophiyaa: Godinaalee Wallaggaa afranitti tajaajilli Intarneetii adda cite
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58250709
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58250709
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa: Godinaalee Wallaggaa afranitti tajaajilli Intarneetii adda cite
Lixa Oromiyaa godinaalee Wallagga Bahaa, Horro Guduruu Wallaggaa, Wallagga Lixaa fi Qeellam Wallaggaatti tajaajilli Interneetii erga adda citee torbee tokko guutuun himame.
Afgaanistaan: Taalibaan dubartoonni Afgaan akkaataa seera Islaamaan mirgi isaanii kabajama jedhe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253880
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253880
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Taalibaan dubartoonni Afgaan akkaataa seera Islaamaan mirgi isaanii kabajama jedhe
Mirgooti dubartootaa Afgaanistaan ‘’caasaa seera Islaamaan ni kabajamu’’ jedhe Taalibaan.
🥰1
Haayitiitti baay'inni namoota kirkira lafaatiin du'an 2000 ta'uuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253740
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253740
BBC News Afaan Oromoo
Haayitiitti baay'inni namoota kirkira lafaatiin du'an 2000 ta'uuf - BBC News Afaan Oromoo
Namootni baay'een ammayyuu manneen jijjigan jalatti danqamanii hafuun barbaadamaa jiru, lakkoofsi namoota du'anii dabaluu akka danda'us himama.
Balaa lolaa Finfinnee Seminaarii Makkaane Yesuusitti dhaqqabeen namoonni torba du'anii tokko ammayyuu hin argamne
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231312
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231312
BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaa Finfinnee dhaqqabeen namoonni torba du'anii tokko ammayyuu hin argamne
Lolaa guyyaa kaleessaa Finfinneetti mudateen Seminaarii Makkaane Yesuus keessatti lubbuun namoota torbaa darbuun namni tokko dhabame.
Godina Gujiitti hidhattoonni gandoota to'achuu yoo hima aanga'oonni dhara jedhan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58253690
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58253690
BBC News Afaan Oromoo
Jiraattotni godina Gujii hidhattoonni gandoota to'achuu yoo himan aanga'oonni garuu dhara jedhan
Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan ABO-Shanee jedhuun shororkeessummaan farrajee aanaalee godina Gujii to'achuun uummata waliin marii gaggeessuu jiraattonni himaniis bulchaan godinaa soba jechuun waakkatan.
Dubbi himaan Taalibaan kun bara dheeraaf ifatti bahee mulatee kan hinbeekamne yoo ta'u, amma yeroo jalqabaatiif ummata durattis mul'ate.
Warri Taalibaan erga Afgaanistaan to'atanii booda Kibxata yeroo jalqabaatiif ibsa gaazexeessitootaaf wayita kennanitti dubbi himaan isaanii Zabihullaah Mujahid ture kan hunda caalaa ibsa kennaa ture.
-»@bbcAfaanOromoo ..
========Read more===⤵️l

Telegraph
Dubbi himaan Taalibaan fuulaan hin beekamne dhumarratti mul'ate - BBC News Afaan Oromoo
Sa'aatii 5 dura Madda suuraa, Reuters
Waraana Tigraay, Sudaan: Tarkii fi Itoophiyaan dhimmoota waraanaa fi kaan irratti wal-ta'uuf waliigalan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263439
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263439
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay, Sudaan: Tarkii fi Itoophiyaan dhimmoota waraanaa fi kaan irratti wal-ta'uuf waliigalan
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa murteessoo keessaa tokko ta’uu himanii, birmadummaan daangaa ishee kabajamuu fi nagaan biyyattii Tarkiif barbaachisaa ta’uu himaniiru.
Buqqaatota Beenishaangul kuma 500 oliif 'gargaarsa dhaqqabsiisuun cimaa ta'eera' - UN
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263038
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263038
BBC News Afaan Oromoo
Buqqaatota Beenishaangul kuma 500 oliif 'gargaarsa dhaqqabsiisuun cimaa ta'eera' - UN
Naannoo Beenishangul Gumuz keessa buqqaatonni kuma 540 ta’an yoo jiraatan Nannoo Kibbaa keessa ammo jiraattoonni miiliyoona 1.4 ta’an gargaarsi akka isaan barbaachisu UN ibseera.
Afgaanistaan: Eenyummaa gaggeessitoota Taalibaan keessa jiranii beektuu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231311
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231311
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Eenyummaa gaggeessitoota Taalibaan keessa jiranii beektuu?
Taalibaan "mootummaa hammataa ta'e" hundeessuufan jira jedhe. Garuu caasaan isaa yeroo ammaa maal fakkaata? Gareen kun dursaa olaanaa, mana maree miseensota 26 of keessaa qabuufi kan hojiiwwan gara garaa to'atu "kaabinee ministeerota " qaba.
Afgaanistaan: Seerri Shari’aa maali? Seera kanaan gochaawwan yakka tahan maal fa’i?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58259084
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58259084
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Seerri Shari’aa maali? Seera kanaan gochaawwan yakka tahan maal fa’i?
Shari’aan maddisaa Quraana haa tahuyyuu malee hiikaa isaa irratti garuu hayyoonni Islaamaa gurguddoon irratti hirmaatu. Adeemsi kunis ‘Fatwaa’ jedhamuun beekama.
Afgaanistaan: Taaliibaan lammiileen Afgaanistaan akka gara buufata xiyyaaraa hin galle dhorke
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253747
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253747
BBC News Afaan Oromoo
Taaliibaan lammiileen Afgaanistaan gara buufata xiyyaaraa akka hin galle dhorke - BBC News Afaan Oromoo
Taaliibaan erga Kaabul to'atee lammiilee Afgaanistaan sodaatanii biyyaa bahuuf gara buufata xiyyaaraa deeman akka hin seenne dhorke.
Lammiin Ameerikaa tokkollee Kaabuul keessatti hin hafu jedhan Baayidan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58266193
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58266193
BBC News Afaan Oromoo
Lammiin Ameerikaa tokkollee Kaabuul keessatti hin hafu jedhan Baayidan
Pireezidant Joo Baayidan loltoonni Ameerikaa guyyaa akka bahan itti himame caalaa turuu danda’u, sababiinsaa immoo Taalibaan namoota achii bahuu barbaadan buufata xiyyaaraa Kaabuul akka hin geenye gochaa ijaa jiruufi jedhan.
Ashraaf Gaanii: Pireezidantiin Afgaanistaan biyyaa baqatan UAE qubatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265691
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265691
BBC News Afaan Oromoo
Ashraaf Gaanii: Pireezidantiin Afgaanistaan biyyaa baqatan UAE qubatan
Tokkummaan Eemireetota Arabaa(UAE) pireezidantii Afgaanistaan Ashraaf Gaaniifi maatii isaanii namooma irratti hundaa'uun simachuu beeksise.
Gaazexeessaan Eertiraa waggoota digdamaaf hidhame akka gadhiifamuuf UN gaafate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265603
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265603
BBC News Afaan Oromoo
Gaazexeessaan Eertiraa waggoota digdamaaf hidhame akka gadhiifamuuf UN gaafate - BBC News Afaan Oromoo
Gaazexeessaan Ertiraa murtii tokko malee waggoota digdamaaf hidhame Daawwit Yisihaaq atattamaan akka hiikamuuf ogeessonni dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) gaafatan.
❤1
Waraana Tigraay: Barreessaa ol-aanaan UN Itoophiyaatti marii siyaasaan waldhabdeen akka furamu gaafatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58278356
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58278356
BBC News Afaan Oromoo
Antooniyoo Guutereez Itoophiyaatti dhukaasni atattamaan akka dhaabbatuuf gaafatan - BBC News Afaan Oromoo
Antooniyoo Guutireez Itoophiyaatti nageenyi akka bu'uuf jalqaba dhukaasni dhaabbachuun mariin siyaasaa gaggeefamuu akka qabu gaafatan.
Waraana Tigraay: Wanti ganna 20 dura lammilee Eertiraarra gahe amma dhalattoota Tigraayirra gahaa jiraa?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58273788
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58273788
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Wanti ganna 20 dura lammilee Eertiraarra gahe amma dhalattoota Tigraayirra gahaa jiraa?
Sadaasa 2020 keessa waldhabdee Tigraay keessatti uumame booda, Itoophiyaa naannoolee adda addaa keessa kan jiraatan dhalattoonni Tigraay, eenyummaa keenya irratti hundaa’uun haleellaan nurra ga’aa jira jedhu.
Waraana Tigiraay: Magaalaa Dabre Taaboritti haleellaa meeshaa guddaan gaggeeffameen miseensa maatii tokkoo keessaa shan ajjeefaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265606
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265606
BBC News Afaan Oromoo
Dabre Taaboritti haleellaa meeshaa guddaan gaggeeffameen mana tokkoo namoonni shan ajjeefaman - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa, godina Gondar Kibbaa magaalaa Dabre Taabor keessatti haleellaa meeshaa waraanaa guddaan gaggeeffameen miseensa maatii tokko keessaa shan ajjeefamuun himame.
Waashingitan DC: Namichi US Kaappitaal Hiil cinaatti boombii qabatee sodaachisaa to'atame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58279984
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58279984
BBC News Afaan Oromoo
Namichi US Kaappitol Hiil cinaatti boombii qabatee sodaachisaa ture to'atame - BBC News Afaan Oromoo
Namichi gamoo Kongiraansii Ameerikaa Waashingitan DC jiru, Kaappitol Hiil cinaatti boombiidhaan sodaachise to'annoo jala oole.
🥰1