Ertiraa: Ajajaan waraanaa Ertiraa Janaraal Filiphoos Waldayohaannis kan US qoqqophaa irra keessee eenyudha?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58350423?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58350423?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Ertiraa: Ajajaan waraanaa Ertiraa Janaraal Filiphoos Waldayohaannis kan US qoqqophaa irra keessee eenyudha?
Itaamaazhor Shumiin Ertiraa Janaraal Filiphoos Waldayohaannis sababa lola Tigraayin US sarbama mirga namoomaan isaan himachuun 'Global Magnitsky Act’ eeruun qoqqobde eenyudha?
Waranaan Tigraay: Hidhattootni TPLF Gondar Kibbaatti saamichaafi bu'uura misoomaa mancaasun himataman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319738?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319738?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattootni TPLF Gondar Kibbaatti saamichaafi bu'uuraalee misoomaa mancaasun himataman - BBC News Afaan Oromoo
Hidhattootni TPLF naannoo Amaaraa Godina Gondar Kibbaa naannolee to'annoo isaanii jala turan keessatti saamicha raawwachuun, bu'uuraalee misoomaa mancaasuun gabaafame.
Afgaanistaan: 'Haleellaan hammaatus US lammiileeshee Afgaanistaan keessaa baasuu inuma xumurti'- Baayidan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58352880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58352880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
'Haleellaan hammaatus US lammiileeshee Afgaanistaan keessaa baasuu inuma xumurti'- Baayidan - BBC News Afaan Oromoo
Haleellaan boombii loltoota US 13 dabalatee namoota 90 galaafate, namoota Afgaanistaan keessaa baasuu irraa boodatti nu hin deebisu jedhan Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan.
Hambaan gosa qurxummii luka afur qabu haaraan Masriitti argame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353134?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353134?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hambaan gosa qurxummii luka afur qabu haaraan Masriitti argame - BBC News Afaan Oromoo
Saayintistoonni Masrii hambaa gosa qurxummii weel jedhamu kan luka afur qabuufi waggoota miiliyoona 43 dura jiraachaa ture argataniiru.
Rakkoo Afgaan: Gareen hidhattoottaa Is- K Afgaan keessaa eenyuudha?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339015?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339015?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Gareen hidhattootaa Is- K Afgaanistaan keessa socho'u eenyuudha? - BBC News Afaan Oromoo
Garee jihaadistii bara 2015 hundeeffamuun bara dhiheenyaa kana keessa ajjeechaawwan sukkaneessoo ta'aniin himatamu Isis- K eenyuudha?
Waraana Tigiraay: Manni Maree Nageenyaa UN waa'ee Itoophiyaa maal mari'ate?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353003?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353003?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: Manni Maree Nageenyaa UN waa'ee Itoophiyaa maal mari'ate?
Dhaabbata mootummoota Gamtoomaaniitti Manni Maree Dhimma Nageenyaa, Itoophiyaatti rakkoo nageenyaa mudate ilaalchisee kaleessa Hagayya 26,2021 marii gaggeessera.
Waa’e haleellaa boombii Kaabulitti namoota 90 ol ajjeesee maal beekna?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58359677?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58359677?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waa’e haleellaa boombii Kaabulitti namoota 170 ol ajjeesee maal beekna?
Haleellan boombii gurguddaan lama Afgaanistaan naannawa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Hamiid Kaarzaayi kan qaqqabe, wayita lammileen nagaan Taalibaan jalaa xiyyaaraan miliquu itti fufanittidha.
Namoonni hedduun soorama bahuusaanii maaliif dhokfatuu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339017?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339017?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Namoonni hedduun soorama bahuusaanii maaliif dhokfatuu?
Qorannoon akkaadamii Harvaardiin hojjatame tokko akka mul'isetti namoonni baayyee erga soorama bahaniin boodas akka waan hojiirra jiran of fakkeessu. Kun maaliif laata?
Naannoo Amaaraatti namoota daboon qorattoota ajjeessan 32 irratti murteen darbe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58367839?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58367839?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraatti namoota daboon qorattoota ajjeessan 32 irratti murteen darbe - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa Godina Goojjaam Lixaa, aanaa Gonjii Qolalaatti namoota hojii qorannoo gaggeessuuf gara sanatti imalaniirratti haleellaa gareen raawwachuun ajjeechaa raawwataniifi miidhaa qaqabsiisan irratti murteen darbe.
Dubartiin Faransaay reeffa sanduuqa keessaa faaya mormaafi kaan hatan to'annoo jala oolan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374210?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374210?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin Faransaay reeffa sanduuqa keessaa faaya mormaafi kaan hatan to'annoo jala oolan
Poolisiin akka amanutti dubartiin kuni nama gadda ibsachuuf dhufan fakkeessaniiti hanna kan raawwatan.
Pireezidantii Biraazil Bolsonaaroo: Na ajjeesu, na hidhu yookaan irra deebiin filama
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374313?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374313?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Pireezidantii Biraazil Bolsonaaroo: Na ajjeesu, na hidhu yookaan irra deebiin filama
Pireezidantiin Biraazil Jaayir Bolsonaaroo filannoo pireezidantummaa bara dhufurra egereen koo waa sadii jedhan: mana hidhaa, du'a yookaan moo'icha.
Rakkoo godaansaa Awurooppaa: Godaantonni 500 ol dhiyeenya odola Itaaliitti baraaraman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374316?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374316?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Godaantonni 500 ol dhiyeenya odola Itaaliitti baraaraman - BBC News Afaan Oromoo
Dooniin eegdota daangaa galaanaa Itaalii, bidiruu qurxummii dhiyeenya odola Laampeduusaa keessaa godaantota 539 baraaran.
Waraana Tigraay: Miidhaa waraanni Tigraay diinagdee Itoophiyaarraan gahe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374319?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374319?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Miidhaa waraanni Tigraay diinagdee Itoophiyaarraan gahe
Gatiin nyaataa dabalaa jira, humni waa bituu maallaqa biyyattiis gadi bu'aa jira, akkasumas amantaan invastaroonni qabanis gadi bu'aa jira.
Afgaanistaan: 'Haleellaan diroonii sodaa dhohiinsa boombii buufata xiyyaaraa Kaabul hambise'-US
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381569?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381569?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
'Haleellaan diroonii dhohiinsa boombii buufata xiyyaaraa Kaabul hambise'-US - BBC News Afaan Oromoo
Haleellaan konkolaataa miseensa IS baatee ture jedhamee shakkamerratti raawwatame, haleellaan dhohiinsa boombii kan biraan buufata xiyyaaraa Kaabulitti akka hin mudanne godheera jedhan qondaaltonni waraanaa US.
Finfinneetti baatii sadiif kiraan manaa akka hin dabalamne dhorkame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58379938?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58379938?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Finfinneetti baatii sadiif kiraan manaa akka hin dabalamne dhorkame - BBC News Afaan Oromoo
Bulchiinsi Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan sadan itti aananiif magaalittii keessatti kiraa manaa dabalun akka hindanda'amne beeksiise.
Waraana Yaman: Haleellaan diroonii xyyaara mootummaa irratti raawwatame loltoota 30 ajjese
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381699?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381699?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaan diroonii xiyyaara Yaman irratti raawwatame loltoota 30 ajjeese - BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa dirooniin xiyyaara guddaa [ayirbaas] irratti kibba Yamanitti raawwatameen yoo xiqqaate loltoonni mootummaa ajjeefamuu maddeen nageenyaafi hospitaalaa himan.
Ameerikaatti haati leenca gaaraa loluun lubbuu ilmashee oolchite
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381608?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381608?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Haati leenca gaaraa harkaan loluun lubbuu ilmashee oolchite - BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaatti haati ilmashee ganna shanii miidhaa bineensa leenca gaaraa jedhamu jalaa oolchite. Daa'imni kunis manasaanii gaara Saantaa Moonikaa jiru alatti wayita taphachaa turetti, ture leenci gaaraa (mountain lion) kun kan itti utaaluun…
Waraana Tigraay: TPLF Gamtaa Afrikaa loogiidhaan komatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381703?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381703?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Humnoonni Tigraay Gamtaa Afrikaa loogiidhaan himatan
Humnoonni finciltoota naannoo Tigraay mootummaa Federaalaa walin wal waraanaa jiran Gamtaan Afrikaa (AU) ni looga jechuun komatan.
Daawwannaafi mariin MM Abiy Ahimad hogganoota Baha Afrikaa waliin taasisan maal akeeka?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58387841?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58387841?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Daawwannaafi mariin MM Abiy Ahimad hogganoota Baha Afrikaa waliin taasisan maal akeeka?
Xumura torban darbe Ministirri Muummee Abiy Ahimad biyyoota Yugaandaafi Ruwaandaa erga daawwatanii booda har’a biyyatti deebi’u Waajjirri Ministeera Muummee Itoophiyaa himeera. Daawwannaan kunneen garuu maal akeeku?
Waraana Tigraay: Waraana kaaba Itoophiyaan manneen barnootaa kumni 7 ol barbadaa'uun himame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58388095?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58388095?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Waraana kaaba Itoophiyaan manneen barnootaa kumni 7 ol barbadaa'uun himame
Naannoo Tigraay, Amaaraafi Affaaritti waraana mudateen manneen barnootaa 7000 ol guutummaa guututtiifi gariin immoo hamma tokko barbadaa'uu isaanii Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa beeksise.