Telegram Web Link
Aadde Yeshihareg Yirguu jiraattuu magaala Mattuuti. Hojiin idilee isaanii ammoo Yunvarsiitii Mattuu keessatti barattootaaf Ittoo bilcheessuudha.

Harka qalleettii yoo tahan Birrii guddaa lakkaa'anii hin beekan.

Tibbana Birrii Kuma 100 lafaa arganii achuma dhaabadheen iyye jedhan. Namoonnis itti birmatan. Sana booda waan tahe BBCtti himaniiru.

👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c89e75wny5zo?at_campaign=ws_whatsapp
Namni Atoomik boombii amma addunyaan akka malee sodaattu hojjete gaafa Jaappaan irra buusuun al takkaatti namoota kuma dhibbaan lakkaa'aman fixe maal jedhe?
Gaabbii isaa akkamiin ibse? 👉👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cmlxk99w32jo?at_campaign=ws_whatsapp
Hanqina boba'aa itoophiyaa keessatti tibbana mudateen Finfinnee fi Adaamaa dabalatee magaalota biyyattii adda addaa keessatti konkolaattonni hiriira dhedheeraa guyyotaaf ture mul'achaa jira.

Sababni maali? Mootummaan gatii dabaleeraa? Gaafanneerra. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0epldwnzwxo?at_campaign=ws_whatsapp
2025/06/30 16:32:21
Back to Top
HTML Embed Code: