Maanaajimantiin Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa woorkshooppii magaalaa adaaamaatti geeggeeffame irrati hirmaatan 1000 ol ta’an, sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaa irrattis qooda fudhachuun, eegumsa naannoof quuqama qabaniifi, hawaasaaf ammoo aantummaa isaanii agarsiisanii jiru.
በአዳማ ከተማ በተካሄደው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ማኔጅመንት ዎርክሾፕ ላይ የተሳተፉ ከ1000 በላይ የሚሆኑ የአመራር አባላት በዘንድሮው አረንጓዴ አሻራ የችግኝ ተከላ መርሀግብር በመሳተፍ፣ ለአካባቢ የተፈጥሮ ሀብት ጥበቃ ተቆርቋሪነታቸውን፣ ለማህበረሰቡ ደግሞ ያላቸውን ቅርበት አሳይተዋል።
#Coopbank #GreenLegacy #GreenerEthiopia

❤56👍14🥰10👏8
Kaffaltii Ifaa Keessan Ifaan Kaffaladhaa!
Tooftaan kaffaltii daran salphaa fi mijataa, Kooppeey I-birri ammoo filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.
የመብራት ሂሳብዎን በጊዜ ይክፈሉ!
እጅግ ቀላል እና ምቹ የሆነው ኮፔይ ኢ-ብር የመክፈያ ዘዴ፣ ቀዳሚ ምርጫዎ ይሁን።
#CoopayEbrr #Coopbank #ElectricUtilityBillPayment #SeamlessPayment #DigitalBanking #StayPowered

❤20👍8🥰1
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, kennaa gammachuu keessan lachuu guutuu taasisuun isin eegna!
የተሻለ ምንዛሪ ብቻ አይደለም የሁለቱንም ወገን/የሁለታችሁንም/ ደስታ ሙሉ የሚያደርግ ስጦታ አለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

👍10❤4
Wixinee kee arginee, abdii guddinaaf qabdus hubannee, jalqabbii kee fiixa baasuun hawwii kee dhugoomsuuf, liqii dijitaalawaan si qaqqabne.
Liqiin dijitaalawaa wabiimaleessaa Michuu Kiyyaa siifi!
ጅምርሽን አይተን፣ የእድገት ተስፋሽን ተረድተን፣ የወጠንሽው እንዲዘልቅ፣ ምኞትሽ እንዲሞላ በዲጂታል ብድር ደርሰንልሻል። ምቹ ኪያ ከማስያዣ ነጻ ዲጂታል ብድር ላንቺ ነው!
#MichuKiyya #Coopbank #DigitalLoan #WomenEmpowerment #SmartBanking

❤27👍6🥰3
Ergaa keessan saffisa ajaayibaan, kennaa keenya waliin isiniif dhaqqabsiifna.
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
❤11👍6
Habadan, rooba gannaa fi qorra hammaataa kanaan kaffaltii tajaajilaaf manaa gadi hin baatan.
Waa’ela keessan kaffaltii tajaajilaa, Kooppeey I-birri!
በዚህ ዝናብ እና ብርድ፣ ለአገልግሎት ክፍያ በፍጹም ከቤት አይወጡም።
የአገልግሎት ክፍያ አጋርዎ፣ ኮፔይ ኢ-ብር!
#CoopayEbirr #Coopbank #SmartPayments #RainySeasonConvenience #DigitalBanking

❤34👍8🥰1
Ergaa keessan saffisa ajaayibaan, kennaa keenya waliin isiniif dhaqqabsiifna.
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
❤12👍5
Akka yaada keessanii kan fagoo dhiheessee, imala keessan kan isiniif saffisiisu Kooppeey I-birri fayyadamuun tikkeetii balalii xiyyaaraa muradhaa!
ልክ እንደ ሀሳብዎ የሩቁን አቅርቦ ጉዞዎን በሚያፈጥንልዎ፣ በኮፔይ ኢ-ብር የአየር በረራ ትኬትዎን ይቁረጡ!
#CoopayEbirr #Coopbank #FlyWithEase #SmartPayments #DigitalBanking

👏15❤7👍6🥰2
Maallaqni callaan kun ba'aan isaas, dhabni isaas, nama qora. Yeroo kamittuu, baafachuufis ta'e ofirraa galchitanii boqochuuf, Maashinni ATM ammayyaawaan keenya, isin cina jira.
ይህ ጥሬ ገንዘብ ሸክሙም፣ ማጣቱም ፈታኝ ነው። በማንኛውም ጊዜ ለማውጣትም ሆነ ገቢ ለማድረግ፣ ዘመናዊው የኤቲኤም ማሽናችን ከጎንዎ ነው።
#Coopbank #SmartATM #24HourBanking #CashMadeEasy #ModernBanking #BankAnytimeAnywhere

👍28❤18🥰2
Cooperative Bank of Oromia
Photo
Daldala Xiqqoo Buufata Baqattootaatti Eegalamte - Mallattoo Daldala Afrikaa
Ashish J. Thakkar maatii godaantota sanyii warra Hindii, baha Afriikaa Yugaandaatti jiraachaa turan irraa ALA 1981tti dhalate. Maatiin isaa sababa waraana hamaa biyyattii keessatti gaggeeffamaa tureen gara Ruwaandaatti baqatan. Haata’u malee, bara 1990 keessa walwaraansa biyyattiitti gaggeeffameen guutummaa qabeenya isaanii dhabanii baqataa ta’uun buufata baqattootaa Ugandaatti galuuf dirqaman. Ashish umurii daa’imummaa irraa kaasee bu’aa ba’ii godaansaa, waraanaafi beelaa hedduu argeera.
Umurii isaa waggaa 15tti maatiin isaa barsiisuu waan hin dandeenyeef barumsa isaa addaan kute. Bu’aa ba’iifi gidiraan keessa darbe mul’ata keessatti hore malee abdii hin kutne. Hojii hojjetee maatii isaa deeggaruuf murteesse. Dhaabbata miti-mootummaa baqattootaaf tajaajila liqii xixiqqaa kennu irraa liqaa xiqqaa fudhachuun hojii suphaa kompiteraa hojjechuu eegale. Buufata baqattotaa keessa jiraachuufi waraanni adeemaa ture hojii isaa irratti dhiibbaa kan qaqqabsiise ta’us, yeroo gabaabaa keessatti hojii isaa babal’isuu danda’e.
Ugandaa irraa ka’un, Dubaayii meeshalee xixiqaa bilbilaafi kompitara fidee daldaluunis galii argachuu jalqabe. Akkaatuma kanaanis dhiibbaa gara garaa hedduu dandamatee guddachuun, maqaa guddaa horachuu danda’eera. Haaluma kanaan hojiin isaa babal’atee dhaabbata ‘Mara Group’ jedhamu daldalaafi oomisha mobaayila ismaartii irratti hojjetu hundeessuu danda’e.
Yeroo ammaas dhaabbatni kun, Tekinoloojii, bilbiloota ismaartii fi hojii Riil-Isteetii irratti bobba’uun, biyyoota Afriikaa 25 keessatti dhiibbaa wayta uumu, namoota kuma hedduuf carraa hojii uumeera. Haala hammaataa keessattis abdii, cichoominaa fi carraaqqiin jiraannaan milkaa’uun akka danda’amu seenaa kana irraa hubachuun ni danda’ama.
በስደተኞች ካምፕ የተጀመረው ትንሹ ንግድ-የአፍሪካ ንግድ ምልክት
አሺሽ ጄ. ታከር በምስራቅ አፍሪካ ዩጋንዳ ሲኖሩ ከነበሩ የህንድ ዝርያ ካላቸው ስደተኛ ቤተሰቦች እ.ኤ.አ በ 1981 ተወለደ። በሀገሪቱ ሲካሄድ በነበረው አስከፊ ጦርነት ቤተሰቡ ወደ ሩዋንዳ ተሰደዱ። ይሁን እንጂ በ1990ዎቹ በሀገሪቱ በተከሰተ የእርስ በእርስ ጦርነት ምክንያት የነበራቸውን ንብረት ሁሉ አጥተው ስደተኛ በመሆን የኡጋንዳ ስደተኞች ካምፕ ለመግባት ተገደዱ። አሺሽ ከልጅነት ዕድሜው ጀምሮ የስደትን ውጣውረድ፣ የጦርነትንና የረሃብን አስከፊ ገጽታ ተጋፍጧል።
በ15 ዓመት ዕድሜው ቤተሰቡ እሱን ለማስተማር አቅም በማጣቱ ትምህርቱን ለማቋረጥ ተገደደ። ያሳለፈው ከባድ ሁኔታ ለለውጥ ራዕይ እንዲሰንቅ አደረገው እንጂ ተስፋ አላስቆረጠውም። ሥራ ሰርቶ ቤተሰቡን ለመርዳት ወስኖ ተነሳ። ለስደተኞች አነስተኛ ብድር ከሚሰጥ ግብረሰናይ ተቋም ብድር በመውሰድ የኮምፒውተር ጥገና ሥራ ጀመረ። በስደተኞች ካምፕ ውስጥ መኖርና በመካሄድ ላይ የነበረው ጦርነት በሥራው ላይ ተጽእኖ ያደረገ ቢሆንም በአጭር ጊዜ ውስጥ ሥራውን አስፋፍቷል።
ከኡጋንዳ በመነሳት ወደ ዱባይ ተጉዞ ስልክና ኮምፒውተርን ጨምሮ ለሽያጭ የሚውሉ ትናንሽ እቃዎችን በማምጣት ገቢውን ማሳደግ ጀመረ። በዚህ አኳኋን ብዙ ፈተናዎችን አልፎ ሥራውን በማሳደግ ታላቅ ስምና ዝና ለማፍራት ችሏል። በሂደት ሥራው በመስፋፋቱ በስማርት ሞባይል ምርትና ንግድ ላይ የተሰማራ ‘ማራ ግሩፕ’ የሚባል ድርጅት አቋቋመ።
በአሁኑ ሰዓት ይህ ድርጅት በስማርት ስልክ ቴክኖሎጂና በሪልስቴት የሥራ መስክ በመሰማራት በ25 ሀገራት ውስጥ ተጽእኖ ሲያደርግ፣ ለብዙ ሺህ ሰዎች የሥራ ዕድል ፈጥሯል። በከባድ ሁኔታ ውስጥም ቢሆኑ ተስፋ፣ ቆራጥነትና ብርቱ ጥረት ካለ ስኬታማ መሆን እንደሚቻል ከዚህ ታሪክ እንረዳለን።
#Coopbank #MondayMotivation #SuccessMindset

❤11🥰2
Ergaa jaalalaa keessan hanga sharafamuu oliin guddisnee firaaf aantee keessan biraan isiniif geenya.
የፍቅር መልዕክትዎን ከምንዛሪው በላይ አሳድገን ለዘመድ ወዳጅዎ እናደርሳለን

❤10👍2