Telegram Web Link
Hoggansi baankolee fi dhaabbilee faaynaansii gara garaa, wiirtuu kalaqa dijitaalawaa keenyatti argamuun, tajaajila liqii dijitaalawaa wabummaa irraa bilisaa ‘Michuu’ kennaa jirru irratti muuxannoo fudhataniiru.

የተለያዩ ባንኮችና የፋይናንስ ተቋማት አመራሮች ፣ በዲጂታል ፈጠራ ማዕከላችን በመገኘት፣ በምንሰጠው ዲጂታል ከማስያዥያ ነጻ የብድር አገልግሎት ‘ምቹ’ ዙሪያ ልምድ ቀስመዋል።

#Coopbank #MichuInnovation #DigitalLending #CoopbankDxValley
Jumu’aa Mubaarak!
Coopbank Alhudaan Jumu’aa eebbifamaa fi gammachuun guutame isiniif hawwa!

ጁሙዓ ሙባረክ!
ኮፕባንክ አልሁዳ በደስታ እና በበረካ የተሞላ ጁሙዓን ይመኝልዎታል፡፡

#CoopbankAlhuda #JummaMubarak #Blessings
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Abjuun keessan hanqina maallaqaatiin hin daangahu!
Michuu akka Maqaasaa!
#Coopbank #MichuDigitalLending
Adeemsa bittaafi gurgurtaa ammayyaawaatti madaqaa; Waanuma bitachuu feetan bakkuma jirtanii ajajadhaa; Kaffaltii keessanis salphaamatti Kooppeey I-birriin raawwadhaa.

ዘመናዊ ግብይትን ይለማመዱ፤ ካሉበት ሆነው ያሻዎትን በማዘዝ ክፍያዎን በቀላሉ በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ።

#Coopbank #Coopayebirr #hasslefreetransaction #Convenient
Koopbaank Alhudaan Jumu’aa Ibaadaan keessan itti maqbuula ta’u akka isiniif ta’u hawwa!
Koopbaank Alhudaa
Shariika keessan haqaa!

ኮፕባንክ አልሁዳ ኢባዳዎ ማቅቡል የሚሆንበት ጁሙዓን ይመኝልዎታል!
ኮፕባንክ አልሁዳ
እውነተኛ አጋርዎ!
#Coopbank #CoopbankAlhuda #BlessedFriday
Kennaa maallaqaa isiniif ergame qarshiisaa qofa osoo hin taane, fuula ifaan dabaallee jaalalasaaniis isin biraan geenya!

የተላከልዎን የገንዝብ ስጦታ በፈገግታ አጅበን፣ ገንዘቡን ብቻ ሳይሆን ከልብ የመነጨ ፍቅራቸውን በማጋራት፣ ቀንዎን በሐሴት እንሞላለን!

#Coopbank #SendLoveHome #Remittances #FamilyFirst #HeartfeltLove
Torban kana hamilee guutuun jalqabadhaa.
Torban milkii isiniif haa ta’u!

“Kufaatiiwwan irraa milkaa’ina horadhu. Abdii dhabuunii fi kufaatiin gulantaawwan amansiisoo/jajjaboo/ lameen, milkaa’inatti nu baasaniidha.”
Deel Karniigee

ሳምንቱን በሙሉ መንፈስ ይጀምሩ።
መልካም ሳምንት ይሁንልዎ!

“ከውድቀቶች ስኬትን አዳብር። ተስፋ መቁረጥና ውድቀት ሁለቱ አስተማማኝ የስኬት መወጣጫዎች ናቸው።”
ዴል ካርኒጌ
#Coopbank #mondaymotivational #vision
Saanduqa qusannoo / piggy bank/ daa’imman keessaniif qopheessine,
Dameelee keenyatti goruun har’uma fuudhaafii!

ለልጆችዎ ያዘጋጀነውን የቁጠባ ሳጥን / piggy bank/ ወደ ቅርንጫፎቻችን ጎራ ብለው ይቀበሉላቸው!

#Coopbank #SaveSmart #GaammeeSavings
Tasa adabbiin tiraafikaa isin mudatee haalli kaffaltii adabbii yaaddoo isinitti ta’ee? Yaaddoo tokko malee Kooppeey I-birriin battalumatti kaffaladhaa!
Guyyaa gaarii qabaadhaa!
   
ድንገት የትራፊክ ቅጣት አጋጥምዎት ስለ ቅጣቱ ክፍያ ተጨንቀዋል?
ቅጣትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ያለምንም ጭንቀት ወዲያውኑ ይክፈሉ!
መልካም ቀን ይሁንላችሁ!

#Coopbank #Coopayebirr #HassleFree #DigitalBanking
Tajaajila baankii uumamaan walsimsiisuun, dameelee Iikoo banuun, kunuunsa qabeenya uumama naannoo dhaadhessuun, mallattoo keenya. Baga guyyaa qabeenya uumama naannoo addunyaan isin gahe!

የባንክ አገልግሎትን ከተፈጥሮ ጋር በማዋደድ፣ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት የአካባቢ ተፈጥሮ ሀብት ማስተዋወቅ መለያችን ነው።
እንኳን ለዓለም አቀፍ የተፈጥሮ ሀብት ቀን አደረሳችሁ!
#EcoFriendly #WorldEnvironmentDay #GreenBanking
Tola galmaa’aa!
Baankiin keenya, tajaajila galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaaf tolaan dameewwan isaa saddeettan kana yoo dhuftan kabajaan isin simata!

1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo📍Jammoo 1
3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa
8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii

በነጻ ይመዝገቡ!
ባንካችን ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ በስምንቱ ቅርንጫፎቹ በአክብሮት ይቀበልዎታል!

1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ
#Coopbank #NationalIDRegistration #FaydaID #DigitalID
Koopbaank Alhudaan Jumu’aa du'aa'iin keessan itti qeebalamu akka isiniif ta’u hawwa!
Koopbaank Alhudaa
Shariika Keessan Haqaa!

ኮፕባንክ አልሁዳ የሚያደርጉት ዱዓዕ መቅቡል የሚሆንበት ጁሙዓን ይመኝልዎታል!
ኮፕባንክ አልሁዳ
እውነተኛ አጋርዎ!

#CoopbankAlhuda #BlessedFriday
Kooppeey I-birriin tikeeta keessan muradhaa! Qananiin balali’aa!

ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ይቁረጡ! በምቾት ይብረሩ!

#CoopBank #TravelEasy #CoopayEbirr #HassleFreeBooking
2024/06/09 02:26:54
Back to Top
HTML Embed Code: