Telegram Web Link
Kooppeey I-Birrii; Kaffaltii tajaajila meetir-taaksii Faras, Kaffaltii adabbii tiraafikaa, Tikeeta Xiyyaaraa murachuuf, Yeroo qilleensaa guuttachuuf, Tajaajila bittaaf gurgurataa dabaltee tajaajilawwan hedduu jiruu keessan isiniif salphisu fayyadamaa!
Salphaa, Amansiisaa fi Mijaataadha!

የዕለት ተዕለት እንቅስቃሴዎን በCoopay E-birr ቀላል ያድርጉ!
የሜትር ታክሲ ክፍያን ጨምሮ፣ የትራፊክ ቅጣትን ለመክፈል፣ የበረራ ትኬቶችን ለመቁረጥ፣ የአየር ሰዓት ለመሙላት፣ ያለምንም ድካም ግዢና ሽያጭ ይፈጽሙ።
ቀላል ፣ ምቹ እና አስትማማኝ!

#Coopbank #Coopaye-birr #Convenience #BankApp
Abbaa WhatsApp- Jaan Koum

Jaan Koum bara 1976 ALA Magaalaa guddoo Yukireen  Kiyeev keessatti maatii sanyii yihuudii qabaniifi harka qalleeyyii  ta’an irraa dhalate.
Bara sana Yukireen Bulchiinsa Gamtaa Rippabilika Sooshaalistii Sooviyeet jala waan turteef isaaf maatii isaatiif haalli mijataan hin turre. Keessumaa Sirni bulchiinsa Sooshaalistii baha Awurooppaatti erga kufee booda, rakkoon waan hammaateef,  haati Jaan Koum abbaa isaa godaansa kanaaf hin carroomne of duubatti dhiisuun Ilma ishee qabattee, jireenya fooyya’aa barbaada gara Ameerikaatti imalte.
Jireenyi Ameerikaa akka yaadame ta’uu didee hiyyummaa caaluuf saaxilaman. Kan kaan caalu, haati Jaan dhibee kaansariin qabamuun ishee mirkanaaye. Jaan ofii fi haadha isaa dhibee kaansariin dararamaa jirtuu jiraachisuuf, umurii dargaggummaa isaatti restoraantii keessatti hojii qulqulleessuu hojjechuu eegale. Galiin hojii kanarraa argatu jireenya isaanii utubuu hin dandeenye waan ta’eef, mootummaa Ameerikaa irraa deeggarsa soorataa, uffataafi mana jireenyaa fudhachuu eegale.
Jaan rakkina isa qunnameef otoo harka hin kennatiin barnoota sayinsii kompiiwtaraa of barsiisuun cinatti Kolleejjii  teknoloojii barsiisu seenee ture. Barnoota isaa idilee xumuruu baatus, ogummaa barbaachisoo argachuun nageenya saayibariin of gahoomse. Ogummaa horate kanaanis Dhaabbata guddicha Yaahootti Qacaramuun hojii isaa eegale.
Achittis ogummaa isaa cimsachaa turee, irra caala gahoomuuf dhaabbata facebook keessatti qacaramuuf yaaluus milkaa’uuf hin dandeenye. Yeroo boodas Yaahoo keessatti, waa’ela isaa kan ture nama Briyaan Akton jedhamu waliin muuxannoo dhaabbilee gara garaa qaban itti dhimma ba’uun, Jaaniin kan wixineeffame, dhaabbata WhatsApp jedhamu bara 2009tti hundeessuu danda’an.
Dhaabbata Hundeesse kanaan beekamtiifi badhaadhummaa addunyaa kan gonfate namni kun iddoo ka’e otoo hin dagatiin maqaa maatii isaan dhaabbata tola ooltummaa hundeessuun namoota harka qalleeyyii deeggaruu irratti argama.
Bu’aa bayiin jireenya keessatti nu qunnamu, ciminaan hojjannee kan keessa dabarru malee mul’ata keessoo keenyaa dhaabuu akka hin dandeenye seenaan Jaan Koum irraa hubachuu ni dandeenya.
Maddi, LEADERS

#Coopbank #MondayMotivation #Vision
የ WhatsApp መስራቹ ጃን ኮም/ የዩክሬን ስደተኛ

ጃን ኮም እ.አ.አ በ 1976 በዩክሬን ዋና ከተማ ኬቭ ሲኖሩ ከነበሩ የ አይሁድ ዝርያ ካላቸውና አነስተኛ የኑሮ ደረጃ ከነበራቸው ቤተሰቦች ተወለደ።
በዛን ዘመን ዩክሬን በሶቪየት ኅብረት ሶሻሊስት ሪፓብሊክ ስር ስለነበረች እሱና ቤተሰቡ ጥሩ ሁኔታ ውስጥ አልነበሩም። የሶሻሊስት ስርዓት በምስራቅ አውሮፓ ከወደቀ በኋላ የነበረባቸው ችግር ስለተባባሰ የጃን ኮሙ እናት ለስደት ዕድሉን ያላገኘውን የጃን አባት ወደኋላ በመተው፣ የተሻለ ኑሮ ፍለጋ ልጇን ይዛ ወደ አሜሪካ ተጓዘች።
የአሜሪካ ኑሮም እንዳሰቡት ሳይሆን ቀርቶ ለከፋ ድህነት ተጋለጡ። ይባስ ብሎ የጃን እናት በካንሰር መያዝዋ ታወቀ። ቤተሰብ የማስተዳደር ኃላፊነት የወደቀበት ጃን እራሱንና በካንሰር የምትሰቃይ እናቱን ለማኖር በወጣትነት እድሜው በሬስቶራንት ውስጥ በጽዳት ሠራተኝነት ተቀጠረ። ከዚህ ሥራ የሚያገኘው ገቢ ኑሯቸውን ለመቀጠል በቂ ስላልነበረ ከአሜሪካ መንግስት የምግብ፣ የአልባሳትና የመጠለያ እርዳታ መቀበል ጀመረ።

ጃን ለገጠመው ችግር እጅ ሳይሰጥ እራሱን የኮምፒውተር ሳይንስ ከማስተማሩም ሌላ፣ ተምሮ ለመጨረስ ባይበቃም ኮሌጅ ገብቶ በመማር በሳይበር ደህንነት መስክ ዕውቀቱን በማዳበርና እራሱን በማብቃት በታላቁ ያሁ ኩባንያ ውስጥ ተቀጥሮ ሥራ ጀመረ።
በያሁ ቆይታው ሙያውን  አዳብሮ ይበልጥ እራሱን ለማብቃት በሚል በ ፌስ ቡክ ኩባንያ ለመቀጠር ሞክሮ የነበረ ቢሆንም አልተሳካለትም። ከጊዜ በኋላ ያሁ በሚሠራ ጊዜ ባልደረባው ከነበረው ብርያን አክቶን ከሚባል ሰው ጋር በተለያዩ ኩባንያዎች የቀሰሙትን ልምድ በማቀናጀት በጃን ሀሳብ አመንጪነት በ 2009 ዋትስ አፕ የተሰኘ ኩባንያ ለማቋቋም ቻሉ።
ባቋቋመው ኩባንያ እውቅናን እና ሀብትን ያገኘው ይህ ሰው የተነሳበትን ሳይረሳ በቤተሰቡ ስም የበጎ አድራጎት ተቋም በመመስረት አነስተኛ የኑሮ ደረጃ ላይ የሚገኙትን በመርዳት ላይ ይገኛል።
የኑሮ ውጣ ውረድ በጽናት ሠርተን የምንወጣው እንጂ በልባችን ያለውን ራዕያችንን ዕውን ከመሆን የሚያግድ አለመሆኑን ከጃን ኮሙ ታሪክ መረዳት ይቻላል።
ዋቢ፣ ሊደርስ
#Coopbank #MondayMotivation #Vision
Dogoggorsitootarraa of eegaa!

Kabajamtoota hordoftoota fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenyaa,
Dogoggorsitoonni tokko tokko maqaa fi loogoo baankii keenyaa fayyadamuudhaan fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenya fakkeessanii gochawwan dogoggoraa fi sobaa garaagaraa tamsaasaa akka jiran bira geenyeerra.
Ta'us, akka baankii keenyaatti, fuulawwan miidiyaa hawaasaa sirriin ittiin nu hordofuu dandeessan kanneen armaan gadii qofa ta'uu beektanii gowwomsitootarraa akka of eegdan isin hubachiisna.


Facebook: https://www.facebook.com/cooperativebankoforomia?mibextid=YMEMSu

Telegram: https://www.tg-me.com/coopbankoromia

Instagram: https://www.instagram.com/coop_bank?igsh=bmt0MGptODRrZzho&utm_source=qr

LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/cooperative-bank-of-oromia/

Twitter: https://x.com/Coopbankoromia?t=MQKntT5XIAnSabgrEXYKyg&s=09

TikTok: https://www.tiktok.com/@cooperativebankoforomia?_t=8mVcBEwsTEz&_r=1

#Coopbank #fraudalert #scamaware
ከአጭበርባሪዎች ተጠንቀቁ!

ውድ የማህበራዊ ሚዲያ ገጾቻችን ተከታዮች፣
አንዳንድ አጭበርባሪዎች፣ የባንካችን ስምና አርማ በመጠቀም፣ የተለያዩ አሳሳች እና ሀሰተኛ ተግባራትን እያሰራጩ እንደሚገኙ ደርሰንበታል።
ስለሆነም፣ ስለ ባንካችን ትክክለኛ መረጃ ለማግኘት፣ ከዚህ በታች የተጠቀሱት የማህበራዊ ትስስር ገፆቻችን ብቻ እንድትከተሉ እና ከአጭበርባሪዎች እንድትጠነቀቁ ልናሳስባችሁ እንወዳለን።

Facebook: https://www.facebook.com/cooperativebankoforomia?mibextid=YMEMSu

Telegram: https://www.tg-me.com/coopbankoromia

Instagram: https://www.instagram.com/coop_bank?igsh=bmt0MGptODRrZzho&utm_source=qr

LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/cooperative-bank-of-oromia/

Twitter: https://x.com/Coopbankoromia?t=MQKntT5XIAnSabgrEXYKyg&s=09

TikTok: https://www.tiktok.com/@cooperativebankoforomia?_t=8mVcBEwsTEz&_r=1

#Coopbank #fraudalert #scamaware
Tajaajila baankii sa’aatii 24 kennaa jirra! Damee keenya Hoteela Iskaaylaaytitti argamutti, sanbattanii fi guyyoota ayyaanaa dabalatee, tajaajila baankii ammayyaa kennaa jirrutti fayyadamaa!

የ24 ሰዓት የባንክ አገልግሎት እየሰጠን ነው! በስካይ ላይት ሆቴል በሚገኘው ቅርንጫፋችን፣ ቅዳሜና እሁድን እንዲሁም በዓላትን ጨምሮ ሌት ተቀን በምንሰጠው ዘመናዊ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ!

#Coopbank #BankingRedefined #EthiopianSkylightHotel
Tajaajilli galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaa dameewwan keenya irratti kennamaa jiru akka itti fufeetti jira. Kana dura hin galmoofne taanaan, dameelee saddeettan kanatti qaqqabadhaa!

1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo📍Jammoo 1
3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa
8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii


በቅርንጫፎቻችን በመሰጠት ላይ የሚገኘው የዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ አገልግሎት እንደቀጠለ ነው። ከዚህ ቀደም ያልተመዘገቡ ከሆነ በስምንቱ ቅርንጫፎች ምዝገባዎን ያከናውኑ!

1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ

#Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
Maamiltoota keenya,
Dameen keenya Boolee Ruwaandaa, gamoo Koopbaank naannoo maqa Imbaasii Ruwaandaatti argamutti jijjiiramuu, kabajaan isin beeksifna.

ውድ ደንበኞቻችን፤
ቦሌ ሩዋንዳ ቅርንጫፋችን፣ ሩዋንዳ ኤምባሲ መገንጠያ አካባቢ ወደሚገኘው የኮፕባንክ ህንፃ መዘዋወሩን ፣በአክብሮት እናሳውቃለን።

#Coopbank #BranchLocation #CoopbankBuilding
Hoggansi baankolee fi dhaabbilee faaynaansii gara garaa, wiirtuu kalaqa dijitaalawaa keenyatti argamuun, tajaajila liqii dijitaalawaa wabummaa irraa bilisaa ‘Michuu’ kennaa jirru irratti muuxannoo fudhataniiru.

የተለያዩ ባንኮችና የፋይናንስ ተቋማት አመራሮች ፣ በዲጂታል ፈጠራ ማዕከላችን በመገኘት፣ በምንሰጠው ዲጂታል ከማስያዥያ ነጻ የብድር አገልግሎት ‘ምቹ’ ዙሪያ ልምድ ቀስመዋል።

#Coopbank #MichuInnovation #DigitalLending #CoopbankDxValley
Jumu’aa Mubaarak!
Coopbank Alhudaan Jumu’aa eebbifamaa fi gammachuun guutame isiniif hawwa!

ጁሙዓ ሙባረክ!
ኮፕባንክ አልሁዳ በደስታ እና በበረካ የተሞላ ጁሙዓን ይመኝልዎታል፡፡

#CoopbankAlhuda #JummaMubarak #Blessings
2024/05/29 02:17:11
Back to Top
HTML Embed Code: