Telegram Web Link
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
Jaalattee jibbitees Rabbiin Islaamummaa Ofii tiisa jedhe....
Masjidaa Gubanii Qur'aana Cicciranii Islaamummaa Balleessuu yaaduun hin taatu.

#Diinni Islaamaa Garaan si haa gubatu .
#Islaamni immoo gammadi Rabbiin ifa Islaamummaa bakka hundaan ni gaha .

Kun Ifxaara Finfinneeti Alhamdulillah😍

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#Oduu_Ammee‼️

Guyyaa har'aa Baatiin Shawwaal Waan hin Mul'atiniif Guyyaan Boruu Guyyaa 30ffaa Baatii Ramadaanaa akka tahu Sa'uudi Arabiyaan ibsitee jirti.

Kanaafuu Ayyaanni Iidal Faxir Bara 2014 Wiiyxata May 2/2022 Kan Kabajamu taha!

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#Keessummaan_galaaf_kaate!

➛ Balbala banaa osoo teessee sitti toltu wahii cufuun garmalee namatti ulfaata...!, garuu dirqamatu nu godhee maal goona ree 😭

RABBI Waggaa guutuu itti nuhaa deebisu

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#Iid_Mubaarak

Baga Rabbiin Iid Al-fitr kan bara 1443ffaa tiin isin gahe.

Islaamni bahaa dhihaa, kaabaa kibba jirtan hundi rabbiin keeyrii ramadaana dabree nurraa qeebalee, kan bara dhufuu gammachuuf jaalalaan nuun haa gahu.

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Deleted Account
Akka Ji'a Hijraatti Jiini nuti amma keessa jirru maal jedhama?
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#Waliif_gammadaa_malee
#Walitti_hin_gammadinaa!

➾ Mucucni obboleessa keetii yoo kan si gammachiisu taate...onnee tantee keessa dhukkubatu jiraa beeki...!
إذا أفرحتكَ عَثرَةُ أخيك فَفي قَلبِكَ مَرض.

➬ Meeqa kamtu kufaatii kee yaada !? Meeqatu sitti gammadaa oola !?

➾ Hunda keessanuu dhukkuba hamaa kanarraa isin haa baraaru.

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultmedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#Ustaaz_Ahmedin _Jebel
#አሕመዲን_ጀበል

Guyyaa Iidaa Mana Sirreessaa kan duran itti hidhamanitti waamicha isaaniif godhameen Salaata iidaa Achitti salaatanii turan.

Suuraaleen armaan Olitti argitan olmaa guyyaa Iidaarraa fudhatamteedha.

Osuma Diinni isaa boodaa wacuu, deemsi Ustaaza keenyaa Addunyaa wal gaha. Ustaazni leenca, Gaara dhiibaa oolan hin jigne.

#JemalSheikhBakri1

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
Gariin namaa gubbaan nama gaarii fakkaatus: keessi isaa fokkinaa fi shira sheyxaannuu dinqisiifatu of keessaa qaba!

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
አምስት ነገሮች ከወፈቀህ
አምስት ነገሮችን አይከለክልህም

➝ ➀ ምስጋና ማድረስን ከወፈቀህ
የመልካም ነገርን ጭማሪን አይከለክልህም

➝ ➁ ዱአ ማድረግ ከወፈቀህ
ምላሹን አይነፍግህም

➝ ➂ ኢስቲግፋር ማድረግን ከወፈቀህ
ምህረቱን አይከለክልህም

➝ ➃ ተውባ መግባትን ከወፈቀህ
ተቀባይነትን አይከለክልህም

➝ ➄ ሰደቃ መስጠትን ከወፈቀህ
አጅሩን አይከለክልህም

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#‏أخي_المسلم:
‏احرص هذه الفضائل ‌ #يوم_الجمعه⁩ لتكسب أجوراً عظيمة:

‏✓ غسل يوم الجمعة
‏✓ الطيب
‏✓ السواك
‏✓ لبس الجميل
‏✓ التبكير إلى المسجد
‏✓ الإنصات للخطبة (وجوبا)
‏✓ قراءة سورة الكهف
‏✓ كثرة الصلاة على النبي ﷺ
‏✓ الصدقة
‏✓ ولا تفوتك ‌ #ساعة_الاستجابه⁩ (آخر ساعة من يوم الجمعة)

#‏تقبل_الله_منا_ومنكم.

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
➝ Yomuman si Argaaf qalbin na hirartee😔
➝ Jaalalti tee seente onnee to waraante💔
➝ Jaalala teetirraa onneen dhukkubsattee😓
➝ Ijuman si Arguuf heddu na dheebotte😒
.
.
.
.
.

#Muhammad صلی_الله_علیه وسلم# 🥰


🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Deleted Account
Channel kanarraa maal Argachuu barbaaddu?
Forwarded from Ummatii Production (𝐏𝐫𝐢𝐧𝐜𝐞 𝐖𝐚𝐳𝐢𝐢𝐫)
#Yaa_Doktar! #Galatoomaa!

Mana diigame, Mana dhimmisu, Mana harka dhaddee seene ,Waggaa sadi wajjiin rakkachuun laaftuu miti. Rakkoo ummatni hin argine hedduudha kan isin dhandhamtan.

Tokkummaa Islaamaa Eeguuf hanga tuffii bira dabree harkaan rukutamutti.

Obsa, Namummaa, Eenyummaa fi Ejjannoo nu barsiiftanii jirtu!
Har'as Angoo mi'ooftuu fi guddoo tana dabarsitanii ummata islaamaaf Amaanaa ofirraa galchitan!

Galata keessan jechi hanqisus harki RAHMAAN isiniif haa kafalu!

Isin Gaaddisa keenya, Gaara Obsaati, Galaana beekkumsaati, Fakkeenya dhalootaati!

Umriin haa Atootu
Diinni keessan haa hadoodu!

🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
*Qabriin marraa 5 lallaba akkana jedha:*
    ╬═╬    ╬═╬    ╬═╬
Ani mana kophaati qur'aana taasifadhu saahiba kee .
╬═╬    ╬═╬    ╬═╬
Ani mana dukkanaati salaata halkaniitiin na ibsi
╬═╬    ╬═╬    ╬═╬
Ani mana biyyeeti taasifadhu firaasha kee dalagaa gaarii
╬═╬    ╬═╬    ╬═╬
Ani mana boofaati ballaqqisa baahadhu inni sunuu maqaa rabbiitii
╬═╬    ╬═╬    ╬═╬
Ani mana munkirii nakiri heddummeessi jecha shahaadaa lamaanii
╬═╬    ╬═╬    ╬═╬
Share godhi sababaa seensa kiyyaaf keetii tahu malaa jannata insha Allah

Osoo share hin godhin dura
* bismillahi arrahmaani arrahiim jedhi*
(Risaalaa akkanaa tana akka namarra naannoftu taasisii ajrii isii fudhadhu , waan duniyaan dhabamtuu taate)

Du'aa'ii tana nama meeqatu share godha ?
*( yaa rabbi haadha tiyya dubartoota jannataa irraa taasisi )*
*( Abbaa kiyyas ollaa nabiyyii keenaa muhammad  ﷺ jannatatti )*

Namni dubbisee geesse hundinuu share godhi grouppii sibira jiru hunda keessatti sifayyaduu hin ooltuu aakiraa tee keessatti.
  
Waa shanan tana itti fayyadami
........................................................
☞1- Kana bektaa
Hoggaa azaanamu arraba keessan hin sochoosinaa du'aa'iin malee hanga azaanni xumuramutti , share godhi namni biraa hin beekuu.↓

☞2-Kana hoo bektaa
Eessa kaayamti diliin tee hoggaa ati salaattu ?*
Ergamaan rabbi 🍃S A W🍃 akkana jedhan gabrichi yoo salaatuuf qophaahu dilii isaa hundaa baahatee dhufa mataa isaatii fi gurmuu isaatirra kaahamti yeroo inni ruku'a bu'e yookaa sujuude isarraa buuti )*

☞Yaa nama rukuu'aa fi sujuuda ariifachiiftu sujuuda keetii fi ruku'a keetis dheeressi haga dandeessu akka sirraa buutu diliin ifin dabarsin ajrii kana "

Namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama "*

*Kana hoo bektaa
Intalti gaariin takka duutee wayta qabrii isii bira dabran hundaa foolii akkaan urgooftu suufan jaarsi isii akkana jedhe isiin yeroo hundaa suuraa almulki qara'uu hin dhiiftu osoo hin rafin dura atis isii qara'i isiin azaaba qabrii irraa najaa nama baaftii nama jaalattuuf himi ani waan sijaaladhuuf sii himee .*

☞Kana hoo bektaa
Yoo aayatal kirsiyyii qaraate salaata hunda booda jidduu keetii fi jidduu jannataa du'a qofatu jira .* 👇

☞Kana hoo bektaa !
Hoggaa salaata xumurte hin ariifatin waa xiqqo turi sababaan waan malaa'ikaan siif kadhattuufi rabbii kee biratti. *

*_If biratti qabdee hin taa'iniin ilmii keyrii mindaa ittiin argattu
☞ilmii kheyrii mindaa irratti argattu ifbiratti qabdee hin taa'iniin
>><<>><<
Sakandii 20 keessatti qormaata qabda
↪️Sheyxaana kee qormaati
Sheyxaana injifatuu beekuu barbaaddaa ??
Ergaa tana ergi nama hundaaf eega dubbistee ni agarra mee yoo Sheyxaanni dhaabuu dandahe Subhaanallaahi wal hamdu lillaahi walaa ilaaha illallaah wallaahu akber walaa howla walaa quwwata ilaa billaahii

Allaahummaa salli wabaarik alaa sayyidinaa wanabiyyinaa muhammad aleyhissalaatu wasallam
Subhaanallahi wabi hamdih adada kalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih
Astaghfurulahil aziim
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah
Share godhi amma hin turin haga guyyaan qiyaamaa dhuftutti hasanaata fakkeenya gaaraatu siif jiraa
Waan ati sababaa taateefi zikrii rabbii nama yaadachiisuu Keessatti ...

Alhamdulillah ani ufirraa ergee jira gara kiyyaan
👉Yoo rabbii kee jaalatte 💔message hin cufin yoo ergite malee nama kidmaatti dabalame3hundaa/
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /
Na dhugoomsi guyyaa ati erguu hawwitutu dhufaa😭
🌷Astaghfurullaahil aziim
... ... ... ... ... ... ... ... .... ... ... ... .
2025/07/08 09:08:25
Back to Top
HTML Embed Code: