Forwarded from Ummatii Production (๐๐ซ๐ข๐ง๐๐ ๐๐๐ณ๐ข๐ข๐ซ)
#Yaa_Doktar! #Galatoomaa!
Mana diigame, Mana dhimmisu, Mana harka dhaddee seene ,Waggaa sadi wajjiin rakkachuun laaftuu miti. Rakkoo ummatni hin argine hedduudha kan isin dhandhamtan.
Tokkummaa Islaamaa Eeguuf hanga tuffii bira dabree harkaan rukutamutti.
Obsa, Namummaa, Eenyummaa fi Ejjannoo nu barsiiftanii jirtu!
Har'as Angoo mi'ooftuu fi guddoo tana dabarsitanii ummata islaamaaf Amaanaa ofirraa galchitan!
Galata keessan jechi hanqisus harki RAHMAAN isiniif haa kafalu!
Isin Gaaddisa keenya, Gaara Obsaati, Galaana beekkumsaati, Fakkeenya dhalootaati!
Umriin haa Atootu
Diinni keessan haa hadoodu!
๐บสฯฮนะธ๐บ
@alrayyanmultimedia

*Qabriin marraa 5 lallaba akkana jedha:*
โฌโโฌ โฌโโฌ โฌโโฌ
Ani mana kophaati qur'aana taasifadhu saahiba kee .
โฌโโฌ โฌโโฌ โฌโโฌ
Ani mana dukkanaati salaata halkaniitiin na ibsi
โฌโโฌ โฌโโฌ โฌโโฌ
Ani mana biyyeeti taasifadhu firaasha kee dalagaa gaarii
โฌโโฌ โฌโโฌ โฌโโฌ
Ani mana boofaati ballaqqisa baahadhu inni sunuu maqaa rabbiitii
โฌโโฌ โฌโโฌ โฌโโฌ
Ani mana munkirii nakiri heddummeessi jecha shahaadaa lamaanii
โฌโโฌ โฌโโฌ โฌโโฌ
Share godhi sababaa seensa kiyyaaf keetii tahu malaa jannata insha Allah
Osoo share hin godhin dura
* bismillahi arrahmaani arrahiim jedhi*
(Risaalaa akkanaa tana akka namarra naannoftu taasisii ajrii isii fudhadhu , waan duniyaan dhabamtuu taate)
Du'aa'ii tana nama meeqatu share godha ?
*( yaa rabbi haadha tiyya dubartoota jannataa irraa taasisi )*
*( Abbaa kiyyas ollaa nabiyyii keenaa muhammad ๏ทบ jannatatti )*
Namni dubbisee geesse hundinuu share godhi grouppii sibira jiru hunda keessatti sifayyaduu hin ooltuu aakiraa tee keessatti.
Waa shanan tana itti fayyadami
........................................................
โ1- Kana bektaa
Hoggaa azaanamu arraba keessan hin sochoosinaa du'aa'iin malee hanga azaanni xumuramutti , share godhi namni biraa hin beekuu.โ
โ2-Kana hoo bektaa
Eessa kaayamti diliin tee hoggaa ati salaattu ?*
โErgamaan rabbi ๐S A W๐ akkana jedhan gabrichi yoo salaatuuf qophaahu dilii isaa hundaa baahatee dhufa mataa isaatii fi gurmuu isaatirra kaahamti yeroo inni ruku'a bu'e yookaa sujuude isarraa buuti )*
โYaa nama rukuu'aa fi sujuuda ariifachiiftu sujuuda keetii fi ruku'a keetis dheeressi haga dandeessu akka sirraa buutu diliin ifin dabarsin ajrii kana "
Namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama "*
โ
*Kana hoo bektaa
Intalti gaariin takka duutee wayta qabrii isii bira dabran hundaa foolii akkaan urgooftu suufan jaarsi isii akkana jedhe isiin yeroo hundaa suuraa almulki qara'uu hin dhiiftu osoo hin rafin dura atis isii qara'i isiin azaaba qabrii irraa najaa nama baaftii nama jaalattuuf himi ani waan sijaaladhuuf sii himee .*
โKana hoo bektaa
Yoo aayatal kirsiyyii qaraate salaata hunda booda jidduu keetii fi jidduu jannataa du'a qofatu jira .* ๐
โKana hoo bektaa !
Hoggaa salaata xumurte hin ariifatin waa xiqqo turi sababaan waan malaa'ikaan siif kadhattuufi rabbii kee biratti. *
*_If biratti qabdee hin taa'iniin ilmii keyrii mindaa ittiin argattu
โilmii kheyrii mindaa irratti argattu ifbiratti qabdee hin taa'iniin
>><<>><<
Sakandii 20 keessatti qormaata qabda
โช๏ธSheyxaana kee qormaati
Sheyxaana injifatuu beekuu barbaaddaa ??
Ergaa tana ergi nama hundaaf eega dubbistee ni agarra mee yoo Sheyxaanni dhaabuu dandahe Subhaanallaahi wal hamdu lillaahi walaa ilaaha illallaah wallaahu akber walaa howla walaa quwwata ilaa billaahii
โAllaahummaa salli wabaarik alaa sayyidinaa wanabiyyinaa muhammad aleyhissalaatu wasallam
Subhaanallahi wabi hamdih adada kalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih
Astaghfurulahil aziim
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah
Share godhi amma hin turin haga guyyaan qiyaamaa dhuftutti hasanaata fakkeenya gaaraatu siif jiraa
Waan ati sababaa taateefi zikrii rabbii nama yaadachiisuu Keessatti ...
โAlhamdulillah ani ufirraa ergee jira gara kiyyaan
๐Yoo rabbii kee jaalatte ๐message hin cufin yoo ergite malee nama kidmaatti dabalame3hundaa/
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /

Na dhugoomsi guyyaa ati erguu hawwitutu dhufaaโ๐ญ
๐ทAstaghfurullaahil aziim
... ... ... ... ... ... ... ... .... ... ... ... .