Forwarded from Ummatii Production (ππ«π’π§ππ πππ³π’π’π«)
#Ψ³Ψ¨ΨΨ§ΩΩ_Ψ±Ψ¨Ω_Ω
Ψ§ Ψ£ΨΉΨΈΩ
Ω !!
Guyyaa tokko ilmatu haadha isaa Hospitaala fayyaa ilkaanii geessuuf deeme jedhan
Ogeessi fayyaa ilkaan bifa kam siif haa dhaabu jedhee haadha gaafate?
Achumaa Ilmi Yaa doktor maal gootaa bifa gaafatta ? jaartiin dulloomtee du'aaf kaatee jirtii bifa barbaadde dhaabiif jedheen jedhan
Garuu waan akkaan nama dinqisiisaa torbaan tokko booda Ilmi adunyaa tanarraa du'aan boqate jedhan.
#Ψ³Ψ¨ΨΨ§ΩΩ_Ψ±Ψ¨Ω_Ω Ψ§ Ψ£ΨΉΨΈΩ Ω !!
πΊΚΟΞΉΠΈπΊ
@alrayyanmultimedia

#Miidhaa_Lubbuu
β’. ΩΨ§ Ψ£ΩΨ§Ω Ψ¬ΩΨ―ΩΨ§ ΩΩΩΨ§Ω Ψ
βΎ Halkan hirriba gahaa yoo hin rafne,
β’. ΩΩΨ§ Ψ£Ψ±ΨͺΨ§Ψ Ψ¨Ω Ψ§ ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΨ§Ψ±Ψ§Ω Ψ
βΎ Guyya guyyaas boqonnaa gahaa yoon hin fudhanne,
β’. ΩΩΨ§ Ψ£ΩΨͺΩ Ψ¨Ω Ψ΅ΨΨͺΩ Ψ
βΎ Fayyaa kootiif yoo hin dhimmamne,
β’. ΩΨ£ΩΨͺΩ ΩΩ Ψ΄Ψ¦ Ψ¨Ω ΩΩΨ¨Ω ΩΨ£Ψ¨ΨͺΨ³Ω Ψ
βΎ Waan naa mudate hundaa keessuma kootti dhokfadhee...ilkaanuma qofaan yoo seeqadhe,
β’. ΩΩ Ψ£ΩΨ§ Ψ³ΩΨ‘ Ψ¨ΨΩ ΩΩΨ³Ω"
βΎ Aniin kuni hammam takka lubbuu tiyya miidhee jira jettan!? Baayβee tokko uf miidhee jira.
β¬ Lubbuun teenyas haqa guddaa nurraa qabdi.

#Ramadaanni:
Baabura warra towbatu jannatatti fe'u. Bidiruu warra galaanni badii nyaate fuudhee ittiin ce'u. Kortoo qilee salphinaa keessaa ulfinattiin nama ba'u.
Saamunaa qalbii xuroofte dhiqu. Kiniinii 30 dhukkuba qaamaa fi qalbii haqu. Garaajii meeshaan iimaanaa itti siif sirreeffamu. Baatii haajaan har'aaf boruu itti siif baafamu.
Buufata keyrii hundaa
RABBIIN ittiin nu haa gahu

Soomni Ramadaana 1443ffaa guyyaa boru Bitootessaa 24 jalqaba.
Saudi-arabiyaa bakka baay'eetti baatiin Ramadaanaa waan argameef guyyaan borii Ramadaana ta'uu ibsaniiru.
Sha'abaanni guyyaa 29 tti kan dhume yoo tahu Soomni Ramadaanaa Hijraa 1443 galgala ha'aa tahuun beekamee jira.
Raamadaanni, Raamadaana Milkii akka isiniif tahu hawwa!
baga geessan jenna!
πΊΚΟΞΉΠΈπΊ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Saudi-arabiyaa bakka baay'eetti baatiin Ramadaanaa waan argameef guyyaan borii Ramadaana ta'uu ibsaniiru.
Sha'abaanni guyyaa 29 tti kan dhume yoo tahu Soomni Ramadaanaa Hijraa 1443 galgala ha'aa tahuun beekamee jira.
Raamadaanni, Raamadaana Milkii akka isiniif tahu hawwa!
baga geessan jenna!
πΊΚΟΞΉΠΈπΊ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (ππ«π’π§ππ πππ³π’π’π«)
YouTube
Ramadaaniyyaat Qophii Ajaaibaa // Kutaa 1ffaa ... ALRHC
Assalaamualeeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu!
Erga islaamummaa bakka hundaan gahaa!
Chaanaala kana subscribe nuuf godhaa!
#saidleadertube
#nuuralhudaa
#hamiltan
#tvislaamaa
#minbertv
Nural huda,Minber,ebstv,jeilutvβ¦
Erga islaamummaa bakka hundaan gahaa!
Chaanaala kana subscribe nuuf godhaa!
#saidleadertube
#nuuralhudaa
#hamiltan
#tvislaamaa
#minbertv
Nural huda,Minber,ebstv,jeilutvβ¦
Forwarded from Ummatii Production (ππ«π’π§ππ πππ³π’π’π«)
#Baatiin_Ramadaanaa :
β Baatii kokkeen teenya keessa dheebottu, garuu qalbiin teenya dheebuu baatu.
β Baatii mar'imaan keenya keessa qullaa ta'u, garuu lubbuun teenya keessa tasgabbii argattu.
β Baatii qaamni keenya keessa laafu, garuu Iimaanni keenya keessa jabaatu.
β Baatii oliigadi deemuun keessa xiqqaatu, garuu Aqiidaan teenya keessa jabaattu.

#Baatii_Ramadaanaa
β¬ #Baatii kana keessa duulli Islaamaa guddaan, duulli isa keessa Amantiin Islaamaa mataa ol qabatee shirkiin dachee jala lafa lixxe argame.
Duulli kunis #Gazwaa_Badrii jedhama.
β¬ #Baatii kana keessa Banaan guddaan kan sababa isaatiin Rabbiin #Beytal_haraamiin xurii irraa qulqulleesse, kan sababa banaa kanaatiin ummanni miliyoona hedduun lakkaawaman Amantii Islaamaa keessa seenan, baatii Ramadaanaa keessa argame. Innis #Fathii_makkaa jedhama.
β¬ #Baatii kana keessa ummanni Muhammad ο·Ί waa shan kan ummanni asiin duraa hin kennamin keessa kennamte, isaanis maali ?
itti fufa....
πΊΚΟΞΉΠΈπΊ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
T.me/alrayyanmultimedia

#Dubartootaa_Fi_Ramadaana
Ajriiwwan gurguddaa dubartoonni Ramadaana keessa argatan:
β¬ Ajrii Soomaa.
β’β’ ΩΩΩΩΩ Ψ£Ψ¬Ψ± Ψ§ΩΨ΅ΩΨ§Ω
β¬ Ajrii Shaagala mana keessaa.
β’β’ ΩΨ£Ψ¬Ψ± Ψ§ΩΨΉΩ Ω ΩΩ Ψ§ΩΩ ΩΨ²Ω
β¬ Ajrii soomana nama fursiisuu.
β’β’ ΩΨ£Ψ¬Ψ± Ψ₯ΩΨ·Ψ§Ψ± Ψ΅Ψ§Ψ¦Ω

#Fuxuura
β Akkana jedhi malee:
β¬ Zahabazzama'u, wabtallatil Uruuqu, wasabatal Ajru Insha'allaah
β Akkana Hin jedhin:
β¬ Allaahumma Laka Sumtu Wa'alaa Rizqika Afxartu

#Guyyaa fuulli fokkatu
Isin haa bareechu.
#Guyyaa namni salphatu
Isin haa milkeessu.
#Guyyaa namni booyu
Isin haa gammachiisu.
πΊjoinπΊ

Miidhaginni baatii Ramadaanaa baatii 12 keessaa; akka ilmaan Nabi Ya'aquub 12 keessaa Nabi Yuusuf miidhageeti!
Akka obboleewwan Yuusuf Yuusufiin goote hin godhinaa!
Yuusufiin eela buusan...
Biyyaa baasan...
Maallaqa xiqqaan bareedaa san gurguran...
Fuudhanii hidhatti darban...
Isinis Ramadaana: Eela hirribaatti hin darbinaa...
Saanbusaa fi Shoorbatti hin gurgurinaa...
Fuutanii mana hidhaa gaflaatti hin hidhinaa...
Ofii baddanii isa hin komatinaa...
Baatii quuqa isinirraa buqqiftu, Imimmaan isinirraa haqxu, Dheebuu qalbii isin baaftu, Rakkina Iimaanaa isin furtu, Hanqina rizqii isin baraartu, Tan Ibiddarraa isin bittu, Tan galmee Jannata keessa isin ramaddu isiniif haa taatu!
RABBIIN Soomana keenya nurraa haa qeebalu.