Dhugaa Promotion pinned Deleted message
#Screenshot Of The WebSite
🌻2012 Baga Nagaan Geessan!
Ayyaana Gaarii!
Forwarded from Weedduuf
Kunoo appilikeeshinii Weedduu Lyrics weebsaayitii kanaan buufachuu nii dandeessu!
Https://weedduulyrics.wordpress.com
https://www.tg-me.com/weedduu/2520
@weedduu
Addunyaa kana irraa namni hin duune hin jiru, namni guyyaa itti du'u beekus hin jiru. Isa kana Waaqayyo qofaatu beeka.
Du'a booda garuu kan amananiif jireenya haaraatu itti fufa. Akkasumas Kan hin amanneef abidda bara baraatu itti fufa!
Amannus dhiisnus dhugaan jiru isa kana!

Waaqayyo gaarii waan ta'eef du'a namaatti hin gammadu.

" Ati isaanitti dubbadhuu, "Ani jiraataa dha! 'Namni jal'aan karaa isaatii akka deebi'uu fi akka jiraatu malee, ani du'a nama jal'aatti hin gammadu. Deebi'aa! Isin yaa mana Israa'el maaliif duutu? Karaa keessan isa hamaattii deebi'aa!' jedha Waaqayyo gooftaan" jedhi!"
(Macaafa Hisqi'el Raajichaa 33: 11)

Kanaafis Waaqayyo ilmasaa tokkicha gara biyya lafaatti ergee karaa fayyinaa nuuf kenne.

(Yohannis 3 )
------------
16 "Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!
17 Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.
18 Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera.

Dabalataan immoo
" Caaffanni qulqullaa'aan, "Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu in oola" in jedha."
(Roomaa 10: 13)

Ani dhugaa kana beeka, Sababiin si jaalladhuuf ofittoo ta'ee ergaa kana si jalaa dhoksuu hin barbaadu! Guyyaan fayyinaa amma, bor jiraachuu kee waan beektu hin qabdu! Kristoositti amanii, Jireenya bara baraa qabaadhu!

Please hiriyoota keessaniif share godhaa!
#sharethegoodnews
#amanihinfayyitachallenge
#dhugaapromotion
#Kristooshundumaafi
Irra deebi'uun Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoos Nagaan Geessan!😇
#AyyaanaGaarii

@weedduu
@dhugaapromotion
Waaqayyo waan hundumaaf furmaata akka ta'e yaadannee waa'ee biyya keenyaaf isuma haa kadhannu!

@dhugaapromotion
@weedduu
Happy New Year!
Baga Geessan!🌻🌼
#2014

@dhugaapromotion
Forwarded from Weedduu Afaan Oromoo (Samí Mersha)
Baga jala bultii ayyaana dhaloota Gooftaa Keenyaa fi Fayyisaa keenyaa Yesuus Kristoosiin isin Ga'e!

@weedduu
@dhugaapromotion
Forwarded from Weedduu Afaan Oromoo
Baga ayyaana dhaloota Gooftaa keenyaa fi fayyisaa keenyaa Yesuus Kristoos nagaadhaan geessan!

#AyyaanaGaarii

@weedduu
@shinegraphicseth
@dhugaapromotion
Gal. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ Kristos immoo nuuf jedhee abaaramaa ta'uudhaan, abaarsa isa seerichi nutti fidu jalaa nu fureera; akkuma caafame, "Namni mukatti rarraafame abaaramaa dha" in jedha.
¹⁴ Eebbi Abrahaam argate, karaa Kristos Yesus saba Waaqayyoo warra hin ta'in hundumaaf akka kennamuuf, hafuura isa Waaqayyo abdachiises amantiidhaan akka fudhannuuf Kristos nu fureera.

🎇Baga Jala Bultii Ayyaana Yaadannoo Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoosiin nagaan geessani!

@weedduu
@dhugaapromotion
2024/05/15 00:38:42
Back to Top
HTML Embed Code: