Telegram Web Link
Forwarded from KMN
Forwarded from Addis Standard
The Addis Standard Quarterly Journal (#ASQJ) issue #2 is out!

Click & order! https://journal.addisstandard.com/?p=1117

A beacon of intellectual discourse and literary excellence, our 90-page Quarterly Journal is a sanctuary where the written word thrives, crafted by the minds of prominent writers from the Horn of Africa.

The contents covered in this issue include, but are not limited to, a searing critique of Ethiopia’s compromised state sovereignty; a guest editorial on Ethiopia’s costly war against pragmatic nationalism; a lengthy interview with Jawar Mohammed that challenged him with questions he has never been asked before; an article giving a critical assignment for the Ethiopian left to reflect what is liberatory about sub-national self-rule within the context of a repressive Ethiopia; an in-depth on why, despite the setback, Ethiopia’s pursuit of access to the sea will reshape the politics of the horn; an article on the role and the ups and downs of women revolutionaries in Ethiopia, and more...
በፊት ያደረከዉ በጎ ነገር፣ ለዛሬ ነዉረኛ ድርጊት የይለፍ ሰርትፍኬት ሊሆን አይገባም!
……………….
የኦህዴድ ማፍያ ቡድንን “የኦሮሞ መንግስት” በማለት ሰርትፋይ ካደረጉት ዉስጥ በግንባር ቀደምትነት የሚጠቀሰዉ ሌንጮ (ዮሐንስ) ለታ ነዉ፡፡ ሌንጮ ለታ ከሌሎች ባልደረቦቹ ጋር በመሆን በ1984 ዓ.ም ኦሮሞ በብዙ ዉጣ ዉረድ ዉስጥ የገነባዉን ነፃነት ጦር “ካምፕ” አጉሮ ለወያኔ ሲሳይ ያደረገ የኦነግ የፖለቲካ አመራር ነዉ፡፡ በዚያ ብቻ ሳያበቃ በኦነግ ዉስጥ ክፍፍል በመፍጠር ኦነግን ለአሥርተ ዓመታት ያዳከመ ሰዉ ነዉ፡፡ ሌንጮ የኦነግ ሁለተኛ ሰዉ ሆኖ እያለ አለኝ የሚለዉን የተለየ ሀሳብ በድርጅቱ ዉስጥ ለፖለቲካ ክርክር አቅርቦ ነበር፡፡ ነገር ግን ሀሳቡ በብዙሃን ተቀባይነት አላገኘም፡፡ በድርጅት አሰራር ደግሞ አንድ ሀሳብ በብዙሃን ተቀባይነት ካላገኘ በድርጅት መርህ እየተመራ በሀሳብ መከራከርን ትቀጥላለህ፡፡ ሌንጮ ግን ሀሳቡን በተለያየ መንገድ በማሰራጨት ድርጅቱን ወደ መተቸት ተሸጋገረ፡፡ የድርጅቱ ሁለተኛ ሰዉ ሆኖ ያደረገዉ ነገር በድርጅቱ አባላት ዉስጥ ጥርጣሬን በመፍጠር ትግልን አዳከመ፡፡ በኦሮሞ ትግል ላይ ላደረሰዉ ጉዳትም ከሕወሃቱ መለስ ዜናዊ ትልቅ አድናቆት ተችሮታል፡፡

ከዓመታት ቆይታ በኋላ አኩራፊዎችን በማሰባሰብ ኦዴግ የሚባል የፖለቲካ ድርጅት መሳይ የአኩራፊዎች ማህበር አቋቋመ፡፡ ያንን ድርጅቱን ይዞ ወደ አገር ገብቼ እታገላለሁ ብሎ ለሕወሃት ሰዎች ማመልከቻ ቢያቀርብም አልተሳካለትም፡፡ ምክንያቱም የጡት አባቱ መለስ ዜናዊ በሕይወት ስለሌለ እነ ጌታቸዉ አሰፋ ወግድ ብሎ ለቀናት በሂልተን ሆቴል አግቶ ካቆዩ በኋላ አባረሩት፡፡ ለዉጥ መጣ የተባለ ሰሞን ኦዴግ የሚባል የአኩራፊዎች ማህበርተኞቹን ጭኖ ወደ አገር ቤት ገባ፡፡ ኦዴግ የሚባለዉን ማህበሩንም ለኦህዴድ በገጸ-በረከትነት በዉህደት ስም አስረክቦ “ከፖለቲካ ጡረታ ወጥቻለሁ” ብሎ አወጀ፡፡ ከአዉሮፓ ብርድ ተገላግያለሁ ብሎ በኦህዴድ ጉያ ሥር ተወሸቀ፡፡ መጀመሪያዉኑ በኦዴግ ሥም ወደ ኢትዮጵያ መመለስ ፈልጎ እንጂ አገር ዉስጥ የነበሩ ፓርቲዎችም ሲቃይ ዉስጥ እንደነበሩ አጥቶት አልነበረም፡፡ እሱ ዋናዉ ግቡ በወቅቱ በወያኔ በአሸባሪነት ከተወነጀለዉ ኦነግ ሥሙን አጽድቶ ከአዉሮፓ ብርድ ማምለጥ ብቻ ነበር ፍላጎቱ፡፡
በአሁኑ ወቅት ከUNDP በኦህዴድ በኩል ዳጎስ ያለ ቀለብ እየተሰፈረለት እና ሲ.ኤም.ሲ በሚባሉ የካድሬ መኖሪያ ዉስጥ የተንደላቀቀ ኑሮን እየመራ ነዉ፡፡ ኦህዴድ በየአዳራሹ እየጎተተች የፕሮፓጋንዳ ትሰራበታለች፤ ቤተልሔም ታፈሰ ደግሞ የYoutube ቢዝነስ አድማቂ አድርጋዉ እየተጠቀመች ነዉ፡፡

ሰሞኑን ደግሞ እሱ የ”ኦሮሞ መንግስት” ብሎ የሚሰብክለት ማፍያ ስብስብ በቴ ኡርጌሳን ከገደለ በኋላ “ሻይ ቡና” የሚባል የሰለሞን ሹምዬ ተራ ፕሮግራም እንዲያዳምቅ በኦህዴድ ጌቶቹ ታዞ ከ”ሰፈር ዉራጅ” አሃዳዉያን ጋር ተጎልቶ መዋል ጀምሯል፡፡ በልጅነቱ መስዋዕትነት የከፈፈለትን የኦሮሞ ትግል የ”አዉሮፓ ብርድ”ን መቋቋም አልቻልኩም በሚል የወረደ አመንኪዮ ክዶ የዉራጅ ኦህዴድ ተላላኪ መሆኑ በርግጥ በጣም ያስቆጫል፡፡ ያህ በscholarly writing የሚናዉቀዉ ሌንጮ ለታ፣ ከTTI በኩረጃ የተመረቀ ፍቃዱ ተሰማ (ጡዌ) ተላላኪ ሲሆን የማይቆጭ ኦሮሞ ይኖር ይሆን? እኔ ይህንን ስጽፍ ራሱ ስለሱ እያመመኝ ነዉ፡፡ GudetaTufa
Waggoota shanii oliif dirree waraanaa kan taate Wallaggatti imaluun MM Itoophiyaa haasaa taasise.

Ministeerri muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahemad dhimma nageenya Oromiyaa irratti yaada furmaataa kan kana duraarraa adda ta'e dubbatu jedhamee eegamus mm Itoophiyaa dhimmoota haaraa ta'an hedduurratti waan xiyyeeffatan hin qaban.

Haasaa wal fakkaataa irra deddeebiin dhimma nageenyaa irratti dubbachuun kan beekamu bulchiinsi PP, dubbii har'a magaalaa Naqamteetti taasisan irrattis yaada fooyya'aa furmaata qabatamaa akeeku waan laatan hin qaban.

Oromiyaa keessatti waraana waggoota shanii oliif adeemaa jiruun uummatni naannichaa gaaga'ama hamaaf saaxilamuun kaawwan ammoo inumaa qe'ee ofiirraa buqqa'anii biyya abbaa isaaniitti baqattuu ta'anii jiran. Hawwaasni nagaan ajjeefamuu, dararamuun inumaa itti hammaachuun ala furmaati qabatamaan argame hin jiru.

Torbee tokko oliif tibbana magaalaan Naqamtee qophii simannaa Muummee Ministeeraa Itoophiyaa irra turte. Magaalattii keessatti guyyaa har'a ganama irraa qabee hanga sa'a 6 tti hojiin kam hojjetamaa hin turre.

Galma Istaadiyeemii magaalaa Naqamteetti argamee kan dubbate Abiyyi Ahemad haasaa qoccolloo fakkaatu kanaan dura dubbataa tureen kan wal fakkaatu dubbatee gara Finfinneetti deebi'eera.

Dubbii isaa kanaan Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed ''Oromoon bilisoomeera. Kaleessa qabsoofnee dhiiga keenyaan injifanneerra. Uummanni mo’atemmoo tokkummaadhaan injifannoo isaa tikfata malee of duuba deebi’ee akka haaraatti hin qabsaa'u” jedhe.

Dubbiin kun hawwaasa Oromoo baay'eef kan liqimfamu miti. Inumaa hiikkaan Bilisummaa faallaa ta'ee osoo dubbatamuu dhaga'uun kun uummata nuffisiisuu gaheera. Dubbiin akkanaas furmaata wayabaa nii fida jedhanii abdachuun abjuudha.

Jilli MM Abiy Ahimed, Itti Aaanaa MM Obbo Tamasgeen Xurunaa, pirezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Af-Yaa'ii Paarlaamaa Itoophiyaa Obbo Taaggasaa Caafoo dabalateeti magaalaa Naqamteetti kan imale.

Waltajjiin qophaa'e kan magaalaa Naqamtee qofa osoo hin taane guutummaa Wallaggaaf ta'uudhan kan himame. Kanaafis kaabinoonni PP godiinaalee arfan irraa aanaalee anaaleen wal gurmeessanii waltajjicharraa qooda fudhataa turan.

Lixi Oromiyaa bara dhufaa darbaa jibba mootilee Itoophiyaa qabaniif jecha tajaajila misoomaa hagabaa hanga har'aallee itti jirti. Tajaajila daandii, buufata fayyaaf mana barumsa dabalatee bu'uuraalee misooma uummataa kan hin qabne, uummata aarsaa kaffalaa jiraataa jirudha. Rakkoo uummataaf fedha Oromoota lixaa kana xuxxuquuf MM Abiy, sababa rakkoo nageenyaan godinaaleen Wallaggaa gama misoomaan duubatti hafteetti jechuun akka sichi xiyyeeffannaa kennuuf hime.

Xiyyeeffannaa Misoomaa argachuufis yoo uummati Wallaggaa deggare qofa akka ta'ettidha waltajjii kanarratti kan dubbate. Kunis dubbii rakkoo misoomaa furu kan hin taane, balaa diddaa uummataaf lola WBO isa mudatee jiru qolachuuf dubbatame qofa fakkaata.

"Nageenyi jiraannaan Wallagga misoomsuuf kaayyoo guddaa qabna" jedha. Nageenya fiduuf ammoo uummati nu deggaruu qaba jedha. Dubbiiwwan akkanaa rakkoo sabaa hundeerraa kan furan hin fakkaatan.

''Biyya kana keessa nageenyi hin jiru, tokkummaa gaariin hin jiru. Garuu dinagdee akka Afrikaatti fakkeenya tahe ijaaraa jirra. Badhaadhinni Itoophiyaa ni dhugooma, Itoophiyaa sodaatamtu ni ijaarra,'' kan jedhus dubbii Abiyyi Ahemad har'a keessati. Dhugaan jiru garuu faallaa waan dubbatamaa ooleeti.

Walumaa gala haasaan Ministirri Muummee Itoophiyaa har'a Naqamteetti taasise kan furmaata nageenyaa fidu akka hin taane, akkasuma haasaa rakkoo misoomaa furu akka hin taane hubatamaadha. Dubbiiwwan kana fakkaataan kana duras Peresedaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi isuma mataasaan dubbatamaa tureera. Haasaa qoccollaa fakkaatu duuchaa dhumatti nagaan haa bu'u jedhu irra deddeebiin dubbatamaa tureera. Nagaa buusuuf garuu akka mootummaatti tarkaanfii fudhatamuu qabu fudhachuuf qophii taasisan waan ifa godhan hin qaban.
Forwarded from KMN
Hayilee fidaa har’a jiru kaan hidhanii itti roorrisaa kaan ajjeesat Hayilee Fidaa kaleessa sirni biroo ajjeesef akka waan quuqamaniitti maqaa isaanitiin daldalu. Hayilee Fidaa kaleessaatiif quuqamuuf imaltoota daandii Hayilee Fidaa Battee Urgeessaa fa’iif kabaja laatuu fi yoo dadhabdan lubbuudhan akka jiraataniif heyyamtu ture.

Hayilee Fidaa kaleessaa kabajjanii du’a isaaniitiif quuqamuuf har’a Gadaa Gabbisaa fi Jaallan isaatif bilisummaadhan akka socho’aniif hidhaadhaa baaftu ture.

Hayilee Fidaa waan lubbuudhan hin jirreef faarsitu malee waan Mangistuu Hayila Maariyaam irratti raawwate caala isa gootu ture.

Mee haa ta’u yookaa nutu dhumee isin gaafachuu dhiisa, ykn isintuu of baree fafakkeesuu dhiisa diddus…

https://www.facebook.com/share/A8fyW5FxUER7Dyo3/?mibextid=WC7FNe
2024/05/16 04:50:47
Back to Top
HTML Embed Code: