Forwarded from KMN
Tarkaanfii gidduu gala oromiyaa magaalaa midaa qanyi magaalaa aanichaa kan taate maagaa Baallammii irratti birgeedii Aduu Saafaa fi birgeediin Obomboleettii waloon fudhataniin injafannoo boonsaan galmaaheera.
-Hidhamtoota Siyaasaa hiikuu
-Meeshaalee waraanaa dishqaa 1, bireena 2, isnaapera 6, AKM 72, rasaasa gosa garagaraa, boombii harkaa fi hidhannoo mudhii hedduu
በመዓከላዊ ኦሮሚያ ሚዳ ቀኚ ወረዳ በ አዱ ሳፋ (የቀትር ፀሃይ) እና ሆቦንቦሌቲ (አዉሎ ንፋስ) የተሰኙ ብርጌዶች በወሰዱት እርምጃ በወረዳዉ ከተማ እስረኞችን ያስፈቱ ሲሆን በርካታ ትጥቆችንም አግኝተናል ብለዋል::

የወደብ ፖለቲካ, የኦሮሚያዉ መንገድ መዘጋት እና የወሎ ጦርነት
https://youtu.be/bssZi4hJKbI
https://youtu.be/bssZi4hJKbI
YouTube
የወደብ ፖለቲካ, የኦሮሚያዉ መንገድ መዘጋት እና የወሎ ጦርነት
#kmn #kush
Forwarded from KMN
YouTube
ወደብ እና መዘዙ በአፍሪቃ ቀንድ
#kmn #kush Holocaust
Forwarded from KMN
Sababa Abiyyi Ahmadiif Ilmaan Oromoo biyya Somaaliyaa keessatti balaa guddaadhaf saaxilamaa jiru.
Abiyyi Oromoodha Oromootu biyya nurraa fudhachaa jira. Nu weeraraa jira kanaaf weerartoota ni adabna garee jedhuun miidhaan nurra gahaa jira jedhu ilmaan Oromoo biyya Somaaliyaa keessa jiran.
Abiyyi Oromoodha Oromootu biyya nurraa fudhachaa jira. Nu weeraraa jira kanaaf weerartoota ni adabna garee jedhuun miidhaan nurra gahaa jira jedhu ilmaan Oromoo biyya Somaaliyaa keessa jiran.
Forwarded from KMN
YouTube
ከጦር ሰፈር ወደ ወደብ የወረደዉ አጀንዳ
#kmn #kush
Forwarded from KMN
Rasaasa caala….!
"ለገንዘብም, ለስልጣንም እንደማንታገል አሳይተናል:: አሸንፈናል:: ለስጣን ከሆነ መሪዎቻችን ታንዛኒያ ሲለመኑ ነበር እምቢ ነዉ ያሉት:: ለገንዘብም ከሆነ ጥሩ ነዉ የተባሉት አልፈለጉም:: የፈለጋችሁት የአለም ክፍል በዲፕሎማት ደረጃ ኑሩ ነዉ የተባሉት አልተቀበሉ:: እየታገልን ያለነዉ ለግል እና ለቡድን ጥቅም ሳይሆን ለሰፊዉ ህዝባችን መሆኑን አሳይተናል Exactly አሸንፈናል::....."
https://fb.watch/pAQbzOXm-N/?mibextid=qC1gEa

Forwarded from Tsegaye R Ararssa
Forwarded from KMN
“Raajii” Jaal Ifa-Baas Haajjii New A/Oromo Music /2024 Official Music Video/
https://youtu.be/6dr7ldcOmBc

@oromiaartinstitute @barrikooentertainment @KeekiyyaaBadhaadhaa @hopemusicethiopia @visionentertainment4507 @GoldenRecordsWorldwide @MinewShewaTube @haacaaluuhundeessaaofficia4136 @OromiaMedia @KMN-KUUSH-Cush
Forwarded from KMN
YouTube
ልዩ ቆይታ ከኮ/ል ገመቹ አያና ጋር
@KMN @Kush
Forwarded from KMN
Forwarded from KMN
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
በኦሮሚያ ክልል የትራንስፖርት እገዳ እና የገበያ እቀባዉን ተንተርሶ ይህዝብ አመፅም ተጨምሮበት እየተደረገ መሆኑ ተመላክቷል::
Forwarded from KMN
IBSA EJJENNOO
Maqaa Abbaa, kan Ilmaa,kan Afuura Qulqulluu, Waaqa Tokko, Ameen!
Manni Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa, Teessoo Magarsaa Badhaasaa/ Pheexiroos/tiin durfamtu kun tokko jettee hojii ishee eegaltee jirti. Kanaafuu, nuti hordoftoonni Amantaa Ortodoksii, kanneen Ameerikaa fi Kaanada keessa jiraannu, Afaan Oromootiin tajaailamuu fi tajaajiluu barbaannu mirga afuurawaa fi mirga dhala namummaa keenya kabachiisuuf, sirna Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa, Teessoo Magarsaa Badhaasaa kan deggarruu fi hamma dhumaatti duukaa kan hiriirru ta’uu keenya ibsuuf ejjennoo cimaa qabnu akka armaan gadiitti ibsanna!
1) Har’aa eegallee hariiroo fi mucummaa Mana Kiristaanaa Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa wajjiin qabnu addaan kunnee jirra.
2) Har’aa eegallee hariiroo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa kan eegalluu fi mucummaa ishee kan fudhannu ta’uu keenya labsina.
3) Har’aa eegallee Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa tumsuuf, jabeessuu fi addunyaa guutuutti babal’isuuf waadaa ni seenna.
4) Oromoon hundi biyya Oromiyaa keessa jirtan ofii fi Mana Kiristaanaa keessan caasaa Mana Kiristaanaa fi Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa jalatti akka bultan maqaa Waaqayyotiin waamicha isiniif goona.
5) Oromoon hundi biyya ambaa fi biyya keessa jirtan Mana Kiristaanaa Ortodokosii Oromiyaa tumsuu fi humneessuuf ga’ee Oromummaa keessanii hunda akka gumaachitan kabajaan isin gaafanna.
6) Mootumman Oromiyaa fi Itoophiyaa mirga fi feedhii uummata Oromoo kabjuun kabajamoonni ebbifamoonni hangafa paapaasoonni fi miseenssonni Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa ta’an Abuna Gabri’eel, Abuna Minas, Abuna Alaazar, Abuna Barsumaa fi Abuna Minas haalduree tokko male akka tajaajiila abbuumma isani egalan akka heeyyamamu ni gaafanna.
7) Kabajamoonni ebbifamoonni hangafa paapaasoonni fi miseenssonni Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa ta’an Abuna Gabri’eel, Abuna Barsumaa fi Abuna Iyyaasu haalduree tokko male man hiidha duukanna keessa akka gadhiifaman ni gaafanna.
8) Deegartoon Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Oromiyaa ta’u qofa mana hidha keessa jiran haalduree tokko male man hiidha keessa akka gadhiifaman ni gaafanna.
Guraandhala 2016/2024
Oromoo Hordoftoota Amantaa Ortodoksii Ameerikaa fi kaanaada jira irraa!