Safuudha kan nama keenyaa!
Kaadireen Shawaa Kaabaa fi aanaa Darraa Yakka Finxaaleyyiin isaan bobbaasan raawwatan dhoksuuf maatii ilmi isaanii jalaa qal@meen yoo hin qalamne jettanii waakkachuu baattan isin rashanna jedhanii kaameraa fuuldura dhaabanii waan ofii barbaadan dubbachiisan.
Kana akka godhuuf jiran dursinee dhaamaa turre. https://www.facebook.com/share/p/18EsvdNgUb/?mibextid=WC7FNe
Ana kan na raaje kaadiree finxaaleyyii bakka buutee Oromootti roorriftuu miti. Isa Namootumti nuti kabajnuu fi sabboontota jennee dhaadhessinu yoo morma cite hin argin dubbin tun waa qabdi jedhanii xiqqaataniidha. Hammam illee yoo hadoodde maatii dheengadda ija lamaanin imimmaan lakkuu roobsaa gadadoo fi gadda isaa ibsate sanaan akka isin ammannuuf citaa morma ilma keessanii nu agariisaa hin jettu.
Kaadireen finxaaleyyii ijaartee ummata Salaaletti bobbfte gocha kana waa lamaaf soba fakkeessuf yaalti.
1. Gochi rifaasisaan sun Oromoo riphee ture dammaqseera. Oromoon amma gurraa fi ija isaa darraatti qinsee eegaa jira. Hanga furmaata ummata sanaa dhagahutti waan gaaffii kaasuu hin dhiifnef wanti Oromoo baldhaa fi ummata aanaa Darraa ittiin adda kutan dubbiin soba jedhanii yoo ololan qofadha. Kanaaf kottooffatanii bulchaa Godinaatii hanga Jeneraala RIB naannoo sanaa ajajuutti akkasuma bulchaa anaa qaamolee isaa wajjin ganda keessa maraatanii du’a sukkanneessa sana dobsiisu.
2. Qaamoleen mootummaa aanaa Darraa irraa hanga jalaatti ilmaan Finxaaleyyiitif kan hojjetan waan ta’eef gocha hamminaa akkanaa finxaaleyyiin hin raawwattu Oromootu sobe jedhanii kal’oo isaanii dhokfachuufi. Akkasuma caasaa isaanii diriiree gandaa hanaga aanatti aanadhaa hanga godinaatti diriirfatan kana akka qaamni ummataaf quuqamu itti ramadamee jalaa hin kukkunneef dirqiidhan hiriira baasudhaa hanga maatii miidhamaa dirqisiisanii sobsiisuf yaalan. Aanaa kana keessaa hojjetaa mootummaa jedhamee namni maalif ummanni kini miidhama jedhee gaafate ammatti ragaa qabatamaadhan namni sadi mana hidhaatti darbatamaniiru. Erga hidhamanis waggaa jala gaheera. Egaa caasaa sabboontota keessaa qulqulleessanii diriirfatan kana tiksuuf waan isaan godhaa jiran Kana namoonni keenya tokko tokko fudhatanii as nutti haasawuu fedhu.
https://www.facebook.com/share/1AiEQruJcg/?mibextid=WC7FNe

Forwarded from KMN
Akka Faannoo Ummatarraa hin dhorkine kan nu ittisu “Shaneedha” (WBO) jedha.
Finxaaleyyiii Faannoo daangaa Oromiyaan naannoo Amaaraatin wal daangessitu hundaan seentee Ummata Oromoo nagaa morma kukkutaa jirtu akka hin dhoorkineef kan humna nagaa keenya rukutee nu rakkise WB@dha jedha shimallis.
Egaa nutis ni gaafanna:-
1ffaa Faannoodhaaf heyyama Oromiyaa seenanii Shanee loluu jedhuun walii galtee Tamasgeen Xurunaa waliin walii galtee mallatteessee qarshii Miliyoona 25 kan kenne mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaatiin durfamu addatti naannoo amaaraa dhaqee walii galtee kana mallatteessun Shimallis mataa isaatii mitii? ofii bobbastanii eenyuurraa dhoorkitu?
2ffaa, Faannoo Ofii hidhachiiftanii daangaa Oromiyaa keessa seenuu qofa otuu hin taane Oromoo buqqisee qeyee Oromoo dhuunfatee kaampii waraanaa ijaarratee akka jiraatu kan heyyame isin malee eenyudha? Yoo quba hin qabnu jettan lafa dheengadda rakkoon itti dhagahame aanaa Darraa Salaal-kullaadhaa hanga Jaardagaa Jaartetti, Angar Guuteedhaa hanga amuruutti, Boosatii hanga Fantaalletti gandoota isaan kaampii godhatan waliin isiniif himuu dandeenya.
3ffaa, waraanni Bilisummaa Oromoo yeroo meeqa faannoo keessan gaafa inni Oromiyaa keessaa rukutee baasuf duula eegalu isin Diroonidhaan Faannorra gortanii haleelaa turtan. Kan fagoo haa dhiifnuuti dhiheenyuma kana aanaa Darraatti maal raawwattan?
4ffaa, Poolisii Oromiyaa aantummaadhan Finxaaleyyii kana Ummatarraa rukutaa turan meeqa qabdanii hiitan? Ijoollee oromoo Yunifoormii mootummaa uffattee Ummata ofii humna badii kanarraa ittisuuf hiriirte “ergama shanee qabda” jettanii rashantan? Kan mana hidhaa jiaranii hanga rashanamaniitti maqaa guutuu qabna. Aanaa boosatii fi Fantaalletti sabboontota Yunifoormii keessan uffatanii nagaa ummataa tiksuuf bobba’an maal goosiftan?
5ffaa, dhuguma Waraanni bilisummaa Oromoo fi Poolisiin Oromiyaa daangaa Oromiyaa tiksuuf daangarra jiru wal waraanu moo waliin diina qolachaa turan? Kana Ummanni lixa Oromiyaa agamsaa hanga Angar jiru ragaa hin ta’uu? Eenyutu ammoo morma itti cite?
6ffaa, Ummata Daangarra jiru milishaa keessanii fi warra isin WB@ fakkeessitanii bobbaaftanii mitii kan meeshaa irraa hiikee diina duuban itti ergee ficcisiise? Agmsatti maaltu raawwatame?
7ffaa, Dhuguma humna hidhataa “mootummaan” keessan bobbaasu malee faannoo Kamtu Gujiitti, Booranatti,Arsii Shirkaatti mana ummataatti bidda qabsiisaa oola? Humni kun fira moo diina Oromooti? Wantin godinaalee amma maqaa dhahe kana keessattiraawwatame waan finxaaleyyiin isin bobbaaftan raawwataniin maalin wal adda?
8ffaa, - Jeneraalonni keessan “Shanee balleessineerra” jedhanii yeroo meeqa ibsa baasaa fi xiinxala kennaa turanii har’a humna balleessine jettan kanatu nu uggure yoo jettan haasaan keessan kun wal isin harkaa hin dhahuu ?
9. Abiyyi Ahimadii mitii paarlaamaa gubbaa taa’ee “Faannon humna nagaa waan godhu beekudha. Ni kabjna kallattii barbbaannutti bobbaafna? kan jedhaa ture?
10. Itaamaazhoorii Keessanii mitii Faannoo waliin wal lola hin qabu walis hin waraannu jechaa kan ture? Ammas kan nu lole faannoo miti warra maqaa kanaan gurmaaye malee jechaa hin jiruu?
kkf baayyee kaasuu dandeenya.
Furmaataf hoo m@highlight jirtu ree?
- Akkuma jettanuu humna humna mootummaa keessanii kana caalee Oromiyaa akka isin hin too’annee fi nagaa ummataa tiksuu isin dhoorke kana waliin maaltu araara waaraa buusuu isin dhoorke?
- Ummata Oromoo ni bulchina jettan erga nagaa isaa eeguu hin dandeenyee mootummaa jettanii of waamuf ulaagaan keessan maali?
- Aangon keessan hoo erga Ummata kanaaf nagaa buusuf hin oollee eenyuf aangorra jirtu?
waan baayyee kaasuu dandeenya garuu mee hammanuma lapheerra bufadhaa …
https://www.facebook.com/share/1CSV3vAejX/?mibextid=WC7FNe

ummata albee finxaaleyyiitirraa hafe haala kanaan meeshaa gurguddaadhan fixaa jiru Darraatti. namoota kaleessa bakka tokkotti fixan keessaayi
Ummata ofiif lafarraa fixuudhaaf karoora itti baafatanii duularra jiru yoo jennu ragaa waliini. Yaa Oromoo guddicha …
https://www.facebook.com/share/p/1D6WamzK6K/?mibextid=WC7FNe