Forwarded from KMN
YouTube
የኦሮሞ ትግልና የወቅቱ የኃይሎች አሰላለፍ
Forwarded from KMN
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from KMN
YouTube
ቆይታ ከፕ/ር መረራ ጉዲና ጋር
"የተዘጋዉን የመጠላለፍ ፖለቲካ መዝገብ አትግለጡ"
Forwarded from KMN
‼️⚠️ Of Eeggannoo fi Dheeruu‼️⚠️
Namni suuraa irratti argitan kun maqaan isaa Darajjee Gurmuu jedhama. Maqaa qabsoo Jaal Barii jedhuunis of waama. Godina Arsii Aanaa Muunessaatii hanga shawaa bahaa maqii,Qooqaa fi Moojotti socho'a. Hojiin isaa meeshaa waraanaa hidhatee ummatta nagaa mana isaanitirra deemee ukkaamsuudhaan horii/mallaqa guddaa gaafachuudha. Kan hin kafallu jedhee dide ammoo doorsisa bira darbee qeyee isaanitti dhaqee hanga dhukaasa itti itti banuutti gaha.
Maqaa WB0tin waan socho'uuf hanga ammaatti hawaasni keenya shiftaa ta'uu isaa waan hin barreef waan inni gaafate kennaafii turan. Amma dheruu nu gahe qabannee qorannoo goonen namni kun shiftaa gartuu ofii ijaarratee saamichaaf bobba'e ta'uu qulqulleeffanne. Kanaaf haawasni keenya naannawa armaan ilitti dheerama kana keessa jiraattan nama kana yoo argitan too'attanii ykn sochii isaanii hordoftanii qaama dhimmi ilaallatu kamiifuu akka odeeffannoo kennitan isiniif dhaamna.
https://www.facebook.com/share/1BEmMRPETQ/?mibextid=wwXIfr